ch
Feedback
Haramaya University Chelenko CEP

Haramaya University Chelenko CEP

前往频道在 Telegram

The channel is created to share important information and notices with Chelenko center CEP students.

显示更多
1 091
订阅者
+124 小时
+37 天
+730 天
帖子存档
Barattoota barnootaa PGDT ykn Peedaa barachuu barbadaan hundaaf: Yeroo galmee Fulbanaa 9_24,2018 A.L.I ta'uu hubataanii akka carra kanatii fayyadamtaan.Galmeef wantootaa barbachisaan 1.Teempoo 2.Student copy digirii. HUB: Barnootaa egaluuf barataa 23 qofaa muummee wal fakkatuu irraa waan barbachisuuf otoo iddoo isin jala hin guutin akka yeroon galmooftaan. Barataan Peedaa barachuu danda'uu kan exit exam darbee teempoo fudhatee qofaa akkasumas immamataa Barnootaa duraan kan teempoo digirii qabudhaa.Barnoonnii kan egaluu 1/2/2019 A.L.I ta'a.

Hubachiisaa: Baratoota G/G calanqoo bara kana eebbiifamtanii qorumsaa exit exam dabartani akkasumas official transcript ergitan tempoo hanga amma hin fudhanee torbee kana akka fudhataan.Torbee kana booda tempoo keessaan kan fudhachuu dandeessaan mooraa guddichaa Yuunivarsitii Haramaayaatii ta'aa.Kan bira sababaa official transcriptin barataa tempoo hin fudhanee yeroo isinif keenamee torbee tokko qofaa ta'uu beektanii akka xumurtaan.Horaa Bulaa!!

Reminder for Upcoming weekend (September 19 , and September 20, 2026) Class schedules 📖 First Year Afaan Oromoo:Class Afaanoromoo Writing I [By Alamaz U.] 📖 Third Year Afaan Oromo: Final exam_Saturday Morning Media and Information literacy and Sunday_Oromoo Oral literature 📖 Fourth Year Maths: Registration for Exit exam Tutriol class will be begin 📖 2nd  Year BVSc:  Class Veterinary Parasitology by Adugna Ch. 👁 See you there!

For BVSc This is assessment result of Vet Physiology. Check your result and report any concern before official grade submission.

Maths registration slip for exit exam

Reminder for Upcoming weekend (September 12 , and September 13, 2026) Class schedules 📖 First Year Afaan Oromoo:Class History[By Kefalew B.] 📖 Third Year Afaan Oromo: Final exam_Saturday Morning Semantics and pregamatics and Sunday_Research Methodology 📖 Fourth Year Maths: Break 📖 2nd  Year BVSc:  Class Microbiology by Dereje R. 👁 See you there!

Reminder for Upcoming weekend (September 05 , and September 06, 2026) Class schedules 📖 First Year Afaan Oromoo:Class Inclusiveness[By Astede A.] 📖 Third Year Afaan Oromo: Class Media and Information literacy 📖 Fourth Year Maths: Break 📖 2nd  Year BVSc:  Final exam Saturday morning Veterinary Histology,Saturday Afternoon Veterinary Anatomy and Sunday Veterinary Physiology. Hub 1. Baratoota bara kana eebbiifamtan_barataan official isaa ergee hundii qaaman argamuun tempoo isaa fudhachuu danda'aa.Barataa hundii yeroo tempoo fudhachuu dhufu ID.Card isaa fidee dhufu qaba. 👁 See you there!

Hayyee

Barattoota maqaa keessaan armaan olitii eramee kunnen hattatamaan official transcript keessaan ergitanii tempoo keessaan akka fudhataan.Carraa kan seeraa itti fayyadamaa booda????

Namoota Political Science and International Relations Barachuu Barbadaniif

photo content

Exam schedule for AOLC 3rd and BVSc 2nd exam schedule

Reminder for Upcoming weekend (August 29, and August 30, 2026) Class schedules 📖 First Year Afaan Oromoo:Class Civic[By Birhanu L.] 📖 Third Year Afaan Oromo: Mid Exam Saturday Morning semantic and pregamatics ,Saturday Afternoon: Research Methodology and Sunday Morning _Media 📖 Fourth Year Maths: Break 📖 2nd  Year BVSc:  Break Hub 1. Baratoota bara kana eebbiifamtan_barataan official isaa ergee hundii qaaman argamuun tempoo isaa fudhachuu danda'aa.Barataa hundii yeroo tempoo fudhachuu dhufu ID.Card isaa fidee dhufu qaba.2.Barataan qormataa darbee sababa offishaalan tempoo hin fudhanee yeroo keenamuu torbee lama qofaa waan ta'eef kana gidduutii official ergitani yoo tempoo keessaan hin fudhanee tempoo kan isinif keenamuu Amajii boodaa ta'aa.Dhumaa irrattii obsaan hangaa kana waan nuu egataniif galataa guddaa qabduu. 👁 See you there!

photo content

Repost from N/a
Oduu Gammachisaa! Barattoota haraa bara barnootaa 2019 Yuunivarsitii Haramaayaa G/G calaanqootii barnootaa barachuu barbadaan hundaaf.Yeroo galmee xumuurramaa waan jiruu hangaa Hagayaa 30,2018tti akka galmooftaan. Oddeeffaannoo dabalataaf beeksisaa kana irraa argachuu dandeessuu Akkasumas lakk.Bil.0922162490 bilbiluu dandeessuu. Gallatooma!!!

𝑯𝒂𝒚𝒚𝒆𝒆 𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒂𝒍𝒂𝒕𝒐𝒐𝒎𝒊.