uk
Feedback
Haramaya University Chelenko CEP

Haramaya University Chelenko CEP

Відкрити в Telegram

The channel is created to share important information and notices with Chelenko center CEP students.

Показати більше
1 050
Підписники
+524 години
+147 днів
+2030 день
Архів дописів
Reminder for Upcoming weekend (June 13, and June 14, 2026) Class schedules 📖 First Year Afaan Oromoo: Mid exam: Saturday:Emerging Technology and Sunday: Enterperunrship 📖 Third Year Afaan Oromo: Class Media and Information literacy by Dr.Geremew 📖 Fourth Year Geography: Break and preparation for exit exam 📖 Fourth Year Afaan Oromoo: Break and preparation for exit. 📖 Fourth Year Maths: Break 📖 2nd  Year BVSc: Class Veterinary Anatomy(By Dr.kedir S.)   Hub: 1.Baratoota waggaa 4ffaa muummee Afaan Oromoo fi Geography barataan dhimma ID card,To whom IT may concern letter,akkasumas galmee hin xumuurreen dhufee xumurachuu danda'aa. 👁 See you there!

photo content

Barattoota Wagga 4ffaa Afaan Oromoo fi Geography Hundaaf.Barataa hundii Password fi Username isaa hangaa boru ganamatii(Kamisaatii) check godhee,yoo rakkoon jiratee akka naa quunamuu boru booda gaafiin username fi password fudhaatama hin qabuu.

Hub: linkii jalqaa verify gotanii galtuu

Oddeeffaannoo Haraa: Baratoota waggaa 4ffaa Afaan oromoo fi Geography hundaaf.Ticket keessaan download(buustanii) print godhatanii harkatii qabachuu ilaallataa.Akkamuu armaan olitii argartan kana complete verification kan jedhuu irraattii click gochuun sana boodaa username fi password keessaan itti guutun akka ticket keessaan download gootaan.

photo content

photo content

barattoonnii Username fi password hin arganee akka naaf report gotan

Barattoota Afaan Oromoo waggaa 3ffaa course Enterperunrship Add gotan mid torbee kana waan ta'eef akka qormataan.

photo content

Hayyee guddaa galatoomaa

Hub: Username fi password keessaan ergaa illaltanii boodaa akkumaa achii irraattii barreefameetii waraqaa xiiqqoo irraattii barreeffadhaa. Akkaa hin daganee isaa malee qormataa qoramuu hin dandeessaan.

Barattoota waggaa 4ffaa Afaan Oromoo fi Ji'oogiraafii Hundaaf. Dhimma; Sagantaa qormaata ba'iinsaa/exit exam yeroo fi guyyaa qormaata. 1ffaa. Afaan Oromoo=Roobii=10/10/2018 E.C/. Wednesday=17/06/2026 G.C . Sa'aan Qormaataa Waaree booda :8:30-11:00 Fi 2ffaa. Geography:Roobii=10/10/2018 E.C. Wednesday= 17/06/2026 G.C:Sa'aan Qormaataa Ganama :5:00-7:30.Carraa Gaarii!!!

Hub: Afaan Oromoo fi Geography batch 2015 linkii isaa jalqabaa fayyadamaa.

Sagantaa fi guyyaa qormaata

Candidate placement and Schedule by Exam Round with Session.xlsx1.39 KB

Barattoota Afaan Oromoo fi Geography Waggaa 4ffaa hundaaf Password fi username keessaan linkii armaan olii kanan gala ilaaladhaa

photo content

Sagantaa fi guyyaa qormaata

Candidate placement and Schedule by Exam Round with Session.xlsx1.39 KB