Haramaya University Chelenko CEP
前往频道在 Telegram
The channel is created to share important information and notices with Chelenko center CEP students.
显示更多1 050
订阅者
+124 小时
+157 天
+1730 天
数据加载中...
相似频道
标签云
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+22
在0个频道中
五月 '26
+33
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+19
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+13
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+19
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+21
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+28
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+29
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+29
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+21
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+17
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+19
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+49
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+56
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+27
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+19
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+23
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+36
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+36
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+47
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+35
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+43
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+66
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+72
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+71
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+44
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+48
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+41
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+44
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+30
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+252
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 12 六月 | +2 | |||
| 11 六月 | +1 | |||
| 10 六月 | +5 | |||
| 09 六月 | +8 | |||
| 08 六月 | +1 | |||
| 07 六月 | +1 | |||
| 06 六月 | 0 | |||
| 05 六月 | +2 | |||
| 04 六月 | +1 | |||
| 03 六月 | 0 | |||
| 02 六月 | +1 | |||
| 01 六月 | 0 |
频道帖子
Barattootaa Qoorumsaa Bahinsaa(Exit Exam) Qooramuuf Deemtaan
Wantootaa Qoormataa Qooramuuf akka Dirqamaatii isin Barbachisaan.
1.Barataan Hundii Warqaa eenyummaa(ID Card) Yuunivaarsitii Haramaayaa harkaa isaatii qabachuu qaba.
2.Barataa hundii Warqaa eenyummaa Biyyaleessaa(National ID) harkaa isaatii qabachuu qaba.
3.Exit Entrance Ticket Pirintii gootaanii harkaa keessaanitii qabachuu qabdu.
4.Barataan Hundii gaafa guyyaa kibxataa(9/10/2018) hangaa guyyaa kessaaa sa’a 11:00 ttii mooraa guuddichaa Yuunivaarsitii Haramaayaa (Main Campus) argamee doormii ykn iddoo bulmataa qabachuu qaba.
5.Barataa hundii haftaa sirree( assoolaa) ykn uffataa halkani salphaa fudhatee dhufu qaba.
6.Meeshalee Electronics kammiiyyuu qabatani iddoo qormaatatii argamuun dhorkadhaa.
7.Barataan Kammiiyyuu iddoo qormaatatii daqqiqaa 30 dursee argamuu qabaa.
Carra Gaarii! Horaa bulaa, deebanaa!
| 2 | Reminder for Upcoming weekend (June 13, and June 14, 2026) Class schedules
📖 First Year Afaan Oromoo: Mid exam: Saturday:Emerging Technology and Sunday: Enterperunrship
📖 Third Year Afaan Oromo: Class Media and Information literacy by Dr.Geremew
📖 Fourth Year Geography: Break and preparation for exit exam
📖 Fourth Year Afaan Oromoo: Break and preparation for exit.
📖 Fourth Year Maths: Break 📖 2nd Year BVSc: Class Veterinary Anatomy(By Dr.kedir S.) Hub: 1.Baratoota waggaa 4ffaa muummee Afaan Oromoo fi Geography barataan dhimma ID card,To whom IT may concern letter,akkasumas galmee hin xumuurreen dhufee xumurachuu danda'aa.
👁 See you there! | 228 |
| 3 | 没有文字... | 1 |
| 4 | Barattoota Wagga 4ffaa Afaan Oromoo fi Geography Hundaaf.Barataa hundii Password fi Username isaa hangaa boru ganamatii(Kamisaatii) check godhee,yoo rakkoon jiratee akka naa quunamuu boru booda gaafiin username fi password fudhaatama hin qabuu. | 239 |
| 5 | Hub: linkii jalqaa verify gotanii galtuu | 255 |
| 6 | Oddeeffaannoo Haraa: Baratoota waggaa 4ffaa Afaan oromoo fi Geography hundaaf.Ticket keessaan download(buustanii) print godhatanii harkatii qabachuu ilaallataa.Akkamuu armaan olitii argartan kana complete verification kan jedhuu irraattii click gochuun sana boodaa username fi password keessaan itti guutun akka ticket keessaan download gootaan. | 252 |
| 7 | 没有文字... | 229 |
| 8 | 没有文字... | 225 |
| 9 | barattoonnii Username fi password hin arganee akka naaf report gotan | 216 |
| 10 | Barattoota Afaan Oromoo waggaa 3ffaa course Enterperunrship Add gotan mid torbee kana waan ta'eef akka qormataan. | 226 |
| 11 | 没有文字... | 243 |
| 12 | Hayyee guddaa galatoomaa | 250 |
| 13 | Hub: Username fi password keessaan ergaa illaltanii boodaa akkumaa achii irraattii barreefameetii waraqaa xiiqqoo irraattii barreeffadhaa. Akkaa hin daganee isaa malee qormataa qoramuu hin dandeessaan. | 272 |
| 14 | Barattoota waggaa 4ffaa Afaan Oromoo fi Ji'oogiraafii Hundaaf. Dhimma; Sagantaa qormaata ba'iinsaa/exit exam yeroo fi guyyaa qormaata. 1ffaa. Afaan Oromoo=Roobii=10/10/2018 E.C/. Wednesday=17/06/2026 G.C . Sa'aan Qormaataa Waaree booda :8:30-11:00 Fi 2ffaa. Geography:Roobii=10/10/2018 E.C. Wednesday= 17/06/2026 G.C:Sa'aan Qormaataa Ganama :5:00-7:30.Carraa Gaarii!!! | 270 |
| 15 | Hub: Afaan Oromoo fi Geography batch 2015 linkii isaa jalqabaa fayyadamaa. | 270 |
| 16 | Sagantaa fi guyyaa qormaata | 120 |
| 17 | Candidate placement and Schedule by Exam Round with Session.xlsx | 93 |
| 18 | Barattoota Afaan Oromoo fi Geography Waggaa 4ffaa hundaaf Password fi username keessaan linkii armaan olii kanan gala ilaaladhaa | 95 |
| 19 | 没有文字... | 91 |
| 20 | Sagantaa fi guyyaa qormaata | 274 |
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
