ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

Gali Ababor Official

Gali Ababor Official

前往频道在 Telegram

Hubannoo sirrii uumuuf

显示更多

📈 Telegram 频道 Gali Ababor Official 的分析概览

频道 Gali Ababor Official (@glababor) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 429 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 8 687,并在 芬兰 地区排名第 425 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 429 名订阅者。

根据 10 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 222,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 19.82%。内容发布后 24 小时内通常能获得 5.79% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 067 次浏览,首日通常累积 604 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Hubannoo sirrii uumuuf”

凭借高频更新(最新数据采集于 11 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

10 429
订阅者
无数据24 小时
+827 天
+22230 天

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
10月 '26
十月 '26
+108
在0个频道中
九月 '26
+191
在0个频道中
Get PRO
八月 '26
+67
在0个频道中
Get PRO
七月 '26
+60
在1个频道中
Get PRO
六月 '26
+41
在1个频道中
Get PRO
五月 '26
+3
在1个频道中
Get PRO
四月 '26
+21
在1个频道中
Get PRO
三月 '26
+15
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+13
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+19
在2个频道中
Get PRO
十二月 '25
+5
在1个频道中
Get PRO
十一月 '25
+119
在8个频道中
Get PRO
十月 '25
+14
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+9
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+34
在1个频道中
Get PRO
七月 '25
+233
在9个频道中
Get PRO
六月 '25
+468
在6个频道中
Get PRO
五月 '25
+11
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+7
在3个频道中
Get PRO
三月 '25
+8
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+11
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+12
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+129
在4个频道中
Get PRO
十一月 '24
+170
在5个频道中
Get PRO
十月 '24
+264
在3个频道中
Get PRO
九月 '24
+343
在9个频道中
Get PRO
八月 '24
+886
在8个频道中
Get PRO
七月 '24
+122
在10个频道中
Get PRO
六月 '24
+27
在8个频道中
Get PRO
五月 '24
+147
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+102
在3个频道中
Get PRO
三月 '24
+334
在6个频道中
Get PRO
二月 '24
+109
在3个频道中
Get PRO
一月 '24
+95
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+197
在4个频道中
Get PRO
十一月 '23
+26
在1个频道中
Get PRO
十月 '23
+154
在4个频道中
Get PRO
九月 '23
+440
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+35
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+1
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+12
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+18
在0个频道中
Get PRO
四月 '230
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+7
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+17
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+20
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+9
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+83
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+402
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+185
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+519
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+188
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+490
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+57
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+180
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+17
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+24
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+309
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+111
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+115
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+200
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+478
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+278
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+1 096
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+133
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+123
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+165
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+97
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+105
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+10 779
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
09 十月+4
08 十月+21
07 十月+8
06 十月+2
05 十月+15
04 十月+40
03 十月+3
02 十月+4
01 十月+11
频道帖子
Tasgabbii fi Boqonnaa sammuu Salaata Ishaa'ii Booda Argamu.. 🌙✨ *** Qabsoon guuyyaa ni xumurama; wacaafi jeequmsi addunyaas ni cal'isa; tarii seenaan kee inni guddaafi haaraan guyyaa kessatti jalqabu ta'a. Hirriiba rafuun dura mataa keetii fi Rabbii kee wajjiin walitti araaramuu si haa waffaqu. Gorsa Halkan har'aa: Osoo qalbii kee keessa mufannoon ulfaataan ykn waa'ee borii yaadda'uun jiruu gara firaasha keetii hin deemin. Guyyaan borij harka Rabbii jira; Onneen kamuu boqonnaa kan argattu dhimma ishee hunda Allaah harka qofa yoo keesseedha. Kanaafuu * Onnee kee qulqulleessi: Sammuun kee akka boqottuuf namaaf araarami. * Wudu'adhu: Qulqullina (wudu'a) godhatanii rafuun sunnaa Nabiyyiiti (SAW). * Witrii Saaatii: Qabrii kee keessatti ifaa kan siif taatu raka'aa takka taatullee salaata laylii (tahajjuda) salaati. Guyyaa kana keessatti dubbiin kee inni dhumaa zikrii Rabbii haa ta'u. Qur'aanaan guyyaa kee yoo xumurte ammoo caalaatti filatamaadha. Mee zikrii ittiin halkan keessan miidhagsitan yaada (comment) jalatti nuuf qoodaa. ## Halkan tasgabbii, kan nageenyaa fi boqonnaa qabu isiniif haa ta'u 🤍🌿.

2
ከዒሻ ሰላት በኋላ የሚሰፍን ሰላምና መረጋጋት.. 🌙✨ *** https://t.me/glababor የቀኑ ውጣ ውረድ ያበቃል፣ የዓለምም ጫጫታ ይረግባል፤ በእለቱ ውስጥ ትልቁ ታሪክህ ይጀምር ይሆናል። ከ
ከዒሻ ሰላት በኋላ የሚሰፍን ሰላምና መረጋጋት.. 🌙✨ *** https://t.me/glababor የቀኑ ውጣ ውረድ ያበቃል፣ የዓለምም ጫጫታ ይረግባል፤ በእለቱ ውስጥ ትልቁ ታሪክህ ይጀምር ይሆናል። ከመተኛትህ በፊት ከራስህና ከጌታህ ጋር የምትታረቅበት ታሪክ ይሁንልህ። የዚህች ሌሊት ምክር፦ በልብህ ውስጥ ከባድ ቅሬታን ወይም ስለ ነገ መጨነቅን ተሸክመህ ወደ አልጋህ አትሂድ። ነገ በአላህ እጅ ነው፤ ልቦች እረፍት የሚያገኙት ጉዳያቸውን የሁሉ ነገር የበላይ ለሆነው ጌታ አሳልፈው ሲሰጡ ብቻ ነው። * ልብህን ንፁህ አድርግ፦ አእምሮህ እንዲያርፍ ይቅርታ አድርግ። * ውዱእ አድርግ፦ በንጽህና ላይ ሆኖ መተኛት የነቢዩ (ሰ.ዓ.ወ) ሱና ነው። * ዊትር ስገድ፦ በቀብርህ ውስጥ ብርሃን የምትሆንልህን አንዲት ረከዓ ቢሆንም እንኳን ለይል ሰላት ስገድ። በዚህ ቀን የመጨረሻ ንግግራችሁ የአላህ ማስታወሻ (ዚክር) ይሁን። በቁርዓን ቀንህን ቢታኸትም ምርጥ ይሆናል። እስቲ ሌሊታችሁን የምታረኩበትን ዚክር በኮሜንት ላይ ያካፍሉን። ## ለሁላችሁም ሰላማዊና ጸጥ ያለ ሌሊት ይሁንላችሁ ።
537
3
ሃሩን አር-ራሺድ በሞት አፋፍ ላይ እያለ ወንድሞቹን "የመቃብር ቦታዬን አሳዩኝ" አላቸው። ወስደውም የተዘጋጀለትን መቃብር አሳዩት። መቃብሩን ተመልክቶ ካለቀሰ በኋላ ዓይኖቹን ወደ ሰማይ አንስቶ እንዲህ አለ፦ ما أغنى عني مالية، هلك عني سلطانية "ሀብቴ ምንም አልጠቀመኝም፤ ስልጣኔም አሁን ከእኔ ጠፍቷል" ማለት ነው። ከዚያም በመቀጠል እንዲህ አለ፦ يا من لا يزول ملكه፣ ارحم عبدا قد زال ملكه "ንግስናው (ስልጣኑ) የማይጠፋው ጌታ ሆይ! ንግስናው ላለቀበት ባሪያህ እዘንለት" ማለት ነው። ይህች ዓለም ምንም ያህል ብትመች፣ ሀብት፣ ስልጣንና ዝና ቢኖርህም ልክ እንደ ዓይን ቅፅበት የሚታልፍ ናት። መቃብር ደግሞ ሰውን ሁሉ ለመዋጥ ትጠባበቃለች። ስለዚህ ለቀጣዩ ዓለም (ለአኺራችን) እንዘጋጅ። https://t.me/glababor
834
4
Barumsi Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa Marsaa 4ffaa guyyaa borii jalqaba Inshaa Allaah. https://t.me/markazibnabbas **** Ibn Abbas Academy online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa marsaa sadii galmeessee barsiisaa ture. Barattoota warra marsaa duraa xumursisee eebbisiiseera. Barnootichi waggaa lamatti xumurama. Ammas Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin marsaa 4ffaa barsiisuuf galmee jalqabeera. Barumsichi Fulbaana 20tti jalqaba Inshaa Allaah. Kanaafuu namoonni Qur'aana Rabbii Tafsiira isaafi waan isatti rarra'u barachuu barbaaddan galmaa'aa. Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti: **** 1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu, 2. Aqiidaa, 3. Usuul Attafsiir, 4. Fiqhii, 5. Hadiisa, 6. Tarbiyaa, 7. Siiraa fi 8. Lughaa hammata. Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a. Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman: ** . Qur’aanaa Ilaalchaan qara’anii xumuruu, . Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu, . Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu, . Sagantaa barnootaa irratti argamuu danda’uu. Wantoota galmeef barbaachisan **** 1. Email mataa keessanii banachuu, 2. Foormii guutuu, 3. Kafaltii dhaabbatichaaf barbaachisu kafaluudha. Galmaa'uufi Odeeffannoo dabalataa argachuuf telegraama kana seenaa: https://t.me/markazibnabbas Ykn bilbila +251913819109, 0952418212, +251911279487
1 959
5
Darsiin Dippiloomaa Tafsiira Ibn Abbas Academy Idileen gaafa Roobii jalqabama Inshaa Allaah. Boriifi Kibxata Seensa Tafsiiraa Qaraanaa seenaa hordofaa. https://t.me/markazibnabbas/2350 Liinkii kanaan seenaa galmaa'aa.
2 102
6
https://vt.tiktok.com/ZS9AbN5WUoNFn-CGxX9/
2 208
7
没有文字...
2 457
8
Eebba Tafsiira Qur'aanaa Ibn Abbas Academy galgala har'aa irraa akka hin oolle. Ishaa booda sa'aa 2:30 Inshaa Allaah. Mana Tiktok Ustaaz Ibsaa Hasan Qilleensi Nasrii Bubbise Page irratti wal haa agarru. https://t.me/markazibnabbas اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه
2 371
9
Jumu'aa iftaanii galgala barattoonni 30 kanneen Tafsiira Qur'aanaa sagantaa dippiloomaa baratanii xumuran ni eebbifamu Inshaa Allaah Barattoonni Ibn Abbas Academy marsaa 1ffaa sagantaa dippiloomaa Tafsiiraa barataa turan Jumu'aa iftaanii Fulbaana 15/2019 ykn September 25/2026 eebbifamuuf qophiin xumurameera. Bakki eebbaas Mana Tiktok Ustaaz Ibsaa Hasan Qilleensi Nasrii ta'a Inshaa Allaah. Sa'aatiin isaa Salaata Ishaa booda sa'aa 2:30 irraa eegalee yoo ta'u achirratti keessummoonni adda addaa argamanii ergaa ni dabarsu Inshaa Allaah. Barumsi isaan barataa turan Tafsiira Qur'aanaa guutuu, Usuul Attafsiir, aqiidaa, hadiisa, Fiqhiifi Lughaadha. Namoonni isiniif mijaa'e hunduu sagantaa kana irratti akka argamtan affeeramtaiittu. Galmeen marsaa 4ffaa kan barattoota haaraas hanga gaafa sanaatti kan itti fufu ta'a Inshaa Allaah. Odeeffannoo dabalataa argachuuf telegraama armaan gadii seenaa: https://t.me/markazibnabbas
2 317
10
Yaa'iin Walii galaa Idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa har'a Masjiida Aali Imraan (CMC) seena qabeessa ta'e keessatti haala miidhagaa ta'een geggeeffameera. *** Guyyaa har'aa Mana marii ol'aanaa bakka bu'uun Pireezidantii keenya waliin argamnee yaa'icja irratti hirmaannee jirra. Sirna majlisaa cimsuu, tokkummaa Muslimaa jabeessuufi hoggantootaf ajajamuu ilaalchisee ergaan cimaan darbeera. Keessattuu dhimma tokkummaa irratti ergaan jabaan dabarfameera. Waltajjii kana irratti gabaasni hojii bara 2018, karoorri hojii bara 2019 akkasumas karoorri yeroo dheeraa bara 2019 - 2022 dhiyaatee irratti mari'atama. Miseensonni yaa'ichaas gabaasaafi karoora dhiyaatan gadi fageenyaan madaaluun ni raggaasisu jedhamee eegama.
2 470
11
የለሚ ኩራ ክፍለ ከተማ እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት 1ኛ ዓመት 2ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ዛሬ በታሪካዊው አሊ ዒምራን መስጅድ በታላቅ ድምቀት ተካሂዷል። በዕለቱ ከፍተኛ ምክር ቤቱን ወክለን ከፕሬዚዳ+1
የለሚ ኩራ ክፍለ ከተማ እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት 1ኛ ዓመት 2ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ዛሬ በታሪካዊው አሊ ዒምራን መስጅድ በታላቅ ድምቀት ተካሂዷል። በዕለቱ ከፍተኛ ምክር ቤቱን ወክለን ከፕሬዚዳንታችን ጋር ተሳትፈናል። የመጅሊሱን አወቃቀር ስለማጠናከር፣ ስለ ሙስሊሙ አንድነትና አመራሮችን ስለማክበርና መታዘዝ ዙሪያ ጠንካራ መልዕክት ተላልፏል። በተለይ በአንድነት ዙሪያ ጠንካራ መልዕክት ተላልፈዋል። በጉባኤው ላይ የ2018 ዓ.ል የሥራ ሪፖርት፣ የ2019 ዓ.ል የሥራ ዕቅድ እንዲሁም ከ2019 - 2022 ዓ.ል የሚቆየው የረጅም ጊዜ ዕቅድ ቀርቦ ውይይት ይደረጋል። ጉባኤተኛውም የቀረቡትን ሪፖርቶችና ዕቅዶች በጥልቀት በመገምገም ያፀድቃል ተብሎ ይጠበቃል።
2 170
12
Barattoonni 28 kanneen Tafsiira Qur'aanaa sagantaa dippiloomaa baratanii xumuran Jum'aa fuuldura keenyaa Fulbaana 15/2019 galgala eebbifamu Inshaa Allaah Barattoonni Ibn Abbas Academy marsaa 1ffaa sagantaa dippiloomaa Tafsiiraa barataa turan Fulbaana 15/2019 ykn September 25/2026 eebbifamuuf qophiin xumurameera. Bakki eebbaas Mana Tiktok Ustaaz Ibsaa Hasan Qilleensi Nasrii Bubbise ta'a Inshaa Allaah. Sa'aatiin isaa Salaata Ishaa booda sa'aa 2:30 irraa eegalee yoo ta'u achirratti keessummoonni adda addaa argamanii ergaa ni dabarsu Inshaa Allaah. Barumsi isaan barataa turan Tafsiira Qur'aanaa guutuu, Usuul Attafsiir, aqiidaa, hadiisa, Fiqhiifi Lughaadha. Namoonni isiniif mijaa'e hunduu sagantaa kana irratti akka argamtan affeeramtaiittu. Galmeen marsaa 4ffaa kan barattoota haaraas hanga gaafa sanaatti kan itti fufu ta'a Inshaa Allaah. Odeeffannoo dabalataa argachuuf telegraama armaan gadii seenaa: https://t.me/markazibnabbas
1 793
13
Galmee Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa Marsaa 4ffaa galmaa'aa. Darsii Fulbaana kudhanitti jalqabna Inshaa Allaah. اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه **** Ibn Abbaas Akkaadiimiin online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa marsaa sadii galmeessee barsiisaa ture. Barattoota warra marsaa duraa xumursiseera. Barnootichi waggaa lamatti xumurama. Ammas Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin marsaa 4ffaa barsiisuuf galmee jalqabeera. Barumsichi Fulbaana 10tti jalqaba Inshaa Allaah. Kanaafuu namoonni Qur'aana Rabbii Tafsiira isaafi waan isatti rarra'u barachuu barbaaddan galmaa'aa. Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti: **** 1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu, 2. Aqiidaa, 3. Usuul Attafsiir, 4. Fiqhii, 5. Hadiisa, 6. Tarbiyaa, 7. Siiraa fi 8. Lughaa hammata. Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a. Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman: ** . Qur’aanaa Ilaalchaan qara’anii xumuruu, . Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu, . Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu, . Sagantaa barnootaa irratti argamuu danda’uu. Wantoota galmeef barbaachisan **** 1. Email mataa keessanii banachuu, 2. Foormii guutuu, 3. Kafaltii dhaabbatichaaf barbaachisu kafaluudha. Galmaa'uufi Odeeffannoo dabalataa argachuuf telegraama kana seenaa: https://t.me/markazibnabbas
2 395
14
Halkan Jumu'aatti seennee jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba? قال الله تعالى👇 إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا Rabbiin ol ta'e ni jedhe: Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56) وفي الحديث👇 أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا، Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW) ( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي ) Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan. اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،
2 465
15
Galmee Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa Marsaa 4ffaa galmaa'aa Nabiyyii Rabbii irratti salawaata buusaa اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه **** Ibn Abbaas Akkaadiimiin online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa marsaa sadii galmeessee barsiisaa ture. Barattoota warra marsaa duraa xumursiseera. Barnootichi waggaa lamatti xumurama. Ammas Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin marsaa 4ffaa barsiisuuf galmee jalqabeera. Barumsichi Fulbaana 10tti jalqaba Inshaa Allaah. Kanaafuu namoonni Qur'aana Rabbii Tafsiira isaafi waan isatti rarra'u barachuu barbaaddan galmaa'aa. Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti: **** 1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu, 2. Aqiidaa, 3. Usuul Attafsiir, 4. Fiqhii, 5. Hadiisa, 6. Tarbiyaa, 7. Siiraa fi 8. Lughaa hammata. Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a. Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman: ** . Qur’aanaa Ilaalchaan qara’anii xumuruu, . Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu, . Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu, . Sagantaa barnootaa irratti argamuu danda’uu. Wantoota galmeef barbaachisan **** 1. Email mataa keessanii banachuu, 2. Foormii guutuu, 3. Kafaltii dhaabbatichaaf barbaachisu kafaluudha. Galmaa'uufi Odeeffannoo dabalataa argachuuf telegraama kana seenaa: https://t.me/markazibnabbas
3 079
16
Amma immoo Sadarkaa kana irra geenyee jirra. Alhamdu Lillaah. Amma xumurrutti biraa hin deebinu Inshaa Allaah. Markaza Bilaal
Amma immoo Sadarkaa kana irra geenyee jirra. Alhamdu Lillaah. Amma xumurrutti biraa hin deebinu Inshaa Allaah. Markaza Bilaal Magaalaa Sheekiitu sadarkaa kanarra ga'ee jira. Namoonni waadaa seentanii turtan waadaa keessan guuttadhaa. Namoonni biroos niyyadhaa. Baankii Rabbii keessa keeyyadhaa. Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii *** Hijraa 1000055510001 Raammis 1010058603001 Daashin 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 Hijraa 1000055510001 Awash 014251723927801 Dedo Bilal Mesjid በጅማ ዞን ዴዶ ወረዳ ሼኪ ከተማ የተጀመረው ቢላል መርከዝ በጥሩ ሁኔታ እየተገነባ ይገኛል። ቃል የገባችሁት ሰዎች አስገቡልን። ሌሎቻችሁም ነይቱ። የባንክ ሂሳብ *** ሂጅራ 1000055510001 ራምስ 1010058603001 ዳሽን 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 ሂጅራ 1000055510001 አዋሽ 014251723927801 ዴዶ ቢላል መስጊድ
1 226
17
Shamarran keenya dhiira sin fuudha jedhee ammuma zinaaf si barbaaduu wajjin gonkuma kabaja kee hin balleessin. Shamarran baay'eetu kanaan gowwoomanii kabaja isaanii dhabanii jiruufi jireenya isaanii balleessan. Wallaahii baay'een isaanii rakkoo nama gaddisiisuuf saaxilaman. Dhiirri sagaagalaaf si barbaadu kamuu dhirsa siif ta'uuf hin deemu. Jireenyi akkasiin ijaaramus salphina addunyaafi aakhiraati. Dhaamsa obbolummaa kan onnee irraa maddeedha.
1 483
18
س1/ لو لابس جلابية علي اللحم من غير ملابس داخلية ينفع أصلي بيها؟ مع العلم أنا رجل مش امرأة .👇 ج/لو قماش الجلابية مش مبين لون الجلد ينفع تصلي بها ،لكن لو كانت الملابس مبينة لون البشرة فلا تصح الصلاة فيها إلا لو سترنا منطقة العورة ما بين السرة والركبة بملابس داخلية أو خارجية مع الجلابية الخفيفة اللي مبينة لون البشرة 🔹️يعني ممكن تلف فوطة أو قطعة قماش علي منطقة العورة فوق الجلابية أو تلبس ملابس داخلية تحتها تستر مكان العورة لحد ما تخلص صلاتك. ================ س2/طيب الحكم دا نفسه للمرأة؟ يعني ينفع تصلي بعباية من غير ملابس داخلية أيضاً؟ ج/نعم نفس الحكم، بس مقدار عورة المرأة في الصلاة أكثر من الرجل ،فعورة المرأة في الصلاة جميع جسدها ما عدا الوجه والكفين ويضاف اليهم القدمان عند الإمام أبي حنيفة 👈فكدا لازم تلبس عباية لا تظهر لون الجلد لجميع جسدها باستثناء الوجه والكفين والقدمين. 🔹️وينبه علي أن المرأة لو فعلت هذا لابد أن تنتبه جيداً عند الركوع والسجود حتي لا ينكشف شئ من ساقيها فهي عورة لابد أن تستر في الصلاة كما تقدم. 🔹️تنبيه هام جداً أن الثوب إذا كان خفيف يظهر لون البشرة فهذا لا يتحقق به الستر وتعاد الصلاة التي صليت به اما إذا لم يكن خفيفاً جداً يعني خفيف حاجة بسيطة قد يظهر منه لون الجلد بتأمل وتدقيق فذكر بعض علماء المالكية أن هذا الصلاة فيه مكروهه وتعاد مرة أخرى إذا لم يخرج وقت الصلاة ،فان خرج وقت الصلاة فلا تعاد وتصح مع الكراهة كما تقدم. 🔹️جاء في كتاب منح الجليل وهو من كتب المالكية في وصف الثوب الذي يصلى فيه:" ..ساتر كثيف أي صفيق لا يظهر منه اللون بلا تأمل بأن كان لا يظهر اللون منه دائما، أو يظهر منه بعد التأمل، لكن الستر بهذا مكروه وتعاد الصلاة فيه في الوقت. اهــ.📖 ================ هدانا الله وإياكم الى الطريق المستقيم وتقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲🌸 واللـــــــــــــــــــــــه أعلـــــــــــــــــــــم ✍️وكتبه /محمدالحنفي/ 00201146023909 إذا أتممت القراءة فقل الحمد لله رب العالمين 🤲🌸وصل علي النبي الأمين ﷺ🌸💐 س1/ لو لابس جلابية علي اللحم من غير ملابس داخلية ينفع أصلي بيها؟ مع العلم أنا رجل مش امرأة .👇 س1/ لو لابس جلابية علي اللحم من غير ملابس داخلية ينفع أصلي بيها؟ مع العلم أنا رجل مش امرأة .👇
1
19
Ijaarsi Markaza Bilaal Godina Jimmaa Magaalaa Sheekii Aanaa Dedoo sadarkaa kana ga'uuf namni ga'ee olaanaa taphate Haji Abdul+2
Ijaarsi Markaza Bilaal Godina Jimmaa Magaalaa Sheekii Aanaa Dedoo sadarkaa kana ga'uuf namni ga'ee olaanaa taphate Haji Abdulqaadir H/Aliiti. Waabee gamaa dhufanii Jimmaan Magaalaa Sheekiitti miliyoona 10 Markaza Islaamaatiif niyyatanii turan. Maallaqa niyyatan sana keessaa meeshaa miliyoona 1.5 bitanii nuuf galchaniiru. Rabbiin milkii addunyaafi aakhiraa isaan haa badhaasu. Qulfiin addunyaafi aakhiraa harka isaanii haa kaa'amu. Milkiin walitti haa qabamuuf. Namoonni biroo kanneen waadaa seentan akkuma isaanii kana waadaa nuuf guutaatii ijaarsa markaza keenyaa ariitiin haa xumurrannu. من المؤمنين رجال صدقوا ما عاهدوا الله عليه Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii *** Hijraa 1000055510001 Raammis 1010058603001 Daashin 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 Hijraa 1000055510001 Awash 014251723927801 Dedo Bilal Mesjid
2 169
20
Barumsa Gannaa Gabaabduu *** Baatii gannaa lamaan kana yoo Rabbiin nuuf eeyyame kitaaba Fiqhii "Manhaj Assaalik" kan Sheykh Abdurrahmaan bin Naasir Assa'adii galgala galgala qaraanee fixna. Kallattii telegraamaafi tiktokiitiin ta'ee Yeroon isaas Ishaa booda 2:45 hanga 3:30 ta'a Inshaa Allaah.
1