Siinqii Aakhiraa.
前往频道在 Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
显示更多未指定国家未指定类别
765
订阅者
+924 小时
+557 天
+11930 天
帖子存档
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,000 qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Fakkeenya Salaataa keessatti "Galanni Arrabaa" maaliin bakka bu'a?
Garaagarummaa Hamdii fi Shukrii gidduu jiru ilaalchisee kamtu sirriidha?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 7ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a926a34527a5bfb7739bd30
🛑 Beeksisa Barbaachisaa
⌛️ Beeksisa Barattoota keenya Chaanaala TV Afrikaa irratti barnoota hordoftan hundaaf:
📚 Barnoonni Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Chaanaala TV Afrikaa (Africa TV) irratti tamsaa’u, boru irraa eegalee yeroon sagantaa barnootaa guyyaa Sanbataa ittin tamsaa'u jijjiiramu isaa isin beeksisuu barbaanna.
🕝 Yeroon haaraan:
2:30 – 3:00 waaree booda (Sa’aatii Makkaatti)
8:30 – 9:00 Sa'aatii Guyyaa (Akka Sa'aatii Itoophiyaatti) irratti Kan darbu ta'a. Kunis sa'aatii duraanii ittiin tamsaa'u bakka bu’a.
🖍 Hubachiisa:
Jijjiiramni sagantaa kun guyyaa sanbataa qofa ilaallata. Guyyoota hafan keessatti yeruma isaanii kan duraanii irratti kan tamsaa'u ta'a!!
💫 Jazaakumullaahu khayran!
#Akaakadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 7ffaa.mp37.61 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 7ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Torbaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=6HY_St7EU3s&si=04nAO2UwZ3tvP8rb
Linkii Qormaataa!!
👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
📋 Qajeelfama Qormaataa
🗓 Yeroo Qormaataa
Qormaanni torbee tokkoffaa Koorsii Tarbiyaa banameera.
Qormaanni kun Dilbata, 30/08/2026 ykn 24/12/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10tu argama.
Gaaffiin tokko qabxii 1 qaba.
Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama.
🚫 Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
⏲ Hubachiisa
👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma.
🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
👉@AfricaacademyOromo
🌷 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh!
📚 Kabajamtoota barattoota keenya!
Qormaata Torbee Tokkoffaa Barnoota Tarbiyaa qoramuuf qophaa'aa jirtuu?
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramuu ni dandeessu.
🔸 HUBACHIISA:
☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_torbee_tokkoffaa
Kanneen armaan gadii keessaa kamtu sababaa sirrii fudhachuu fakkeenya gaarii dha?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 6ffaa hojjadhaa 👇
👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a8fba75d14149b211df417a
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa.mp311.17 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 6ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Jahaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
