Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 719
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 125 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 719。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 125 名订阅者。
根据 11 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -182,过去 24 小时变化为 -3,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 44.20%。内容发布后 24 小时内通常能获得 17.33% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 21 275 次浏览,首日通常累积 8 339 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 251。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 12 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 125
订阅者
-324 小时
-747 天
-18230 天
帖子存档
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa.mp39.91 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Lammaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=hMKsQmPTpio&si=BV6x6mp2O4bc9ZV6
Ikhlaasa jechuun gabbartii keessatti Rabbi waliin waan biraa yaaduudha
Hojiin Rabbi biratti bareeduuf maaliin mirkanaa'u qaba?
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 1ffaa.mp310.68 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Tokkoffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/dZCZZ1l-VrU
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!!
🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo,
📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a.
📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a.
🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama.
Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama.
📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!!
💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu.
Milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?!
📚Barattoota keenya kabajamoo,
🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa fudhatan hedduu ta'aniif Barattoota koorsii hadiisaa keessatti akka walii galaatti qabxii ol-aanaa galmeessan yeroo dhihootti kan isin beeksifnu ta'a!!
📚 Koorsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa Guyyaa boru irraa eegale kan jalqabu ta'a.
📖 Imala beekumsa keessanii ammaas nu waliin itti fufaa
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda
📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a.
📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!!
☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Akkaadaamii Afriikaa
📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa.
🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa.
🤳🏼 Midiyaalea hawaasummaa
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️
Facebook:
https://www.facebook.com/africaacademyor
Instagram:
https://www.instagram.com/africaacademyor
Telegram:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
TikTok:
tiktok.com/@africaacademyor
YouTube:
youtube.com/@AfricaAcademyOr
X:
x.com/AfricaAcademyOr
Akkaadaamii Afriikaa
📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa.
🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa.
🤳🏼 Midiyaalea hawaasummaa
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️
Facebook:
https://www.facebook.com/africaacademyor
Instagram:
https://www.instagram.com/africaacademyor
Telegram:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
TikTok:
tiktok.com/@africaacademyor
YouTube:
youtube.com/@AfricaAcademyOr
X:
x.com/AfricaAcademyOr
📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!!
📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara garaatin Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa yeroo kenname keessatti hin qoramin hundi oduu gaarii isiniif qabna.
✅ Carraan keessan gonkumaa hin badne; isin:
📚 Amma Barnoota haaraa koorsii 2ffaa nu waliin hordofuu ni dandeessu.
🗓️ Sana booda qormaata barnoota hadiisaa kan xumuraa isin darbee, qormaata bakka bu’iinsaa dhuma simisteeraa irratti deebitanii qoramuu dandeessu.
⚠️ Hubachiisa Cimaa!!
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna!!!
🌟 Hundi keessaniif milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Carraa Dhumaa!!
📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata fudhachuu hin dandeenyee nutti himaa jiru.
📌 Sababoota kanneen ilaalcha keessa galchuun qormaata xumuraa carraa xumuraatif guyyaa tokkoof (sa'atii 24f) banaa akka ta'u goone jirra.
🔖 Kanaafuu barattoonni haga amma qormaata kana hin fudhatin carraa xumuraa kana fayyadamuun qormaatamaa!!!
👉 Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
⚠️ Hubachiisa Cimaa!!
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa barattoonni 11,000 ol qoramanii jiru. Atihoo qoramtee jirtaa?
📚 Barattoota keenya kabajamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe.
🚨 Ammuma qormaata fudhadhu, carraa kee hin dabarsin.
🏆 Qorami, Badhaasaafis dorgomi! 🔥
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
📣YAADACHIISA CIMAA!!
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo,
🔖 Qormaatai xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 10700 ol qormaatamani jiru.
Isinhoo??
➡️ Barattoonni sababa gara garaatin hanga qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!!
👉 Liinki qormaataa
⚠️ Hubachiisa Cimaa
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii fi barattoonni tokko tokko rakkoo gara garaatin qoramuu hin dandeenyeef jecha guyyaa lamaaf hanga guyyaa Kibxataa 18/08/2026 halkan sa'aatii 1:00 dheereefamee jira.
➡️ Kanaafu, barattoonni sababa gara garaatin qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa
📚 Barattoota keenya kabajamoo,
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa guyyaa har'aa halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa kana fayyadamuun ammuma qormaata fuudhaa, imala beekumsa keessani nu waliin itti fufsiisaa!!
Maal kana qofa??
🏆 Barattoota koorsii jalqabaa barnoota hadiisaa kana keessatti qabxii ol'aanaa galmeessaniifis badhaasni qopheeffamee jira!
🥇1ffaa-5,000 birr
🥈2ffaa-3,000 birr
🥉3ffaa-2,000 birr
💡 Nu waliin baradhaa; Qoramaa; Badhaafamaa!!
🗣Hubachiisa
Qaxiin (Firiin) qormaataa fi Deebiin sirriin erga qormaanni cufame booda ifoom!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
