uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Відкрити в Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Показати більше
Країна не вказанаОсвіта3 719

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Канал Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 48 115 підписників, посідаючи 3 719 місце в категорії Освіта.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 48 115 підписників.

За останніми даними від 11 листопада, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -182, а за останні 24 години на -3, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 44.20%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 17.33% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 21 275 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 8 339 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 251.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 12 листопада, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Освіта.

48 115
Підписники
-324 години
-747 днів
-18230 днів
Архів дописів
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa.mp39.91 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 2ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Lammaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=hMKsQmPTpio&si=BV6x6mp2O4bc9ZV6

Ikhlaasa jechuun gabbartii keessatti Rabbi waliin waan biraa yaaduudha
Anonymous voting

Hojiin Rabbi biratti bareeduuf maaliin mirkanaa'u qaba?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 1ffaa.mp310.68 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 1ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Tokkoffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/dZCZZ1l-VrU

🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a. 📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a. 🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama. Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama. 📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!! 💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu. Milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?! 📚Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa
Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?! 📚Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa fudhatan hedduu ta'aniif Barattoota koorsii hadiisaa keessatti akka walii galaatti qabxii ol-aanaa galmeessan yeroo dhihootti kan isin beeksifnu ta'a!! 📚 Koorsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa Guyyaa boru irraa eegale kan jalqabu ta'a. 📖 Imala beekumsa keessanii ammaas nu waliin itti fufaa #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a. 📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!! ☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Akkaadaamii Afriikaa 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odee
Akkaadaamii Afriikaa 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Midiyaalea hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr

Akkaadaamii Afriikaa 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Midiyaalea hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr

📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!! 📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara gar
📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!! 📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara garaatin Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa yeroo kenname keessatti hin qoramin hundi oduu gaarii isiniif qabna. ✅ Carraan keessan gonkumaa hin badne; isin: 📚 Amma Barnoota haaraa koorsii 2ffaa nu waliin hordofuu ni dandeessu. 🗓️ Sana booda qormaata barnoota hadiisaa kan xumuraa isin darbee, qormaata bakka bu’iinsaa dhuma simisteeraa irratti  deebitanii qoramuu dandeessu. ⚠️ Hubachiisa Cimaa!! ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna!!! 🌟 Hundi keessaniif milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Carraa Dhumaa!! 📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata f
Carraa Dhumaa!! 📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata fudhachuu hin dandeenyee nutti himaa jiru. 📌 Sababoota kanneen ilaalcha keessa galchuun qormaata xumuraa carraa xumuraatif guyyaa tokkoof (sa'atii 24f) banaa akka ta'u goone jirra. 🔖 Kanaafuu barattoonni haga amma qormaata kana hin fudhatin carraa xumuraa kana fayyadamuun qormaatamaa!!! 👉 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 ⚠️ Hubachiisa Cimaa!! ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa barattoonni 11,000 ol qoramanii jiru. Atihoo qoramtee jirtaa?
Anonymous voting

📚 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe. 🚨 Ammuma qormaat
📚 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe. 🚨 Ammuma qormaata fudhadhu, carraa kee hin dabarsin. 🏆 Qorami, Badhaasaafis dorgomi! 🔥 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

📣YAADACHIISA CIMAA!! ➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖 Qormaatai xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 1070
📣YAADACHIISA CIMAA!! ➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖  Qormaatai xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 10700 ol qormaatamani jiru. Isinhoo?? ➡️ Barattoonni sababa gara garaatin hanga qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!! 👉 Liinki qormaataa ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖  Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii fi barattoonni tokko tokko rakkoo gara garaatin qoramuu hin dandeenyeef jecha guyyaa lamaaf hanga guyyaa Kibxataa 18/08/2026 halkan sa'aatii 1:00 dheereefamee jira. ➡️ Kanaafu, barattoonni sababa gara garaatin qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

📚 Barattoota keenya kabajamoo, Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 🔖 Qormaanni xumuraa
📚 Barattoota keenya kabajamoo, Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa guyyaa har'aa halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa kana fayyadamuun ammuma qormaata fuudhaa, imala beekumsa keessani nu waliin itti fufsiisaa!! Maal kana qofa?? 🏆 Barattoota koorsii jalqabaa barnoota hadiisaa kana keessatti qabxii ol'aanaa galmeessaniifis badhaasni qopheeffamee jira! 🥇1ffaa-5,000 birr 🥈2ffaa-3,000 birr 🥉3ffaa-2,000 birr 💡 Nu waliin baradhaa; Qoramaa; Badhaafamaa!! 🗣Hubachiisa Qaxiin (Firiin) qormaataa fi Deebiin sirriin erga qormaanni cufame booda ifoom! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa