Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 719
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 115 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 719。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 115 名订阅者。
根据 11 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -182,过去 24 小时变化为 -3,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 44.20%。内容发布后 24 小时内通常能获得 17.33% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 21 275 次浏览,首日通常累积 8 339 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 251。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 12 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 115
订阅者
-324 小时
-747 天
-18230 天
帖子存档
📚 Kutaa Afuraffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/yPLFXFNhx9A?si=L1V__XveVwWwJNfq
Qabrii irratti gorsa addaa godhuun barbaachisaadha.
Shuruuxa Da'awaa keessaa nama tokko osoo da'awaa itti hin godhiin maal beekuutu barbaachisa
Kutaa Sadaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf1.69 MB
📚 Kutaa Sadaffaa
📮Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/AfXWMcjoMQw?si=5e2d-NA9EEIX6YNY
Abdallaah ibnu Mas'uud dachii habashaatti yeroo meeqa godaane?
Dalagaan Namaa Rabbii biratti fudhatama kan argatu Niyyaani.
Kutaa Lammaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf2.08 MB
📚 Kutaa Lammaffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/TQSc_wOqtWQ?si=dOIz1UcaiDklDwvK
Islaamummaan Waan shan qofa?
1.Ilmii hadiisa barachuun, irra gara mataa ol aanuu sababnni inni ta'ef maalif?
Kutaa Tokkoffaa - Hadith Sim 1ffaa.pdf1.96 MB
📚 Kutaa Tokkoffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal
🔗
https://youtu.be/Ih0ErBCwbXE?si=4iw9YcnVYNXifhJo
🌿 بسم الله الرحمن الرحيم 🌿
📢🔴 ODUU GAMMACHIISAA
🎓 Sagantaan Keenya Barnoota Dippiloomaa Shari'aa Islaamaa, Guyyaa Boruu 25/7/2026 Ykn 18/11/2018 Koorsii Dippiloomaa Jalqabaatiin ifatti ni jalqaba.
Korsiin Keenya kan Jalqabaa Gosa Barnoota Hadiisaa ta'a.
📖 Sagantaan Barnoota Hadiisaa – Marsaa 1ffaa bifa Gabatee sagantaa kanaan kan dhihaatu ta'a.
🎙️ Barnoota kan keennan:
Prof. Muhammad Kamaal
🗓️ Sagantaa guyyoota barnootaa fi qormaataa guutuu suuraa kana keessatti argattu.
"Beekumsi Shari'aa ifa jireenyaa fi karaa milkaa'ina addunyaa fi akhiraati."
Ifaa beekumsa Nama Hundaaf!!
Akaadaamii Afriikaa!!
Marsaa Jalqabaa!!
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA!
🎙 Keessummaan Kabajaa:
Prof. Muhammad Kamaal
🗓 Jimaata booru: 17/11/2018
🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)
✨
Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) nu eeggadhaa! 🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.
