Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 719
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 115 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 719。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 115 名订阅者。
根据 11 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -182,过去 24 小时变化为 -3,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 44.20%。内容发布后 24 小时内通常能获得 17.33% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 21 275 次浏览,首日通常累积 8 339 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 251。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 12 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 115
订阅者
-324 小时
-747 天
-18230 天
帖子存档
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii lenjii gabaabaa "Hojii Qalbii" har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti qooramuu ni dandeessu.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa jimaata halkan sa'aatii 1:00 banaadha. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramaa.
➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!!
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96
📢 Beeksisa Cimaa Barattoota Keenya Hundaaf!!
Alhamdulillaah, hayyama Rabbiitin koorsii gabaabaa "Lenjii Hojii Qalbii" kutaa saddeet (8) of keessaa qabu kaleessa milkaa'inaan xumurreera.
Fadhii Rabbii yoo ta'e, Qormaanni waliigalaa (Xumuraa) koorsii kanaa dhihootti isiniif keennama.
📅 Guyyaa fi sa'aatiin Qormaanni itti keennamu yeroo dhihootti isin beeksifna.
📚 Hanga yeroo sanaatti, barnoota barattan irra deebi'aa dubbisaa, qormaataafis sirriitti qophaa'aa.
➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!!
Marsariitii (Website) irratti warri galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Mu'uminni tokko kajeellaa, sodaa fi jaalala bakka tokkotti walitti qabuu hin danda'u.
___ jechuun fedhiin namaa waan tokkorraa gara waan isa caaluutti madaaluudha.
📚 Kutaa saddeettaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/yvwYFJheKx4
Yaadachiisaaf!!
🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu!
🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa.
💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii.
💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii.
🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
📚 Kutaa Torbaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/wfMtmi7aRlI
Barattoota akkaataa gara Marsariitichaatti seenuun isin dhibe hundaaf
🌐 Marsariiticha (Website) Akaadaamichaa Seenuuf Ibsa sadarkaa sadarkaadhaan
☝️ Sadarkaa 1: Chrome ykn browser (internet banuu) kamiyyuu bani.
☝️ Sadarkaa 2: Bakka barbaachaatti (search) "orm.africaacademy.com" jechuun barreessii barbaadi.
☝️ Sadarkaa 3: Gara jalaatti gadi bu'ii "Amma Barnoota Jalqabi" kan jedhu cuqaasi.
☝️ Sadarkaa 4: "Google'n Itti Fufi" ykn "Telegram'n Itti Fufi" (kan yeroo galmee filatte keessaa tokko) cuqaasi.
☝️ Sadarkaa 5: Odeeffannoo akka guuttu yoo si gaafate guuti. Yoo hin gaafatamne, "Enter this course " kan jedhu suuraa ulamaa'ii jalatti argamu cuqaasi.
☝️ Sadarkaa 6: Ergasi gara jalaatti gadi bu'ii barnoota keessaa "Qormaata Torbee 1ffaa" jedhu cuqaasuun qormaata kee fudhadhu.
☝️ Sadarkaa 7: Qormaata erga xumurtee booda "Submit Finish" jedhu cuqaasi.
Yeroo qormaataa gaarii isiniif hawwina!!
#Akaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Barattoota keenya kabajamoo,
Qormaanni torbee jalqabaa Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti banamee jira.
🗓️ Qormaanni kun hanga boru Dilbata (Alhada) galgala sa'aatii 1:00tti banaa ta'ee tura.
Kanaafuu, herreega (akkaawuntii) itti galmooftan fayyadamuun marsariiticha seentanii qormaata keessan akka fudhattan isin beeksifna.
Akaadaamii Afrikaa
📚 Kutaa Jahaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/uycncTPwY7o
⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Hundaaf ⚠️
🚫 Hubachiisa: Yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa!
🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii]
https://orm.africaacademy.com/my/courses.php
📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa:
👉@AfricaacademyOromo
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Sagantaan keenya jalqabuuf daqiiqaa muraasaatu hafe itti dhihaadhaa!!
Erga sagantaan jalqabee booda yoo sagaleen isiniif dhagahaamu dide rakkoo connection ta'uu waan danda'uuf ammuma bakka nitwoorkii gaariin jiru ta'uuf yaalaa.
Akkasumas sagantaan kun sagantaa wal argaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsaa waan ta'eef sagantaa gaafii fi deebi waan hin ta'iini ijooleen erga dabruu dhiiftanii gaafii gaafachuu irratti xiyeeffannoo gootan osoo sagantaa dabruu irratti xiyyeffannoo gootan irra gaariidha.
Sagantaa gaarii isiniif haa ta'u!!
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA!
🎙 Keessummaa Kabajamaa:
Sheekh Alii Muhammad (Jimmaa)
🗓 Jimaata booru: 10/11/2018
🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)
✨ Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.
📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) ni tamsa'a.
🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!!
#Akaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu!
🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa.
💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii.
💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii.
🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera!
