https://t.me/Ijooseera
الذهاب إلى القناة على Telegram
https://t.me/http_Ijooseeraa https://t.me/http_Ijooseeraa https://t.me/http_Ijooseeraa
إظهار المزيدلم يتم تحديد البلدالقانون5 084
459
المشتركون
-124 ساعات
-27 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from Law students Union ️️️
External Vacancy Announcement
🏦አንበሳ ባንክ anbesa bank
Educational Qualification LLB Degree in Law
Position Junior Attorney
Only 2024,2025,2026 Graduates
Geez Regional Office
Interested applicants should present in person application letter along with CV & photocopies of credentials at:
Lion International Bank S.C
Northern Regional Office
Jubruk Area in front of ERCS
Mekelle
Deadline: July 29, 2026
Join us, LSU
ክፍት የሥራ ቦታ ማስታወቂያ
የኢፌዲሪ የፍትሕ ሚኒስቴር በሕግ የተጣለበትን ኃላፊነት በላቀ ለመወጣት ይችል ዘንድ የአምስት ዓመት ስትራቴጂክ ዕቅድ በማውጣት የአሰራር እና የአደረጃጀት ማሻሻያዎችን አድርጓል። በአዲሱ አደረጃጀት መሠረት ባሉ የተለያዩ ማስተባበሪያዎች፣ ቅርንጫፍ ጽ/ቤቶች፣ ዳይሬክቶሬቶች ተመድበው ለመስራት ፍላጎቱ እና ተነሳሽነቱ ያላቸው እና ከዚህ በታች የተመላከቱ መስፈርቶችን የሚያሟሉ የሕግ ባለሙያዎችን በዐቃቤ ሕግነት ለመቅጠር ይህ ማስታወቂያ ወጥቷል።
በመሆኑም ይህ ማስታወቂያ በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ከወጣበት ጀምሮ ባሉት ተከታታይ 30 ቀናት ውስጥ በተወዳዳሪነት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናስታውቃለን።
አስፈላጊ የሆኑ መስፈርቶች፡ ኢትዮጵያዊ የሆነ/የሆነች እና በኢትዮጵያ የሚኖር /የምትኖር ፤ ለሕገ መንግስቱ እና ለሕግ የበላይነት ተገዢ የሆነ/የሆነች ፤ የየትኛውም የፖለቲካ ድርጅት አባል ያልሆነ/ያልሆነች ፤ በታታሪነቱ/ቷ ፣ በታማኝነቱ/ቷ ፣ በሥነ-ምግባሩ/ሯ መልካም ስም ያተረፈ/ች መሆኑን/ኗን ይማርበት/ ትማርበት ከነበረበት ዩኒቨርሲቲ ወይም ከሚኖሩበት አካባቢ ካለ የመንግስት ተቋም ማስረጃ ማቅረብ የሚችል /የምትችል ፤ የወንጀል ቅጣት ሪከርድ የሌለበት/ባት ፤ የፌዴራል መንግስቱን የሥራ ቋንቋ የሚችል/የምትችል ፤ እንደ አስፈላጊነቱ የሚሰጠውን የጽሁፍም ይሁን የቃል ወይም ሁለቱንም ፈተና መውሰድ እና ማለፍ የሚችል /የምትችል፤
የሥራ መደብ፡ (ዐቃቤ ሕግ) ዐቃቤ ሕግ ደረጃ ሦስት
ተፈላጊ የትምህርት ደረጃ፡ ከከፍተኛ ትምህርት ተቋም በሕግ ትምህርት በመጀመሪያ ዲግሪ በ2018 ዓ.ም የተመረቀ /የተመረቀች፤ የመመረቂያ ነጥብ (Cumulative GPA) 3.6 ከዚያ በላይ ያለው/ ያላት፣ የመውጫ ፈተና (Exit Exam) ውጤት 85 ፐርሰንታይል እና ከዛ በላይ በማምጣት ፈተናውን ያለፈ/ያለፈች፤ ብዝሃነት፣ ሴት እና አካል ጉዳተኛ ተወዳዳሪዎችን እናበረታታለን፤
የሥራ ልምድ - 0 አመት ብዛት -25
የምዝገባ ሁኔታ፡- http://www.justice.gov.et በሚለው የተቋሙ ዌብሳይት ክፍት የሥራ ቦታ በሚለው ሥራ ባለው ማስፈንጠሪያ ወይም https://forms.gle/rWi1n6wi8HYYZubc7 በመጠቀም የሚጠይቀውን መረጃ በመሙላት እና ማስረጃዎችን በማያያዝ መመዝገብ ይቻላል።
የምዝገባ ቀን፡- ይህ ማስታወቂያ በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት 30 ተከታታይ ቀናት ውስጥ ፤
ማስታወሻ፡- ተወዳዳሪዎች ሲመዘገቡ ሊያሟሏቸው የሚገባቸው ሰነዶች፡-
1. ኢትዮጵያዊ መሆናችሁን የሚገልጽ መታወቂያ/ፓስፖርት እና ብሔራዊ መታወቂያ በpdf scan የተደረገ፤
2. ዋና የትምህርት ማስረጃ (student copy) ጨምሮ በpdf scan የተደረገ ፤ አጠቃላይ የመመረቂያ አማካይ ውጤት CGPA እና የመውጫ ፈተና ውጤትን Exit Exam የሚገልጽ የትምህርት ማስረጃ፣
3. ከሚኖሩበት አካባቢ ካለ የመንግስት ተቋም ወይም ከተመረቁበት የትምህርት ተቋም የመልካም ሥነ ምግባር ማስረጃ፣
ለበለጠ መረጃ ፡- በስራ ሠዓት በስልክ ቁጥር ፡- +251-15-15-7432 በመደወል፤ እንዲሁም በኢሜል አድረራሻ፡- mojprosecutorsadministration@justice.gov.et ወይም mojpublicprosecutorsa@gmail.com ላይ በመፃፍ ማግኘት ይችላሉ።
የኢፌዲሪ ፍትሕ ሚኒስቴር
https://t.me/http_Ijooseeraa
Abbummaa mirkaneessuu ykn haaluu
Abbummaa Mirkaneessuu fi Haaluu; Abbaan Daa’imaa Eenyu? Akkamitti Mirkanaa’a? Daa’ima kan Ofii Hintaane Hoo Akkamitti Abbummaan Haalama?
=================================================
Seera Maatii Federaalaa (SMF) kwt, 125-142, 167-178; Seera Maatii Oromiyaa (SMO) kwt, 142-162, 184-196 fi; Murtii Dhaddacha Ijbt glme Lkk, 42682 ta’erratti gaafa 10/02/2002 (Jld 10) kenname, glme Lkk 40624 ta’erratti gaafa 12/02/2002 (Jld 10) kenname, glme Lkk 62041 ta’erratti gaafa 11/06/2003 (Jld 11) kenname, glme Lkk 234422 ta’erratti gaafa 30/08/2015 kennamee fi glm Lkk 238021 ta’erratti gaafa 25/11/2015 kenname (Jld 27), glm Lkk 99954 ta’erratti murtii gaafa 05/10/2007 (Jld 18) irratti kenname, glme Lkk 148570 ta’erratti gaafa 28/09/2010 (Jld 23) kenname fi, waliin kan xiinxalame.
============================
Walitti dhufeenya dhiiraa fi dubara giddutti uumamuu keessaa tokko Hariiroo maatii ykn bultii go godhachuu yoo ta’u sana keessattis daa’ima godhachuun bu’aa isa tokkoodha. Ta’us. Hariiroo maatii ykn bultii godhachuun alattis walqunnamtii dhiiraa fi dubara giddutti uumamuun ykn saalqunnamtii raawwatamuun daa’imni dhalachuun baratamaadha.
Haaluma kanaan maatii keessattis ta’ee Hariiroo maatiin alaa raawwatamu keessatti daa’imni dhalate Ilma namaa waan ta’eef mirgoota heeraan eegameef keessaa mirgi abbaa fi haadha ofii beekuu fi kunuunsaa fi guddisa irraa argachuu isa ijoodha.
Haati daa’imaa eenyu kan jedhu seera uumaatiin haati takkuma qofa waan taateef ijoo firii dubbii beekamaa falmii hinkaasnedha. Abbaa ilaalchisee garuu abbaan daa’ima dhalate tokkoo eenyu akka ta’e waaqa malee haadha deesse dabalatee namni 100% beeku hinjiru, jiraachuus hindanda’u waan ta’eef qabxiin abbummaa qabxii ijoo firii dubbii otuu hintaane qabxii ijoo seeraatidha.
Sababa kanaan yeroo abbaan daa’imaa eenyu akka ta’e falmiin ka’etti seerri karaalee abbaan daa’imaa ittiin beekamu gurguddoo sadii diriirsee jira (SMF kwt 125-143); SMO kwt, 142-162). Akkasumas daa’ima dhalateef abbaa dha namni jedhame daa’imichi kiyyaa miti yoo jedhe sirni ittiin waakkachuu ykn haaluu danda’u SMF kwt, 167-178 fi SMO kwt 184-196 jalatti diriirfamuun tumamee jira.
Qabxii ijoo xiinxalaa isa jalqabaa ilaalchisee karaaleen abbummaan daa’imaa ittiin beekamu sadiin A) Abbummaa tilmaama seeraan beekamu, B) Abbummaa fedhiidhaan fudhatamu fi, 3)Abbummaa murtii Mana Murtiin beekamu yoo ta’an walduraa duubaan SMF kwt 126-143 fi SMO kwt 142-162 jalatti tokko tokkoon bal’inaan tumamanii argamu. Dh Ijbt glm Lkk, 42682 ta’erratti gaafa 10/02/2002 (Jld 10) fi glm Lkk 99954 ta’erratti murtii gaafa 05/10/2007 (Jld 18) kenname waliin haailaalamu.
Abbummaan tilmaama seeraan beekamu abbaa daa’imicha dhalche (biological father) barbaaduun kan adda baasu otuu hintaane ija seeraatiin nama abbaa daa’imaa ta’uu danda’u tilmaama fudhachuu ykn kaahudha. Innis namni yeroo daa’imichi dhalatu haadha daa’imichaa waliin gaa’elaan ykn gaa’elaan ala akka Abbaa Warraa fi Haadha warraatti jiraatu dhugumatti abbaa dhalche yoo ta’uu baateeyyuu abbaa daa’imichaati jedhamee ija seeraan tilmaamni kan fudhatamu yoo ta’us mirgaa fi dirqama Abbummaan daa’imaa hordofsiisu hunda qabaata jechuudha.
Bu’ura kanaan waraqaan ragaa dhalootaa daa’imichaa abbaan nama biroo ta’uu kan agarsiisu yoo ta’es ykn namni biroo abbaan daa’imaa anadha jedhu yoo jiraates tilmaama kana fashaleessuu akka hindanda’amne SMF kwt 126 fi SMO kwt 144 jalatti ifaan tumamee jira. Kanaaf namni akkaataa kanaan daa’ima kan isaa hintaaneef abbummaan tilmaama seeraan irra bu’e yeroo qallaba akka kennu ykn daa’imicha akka giddisuu fi kkf himannaan itti dhiyaate abbaan daa’imaa nama biroo akka ta’e ykn daa’imichi kan isa irraa hindhalanne ta’uu kaasuun DNAn akka qoratamuuf ykn ragaan akka dhagahamuuf mormiis ta’ee falmii kaasuu hindanda’u. Kanas murtii Dh Ijbt glme Lkk 40624 ta’erratti gaafa 12/02/2002 (Jld 10) kennamee fi glm Lkk 54024 ta’erratti (Jld 11) gaafa 10/06/2003 kennameen bal’inaan xiinxalamuun hiikkoon itti kennamee jira.
Via Jemal kumbi
https://t.me/http_Ijooseeraa
Waliigaltee hojii gaggeessaa seeran ala cite
Waliigalteen hojii “Gaggeessaa Hojii”( የሥራ መሪ) adda kan cite seeraan ala yoo ta’e , Manneen Murtii beenyaafi kafaltiiwwan biroo maluuf murteessuuf malee, hojiitti akka deebi’u murteessuu kan hin dandeenye ta’uu.(SHH keewwata 2573 , Murtii MMWFDHIJ galmee lakk. 15815 jildii 3ffaa) Kab. Obbo Mulugeetaatin tg irratti kan dhoobame
https://t.me/http_Ijooseeraa
Abbaan Qabiyyee Otuu hinMormin Namni Lafa Nama Biroo Irratti qabeenya Dhaabbataa Horate Mirga Akkamii Qabaata?
==============================================================================
Mormii abbaa qabiyyee malee ykn eeyyama abbaa qabiyyeetiinis haata’uu lafa nama biraa irratti mana ykn ijaarsa adda addaa gaggeessuu ykn biqiltuuwwan fhaabbataa horachuun bu’aa seeraa maal akka hordofsiisu SHH kwt 1179, Labsii Lafa Baadiyaa Mootummaa Federaalaa Lkk 1324/2016 kwt 17, Labsii Lafa Baadiyaa Naannoo Oromiyaa Lkk 248/2015 kwt 9 fi Murtii Dh Ijbt MMWF Jild 20 glm Lkk 105125 irratti kennamee fi Heera Mootummaa kwt 40 waliin kan ilaalamee
==============================
Qabiyyee lafaa kan ummataa fi Mootummaa ta’uun mirga abbaa qabeenyummaa kan dhuunfaa ta’uu irraa daangeffamuun Heera Mootummaa kwt 40 (3) jalatti tumamee kan jiru too ta’u namni dhuunfaa qabeenya dadhabbii, fuuruu, beekumsaa fi mallaqa ofii isaan laficha irratti horate irratti mirga guutuu akka qabus achuma kwt 40(1,2) jalatti tumamee jira.
Bu’uruma kanaan namni lafa nama biroo irratti mormii abbaa qabiyyichaa malee ykn qabeenya dhaabbataa irratti horate laficha irratti mirga abbaa qabeenyummaa kan argatu akka ta’es SHH kwt 1179 jalatti tumamee jira. Kunis yaadama ykn imaammata mirgi abbaa qabeenyummaa lafaa kan dhuunfaa ta’uu bu’ureeffate waan ta’eef abbaan lafaa Lafa isaa gatee otuu argue namni biroo qabatee qabeenya yoo irratti horate lafichi nama qabeenya irratti horatetti mirgi abbaa qabeenyummaa kan darbu akka ta’e agarsiisa.
Kanuma kan cimsu Dhaddachi Ijbta MMWF Jld 20ffaa keessatti maxxanfamee kan argamu galmee Lkk 105125 ta’erratti murtii kenneen mormii abbaa qabiyyee malee namni Lafa magaalaa irratti mana ijaare kan mirga abbaa qabeenyummaa manicha irratti kan argatu akka ta’e sagalee caalmaan kan murteesse yoo ta’u sagaleen addaa immoo lafti lan abbaan qabeenyummaa lafa magaalaas ta’ee kan Baadiyaa mootummaa fi ummata ta’uu heeraan imaammata bu’uraa ta’ee bakka jirutti eeyyamaa fi beekamtii mootummaa ykn qaama lafa bulchuu malee abbaan qabiyyee waan hinmormineef namni qabeenya irratti horate laficha irratti mirga akka argatu jechuun faallaa heeraa fi imaammata lafaa hoo irra jiruu akka ta’e bal’inaan xiinxaluun sagalee caalmaa irraa adda bahanii jiru.
Dhimmicha keessatti manni falmiif sababa ta’e Lafa magaalaa irratti yemmuu ta’u Lafa Baadiyaa ilaalchiseetis falmiin walfakkaatu qabatamaan mudachaa kan turee fi ammas jiru yoo ta’u seeronni haaraanis gama kanaan bahanii hojii irra jiru.
Haaluma kanaan labsiin Lafa Baadiyaa Federaalaa Lkk 1324/2016 Lafa Baadiyaa irratti namni qabeenya dhaabbatee horate mirga guutuu akka argatu kwt 17 jalatti mirga gurgurachuun walqabsiisee ifatti kan tume yoo ta’u kunis otuu abbaan qabiyyee hinmormine nama qabeenya dhaabbataa Lafa Baadiyaa irratti horates mirga kan gonfachiisuu danda’u ykn SHH kwt 1179 ammas Lafa Baadiyaa irrattis raawwatiinsa akka qabaatu kan taasisu akka ta’e falmisiisuu kan danda’udha.
Gama biraan labsiin Lafa Baadiyaa Naannoo Oromiyaa Lkk 248/2015 immoo mormiinis ta’ee mormii abbaa qabiyyee malee Lafa Baadiyaa irratti qabeenya horachuun eeyyama qaama Bulchiinsa lafaan ala akka Lafa seeraan ala qabachuutti kan lakkaa’uu fi namni lafa nama biroo irratti eeyyamaanis ta’ee eeyyama abbaa qabiyyee laficha malee qabeenya horate mirga tokkooyyuu akka hinqabaanne kwt 9 jalatti bal’inaan tumee jira.
Mirgi tokkittiin tarii namni qabeenyicha mormii malee horate qabaachuu malee laficha irratti miidhaa kan hingeessine ta’uun ogeessaan yoo mirkanaa’e qofa qabeenya laficha irratti horate ofumaa isaa irraa kaafachuu kan danda’u ta’uu isaatidha.
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/speaklawinabsentia
Repost from ⚖️Shields Law🇪🇹 የህግ አገልግሎት / Legal service ⚖️
የቅጥር ማስታወቂያ
በመከላከያ ፍርድ ቤቶች ውስጥ በዳኝነት, በጠበቃነት እና በሪጅስትራርነት መስራት ለምትፈልጉ ሁሉ።
የኢ.ፊ.ዲ.ሪ የሀገር መከላከያ ሚኒስተር
Join us Your Trusted Legal Info Centre
https://t.me/Shields_Law
Akkaataa Labsii Liizii Lafa Magaalaa Lkk 721/2004tti Namni Lafa Magaalaa Liiziin Fudhatee Ijaarsa Eegalee Garuu Akkaataa Waliigalteetti Otuu HinXumurin Hafe Mirga Akkamii Qabaata? Ijaarsi Eegalame 10% ol yoo ta’e Caalbaasiin Nama Biraatti Darbuu Nidanda’aa?
==================================
Labsii Liizii Lkk 721/2004 kwt 23(7(a)) fi 23 (3); Murtii Mana Maree Federeeshiinii glme Lkk 824/16 ta’erratti gaafa 25/10/2016 kenname ilaala.
==================================
Karaalee lafti magaalaa itti argatame keessaa inni duraa fi ijoon liizii ta’uu fi Innis waliigaltee qaama Lafa bulchu waliin taasifamu hordofee tajaajila/misooma barbaadameef akka oolu kan taasifamu akka ta’e Labsii liizii Lkk 721/2004 Seensa isaa fi tumaalee rogummaa qaban biroo irraa nihubatama. Akkaatuma kanaan Lafa liiziin fudhatame irratti ijaarsi yoom eegaluu fi xumuramuu akka qabu, daangaa yeroo jedhame keessatti eegalamuu ykn xumuramuu yoo hafe bu’aa akkamii akka hordofsiisus labsichi bal’inaan diriirsuun tumee jira. Kana keessaa Bu’aan inni tokko yeroo daangaa yeroo ijaarsichi itti eegalamuu ykn xumuramuu qabutti raawwatamuu hafe qaamni bulchiinsaa qabeenya irra jiru irraa kaasisee laficha deebisee fudhachuu akka danda’u labsicha kwt 23 jalatti tumamee argama.
Akkaataa tumaa labsicha keewwattoota olitti caqafamanitti ijaarsi laficha irratti eegalame 10% ol yoo ta’e nama ittifufee xumuruu danda’utti caalbaasii ifaan gurguramuudhaan gatii argame irraa baasiin raawwachiisa caalbaasiif bahe hir’ifamee kaan namnicha waliigalteen liizii isaa adda cite abbaa qabeenyichaaf deebi’uu akka qabu labsicha kwt 23(7(a) fi 23(3) jalatti tumamee jira.
Haata’u malee Manni Maree Federeeshiinii Murtii glme Lkk 824/16 ta’erratti gaafa 25/10/2016 kenneen mirgi abbaa qabeenyummaa lafaa kan ummataa fi mootummaa ta’uu fi namni dhuunfaa mirga qabeenya irratti horachuu fi fayyadamuu qofa akka qabu Heera Mootummaa kwt 40(1) fi (6) jalatti kan tumame irraa kan hubatamu ta’uu bal’inaan xiinxaluudhaan, namni lafa liiziin fudhatee ijaarsa yeroo jedhametti raawwachuu hafe waliigalteen isaa adda citee ijaarsi on qabeenyi laficha irratti horate yoo jiraate qaama walaba ta’een tilmaamamee mootummaan bifa beenyaan kanfalameefii laficha gad-lakkisuu akka qabuu fi;
Kanaan alatti sababa ijaarsa dhibbentaa 10 ol ijaaree jira jedhuun caalbaasiin akka Nama dhuunfaatti lafti darbu tumaan Labsii Liizii Lkk 721/2004 kwt 23(7(a)) fi 23(3) ajaju mirga abbaa qabeenyummaa Saboota, sablammootaa fi Ummattootaa Heeraan eegame kan miidhuu fi faallaa heeraa waan ta’eef raawwatiinsa hinqabu jechuun murteessee jira.
https://t.me/speaklawinabsentia
https://t.me/http_Ijooseeraa
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Murtiilee Dhaddacha Ijibbaataa Federaalaa dhimmoota yakkaan walqabate hiikoo dirqisiisaa itti kenne dhimma dhimmaan kan qindaa’e maxxansa addaa gochuun baasee jira. Kunoo የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት የወንጀል ሕግ ትርጉም ውሳኔዎች ስብስብ (በየጉዳዮች የተደራጀ ልዩ እትም) ታትሞ ወጥቷል።
Gaa'ela haalan diigame or defacto divorce
በትዳር ውስጥ የተፈራ ንብረት የጋራ ነው ተብሎ የሚወሰደው የሕግ ግምት፣ ጋብቻው በሕግ ሳይፈርስ ትዳሩን ትቶ የጠፋ (የሄደ) ሰው፣ ትዳሩን ትቶ ከሄደ በኋላ በተፈራ ንብረት ላይ ለሚያቀርበው የክፍፍል ጥያቄ ተፈጻሚነት አለው? ጋብቻው አለማፍረሱ ብቻውን የንብረት መብት ያስገኛል?
==================================================
ከሕገ-መንግሥቱ አንቀጽ 40(1)፤ ከፌዴራል የቤተሰብ ሕግ (ፈቤሕ) አንቀጽ 49(1)፣ 53(1)፣ 62፣ 63 እና 72፤ ከኦሮሚያ የቤተሰብ ሕግ (ኦቤሕ) አንቀጽ 65(2)፣ 69(1)፣ 70፣ 78፣ 79(1) እና 88 እንዲሁም ከፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በሰበር መዝገብ ቁጥር 43988 (ቅጽ 11) ከተሰጠው አስገዳጅ ውሳኔ አንጻር የተደረገ ትንተና።
=================================
በሕግ መሠረት የተፈጸመ አንድ ጋብቻ ከተፈጸመበት ቀን ጀምሮ ሁለት ዋና ዋና ውጤቶችን እንደሚያስከትል፣ እነሱም የተጋቢዎች የግል ግንኙነት ውጤት እና የኢኮኖሚ ግንኙነት ውጤት መሆናቸውን በፈቤሕ አንቀጽ 48 እና በኦቤሕ አንቀጽ 64 ሥር ተደንግጎ ይገኛል። በዚህም መሠረት ተጋቢዎች በትዳራቸው ውስጥ ሊከባበሩ፣ ሊደጋገፉ፣ በተለየ ሁኔታ ካልተስማሙ በቀር በአንድነት ሊኖሩ እና የትዳራቸውን ወጪ ለመሸፈን የሚያስፈልገውን የየበኩላቸውን አስተዋጽኦ ወይም ተሳትፎ በማድረግ ለትዳራቸው መተጋገዝ እንዳለባቸው ከፈቤሕ አንቀጽ 49(1)፣ 53(1) እና 72 እንዲሁም ከኦቤሕ አንቀጽ 65(2)፣ 69(1)፣ 70 እና 88 ድንጋጌዎች በግልጽ ይረዳል። ይህ የሚያሳየው ጋብቻቸው የጸና ሆኖ እስካለ ድረስ፣ ልዩ ስምምነት ከሌላቸው በስተቀር፣ ሁለቱም በመከራም ሆነ በደስታ አብረው በመሆን ትዳራቸውን የመገንባትና የመጠበቅ ግዴታ እንዳለባቸው ነው።
በተጨማሪም ተጋቢዎች ከጋብቻ በፊት በግል ወይም በትዳር ውስጥ በሕግ በተደነገገው ልዩ ሁኔታ የግል ንብረት ማፍራት እንደሚችሉ እና በሕጉ በተለየ ሁኔታ ካልተረጋገጠ በቀር በትዳር ቆይታቸው ያገኙት ወይም ያፈሩት ማንኛውም ንብረት የጋራቸው እንደሆነ ተቆጥሮ በሕግ እንደሚገመት በፈቤሕ አንቀጽ 63 እና በኦቤሕ አንቀጽ 79(1) ሥር ተደንግጓል። ከተያያዥነትም አንጻር ጋብቻ ከተፈጸመበት ቀን ጀምሮ በግል ወይም በጋራ ጥረታቸው፣ ወይም ከግል ወይም ከጋራ ንብረታቸው ከሚያገኙት ገቢ የሚፈራ ንብረት የጋራቸው እንደሚሆን ከፈቤሕ አንቀጽ 62 ና ከኦቤሕ አንቀጽ 78 ድንጋጌዎች መረዳት ይቻላል። እነዚህ ድንጋጌዎች ጋብቻ የሚያስከትለውን የኢኮኖሚ ውጤት በተመለከተ በግል ወይም በጋራ ለሚፈራ ንብረት ጥበቃ የሚያደርጉ ቢሆንም፣ ንብረቱ የግል መሆኑ በተለየ ሁኔታ እስካልተረጋገጠ ድረስ ማንኛውም ንብረት የጋራ ነው ተብሎ የሕግ ግምት መወሰዱ፣ ተጋቢዎች ጋብቻ በመመሥረታቸው ብቻ የአንደኛው ወገን በሆነ ከፍተኛ ጥረትና ልፋት በፈራው ንብረት ላይ መብት እንዲያገኙ ታስቦ ሳይሆን፣ ጋብቻው እስካለ ድረስ ሁለቱም ወገኖች በተለያዩ መንገዶች (በገንዘብም ሆነ በጉልበት) አስተዋጽኦ ያደርጋሉ ከሚል እሳቤ በመነሳት የትዳር ተቋሙን ለመጠበቅ ታስቦ መሆኑን ከቤተሰብ ሕጉ አጠቃላይ ዓላማ መረዳት ይቻላል።
በሌላ በኩል፣ ከተጋቢዎች መካከል አንደኛው ወገን በተፈጠረ አለመግባባት ምክንያት ሕጋዊ ፍቺ ሳይፈጸም በተግባር ተለያይተው በሚኖሩበት ጊዜ፣ በራሱ የግል ጥረቱና ልፋቱ፣ በራሱ ጉልበትና ዕውቀት ብቻውን ያፈራው ንብረት ሕገ-መንግሥታዊ የንብረት ባለቤትነት ጥበቃ እንዳለው በሕገ-መንግሥቱ አንቀጽ 40(1) ሥር የተደነገገ ሲሆን፣ ሌላኛው ወገን በአንድ ወቅት ጋብቻ መመሥረቱን ብቻ መሠረት በማድረግ ምንም ዓይነት አስተዋጽኦ እና ድካም በሌለበት ንብረት ላይ "የክፍፍል መብት ሊኖረኝ ይገባል" ማለቱ የሕጉም ዓላማ አይደለም፣ ፍትሐዊም ሊሆን አይችልም። ስለዚህ በፈቤሕ አንቀጽ 63 እና በኦቤሕ አንቀጽ 79 ሥር የተደነገገው የጋራ ንብረት ግምት የሁለቱንም ተጋቢዎች ድካምና አስተዋጽኦ ታሳቢ ያደረገ ነው እንጂ፣ አስተዋጽኦ እንደሌለው በግልጽ ለሚታወቅ ወገን ያላግባብ ጥቅምን ለማስገኘት አይደለም። አስተዋጽኦ ሲባል የግድ የገንዘብ ወይም የቁሳቁስ መዋጮ ብቻ ሳይሆን፣ አብሮ በመሆን ጉልበትን፣ ሐሳብንና ጊዜን ለትዳር ጥቅም ማዋልን የሚያጠቃልል ሲሆን፣ ይህም አብዛኛውን ጊዜ ባል በውጭ ወጥቶ አርሶ፣ ነግዶ ወይም ሠርቶ ገቢ በማስገኘት፣ ሚስት ደግሞ የቤት ውስጥ ሥራዎችን በመሥራት፣ ልጆችን በመንከባከብ፣ ቤቱን በአግባቡ በመጠበቅና በመሳሰሉት ይገለጻል (የባሕላዊ ትዳር አስተዋጽኦ ግንዛቤ / Classical understanding of marital contribution)። በተፈጠረው አለመግባባት ምክንያት የተጋቢዎች የግል ግንኙነት ተቋርጦ በተግባር ተለያይተው በሚኖሩበት ሁኔታ፣ ሕጉ የወሰደው የኢኮኖሚ ውጤት ግምት ተለያይተው በነበሩበት ጊዜ በፈራ ንብረት ላይ ተፈጻሚ ይሆናል ማለት ፍትሕን ሊያጓድል ስለሚችል ጉዳዩ በጥንቃቄ ሊታይ ይገባል።
ከዚህ ጋር ተያይዞ በደቡብ ብሔር ብሔረሰቦችና ሕዝቦች ክልል (የቀድሞው) በጉራጌ ዞን የመስቃን ወረዳ ፍርድ ቤት ተጀምሮ በፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በመዝገብ ቁጥር 43988 (ቅጽ 11) የተወሰነው እና በቤተሰብ ሕግጋት የጋራ ንብረት ግምት (presumption of common property) ድንጋጌ ላይ አስገዳጅ ትርጉም የተሰጠበት ጉዳይ ከላይ የተመለከተውን ትንተና መሠረት ያደረገ ነው።
ጉዳዩ በተጠሪዎች መካከል የተጀመረ የቤተሰብ ንብረት ክፍፍል ክርክር ሲሆን፣ አመልካች በጣልቃ ገብነት የገባችበት ነው። አመልካች እና 1ኛ ተጠሪ ሚስቶች ሲሆኑ፣ 2ኛ ተጠሪ ደግሞ ባል ነው። አመልካች በገጠር የምትኖር የ2ኛ ተጠሪ የመጀመሪያ (የቀድሞ) ሚስት ስትሆን፣ 1ኛ ተጠሪ ደግሞ በ1988 ዓ.ም ከ2ኛ ተጠሪ ጋር ጋብቻ መሥርተው እስከ 1990 ዓ.ም አብረው ከኖሩ በኋላ፣ ከ1991 ዓ.ም ጀምሮ 1ኛ ተጠሪ ያለ ፍርድ ቤት ፍቺ ትዳሯን ትታ በመሄድ፣ በ1994 ዓ.ም በገጠር የሚገኝ የእርሻ መሬት እና በህንሴኖ ከተማ የሚገኝ ባለ አንድ ክፍል የቆርቆሮ ቤት በጋራ ያፈራነውን ንብረት እንዲካፈለን በማለት ክስ አቅርባለች።
2ኛ ተጠሪ በሰጠው መልስ፤ ከ1988 ዓ.ም ጀምሮ ከ1ኛ ተጠሪ ጋር የኖሩት ሁለት ዓመት ብቻ መሆኑን፣ የገጠሩ መሬት ከእሷ በፊት የነበረ መሆኑን፣ የከተማው ቤት ደግሞ እሷ በ1990 ዓ.ም ትዳሩን ትታ ከሄደች በኋላ ከአመልካች (ከጣልቃ ገቢዋ) ጋር ያፈሩት መሆኑን በመግለጽ ክሱ ውድቅ እንዲሆን ጠይቋል። አመልካችም በጣልቃ ገብነት በመግባት ንብረቱ ሁሉ እሷ ከ2ኛ ተጠሪ ጋር ያፈራችው መሆኑንና 1ኛ ተጠሪ ምንም ድርሻ እንደሌላት በመግለጽ ክሱ ውድቅ እንዲሆን ጠይቃለች።
እንግዲህ የሁለቱ ወገኖች ክርክር ይህ ሲሆን፣ በፍሬ ነገር ደረጃ የተረጋገጠው ጉዳይ፦ የገጠሩ መሬት በ2ኛ ተጠሪ እና በአመልካች የተፈራና አመልካች በገጠር የምትኖርበት መሆኑ፣ የከተማው ቤት ደግሞ 1ኛ ተጠሪ ትዳሯን ትታ ከሄደች በኋላ በህንሴኖ ከተማ በ2ኛ ተጠሪ ስም የተፈራ መሆኑ ነው። እንዲሁም አመልካች በ1882 ዓ.ም ከ2ኛ ተጠሪ ጋር ጋብቻ ፈጽማ አብራ የምትኖር መሆኑ እና በተጠሪዎች (በ1ኛ እና 2ኛ ተጠሪ) መካከል ያለው ጋብቻ በ1988 ዓ.ም ተፈጽሞ በ1990 ዓ.ም 1ኛ ተጠሪ ትታው በመሄድ ሌላ ትዳር ወይም ሕይወት መሥርታ ተለያይተው እየኖሩ፣ በ1994 ዓ.
Repost from Musa.H.Ⓜ️.Law Room
Leenjii Qajeelfama Adabbii Haaraa lakk. 3/2017 irratti kenname.(LHD Marsaa Addaa 4faatiif ILQSO)-By Elias Kasa(Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa)-Adaamaa
@musalawyer
ክስ ቀርቦብኝ ከዚህ ቀደም ጉዳዩ በእርቅ ስምምነት መዝገቡ ተዘግቶ ነበር የሚለው መከራከሪያ በመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያነት ባይነሳም በፍሬ ነገር ክርክር ላይ በእርቅ ስምምነት መዝገቡ ስለመዘጋቱ መከራከሪያ እስከተነሳ ድረስ ፍ/ቤቱ እንደ መጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ ወስዶ በቅድሚያ እልባት ሊሰጠው የሚገባ እና ፍ/ቤቱ እንደመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ አስቀድሞ ሊመለከተው የሚገባ ስለመሆኑ የፌደራል ሰበር ሰሚ ፍ/ቤት በሰ/መ/ቁ 222041 ጥቅምት 15 ቀን 2015 የተሰጠ።@followers
via፡ tsegaye sisay
https://t.me/http_Ijooseeraa
በትምህርት ደረጃው ከፍተኛ የሆነና በባህሪው ለህብረተሰብ
አርአያ ሊሆን የሚገቡ ሰዎች ፍፁም ነውረኛ በሆነና
ጨካኝነት በተሞላበት ሁኔታ የፈፀሙት ከባድ የወንጀል
ድርጊት የወንጀል አፈጻጸሙን ከባድነት እና የወንጀለኛውን
አደገኛነት የሚያሳይ በሆነ ጊዜ ወንጀለኛው ላይ የቀረበ
የቀደመ የወንጀል ሪከርድ ያለመኖር ወንጀለኛው ጥሩ ፀባይ
ወይም መልካም ፀባይ ያለው ነው የሚል ግምት ለመውሰድ የማያበቃ ስለመሆኑ፣ -የወ/ህ/ቁ. 184/1/ሀ/ እና ለ ቁ. 539 ቁ. 671/1/0/
የፌ/ጠ/ፍ/ቤት የቅጣት አወሳሰን መመሪያ ቁ. 2/2006
የኢ.ፌ.ዲ.ሪፐብሊክ ሕገ መንግስት በአንቀጽ 15 እና
የወ/ህ/ቁ. 117 135787
https://t.me/http_Ijooseeraa
𝐆𝐀𝐑𝐀𝐀𝐆𝐀𝐑𝐔𝐌𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐒/𝐃/𝐅/𝐘𝐀𝐊𝐊𝐀𝐀 𝐾𝐸𝐸𝑊𝑊𝐴𝑇𝐴 51 𝐹𝐼 55 𝐌𝐀𝐀𝐋𝐈❓
🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵
✅𝐐𝐚𝐛𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚𝐧𝐭𝐢 𝐚𝐫𝐢𝐢𝐟𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐦𝐮𝐝𝐚𝐭𝐮 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐀𝐣𝐚𝐣𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐢𝐧𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮(𝐊𝐞𝐞𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚 55).
⊡𝑄𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝐴𝑗𝑎𝑗𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎𝑚𝑢𝑑ℎ𝑎(𝑚𝑎𝑦 𝑏𝑒 𝑜𝑟𝑎𝑙 𝑜𝑟𝑑𝑒𝑟 𝑜𝑓 𝑎𝑟𝑟𝑒𝑠𝑡 ) .
⊡ 𝐴𝑑𝑒𝑒𝑚𝑠𝑎 𝑄𝑎𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑢 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎 𝑑ℎ𝑖𝑚𝑚𝑖 𝑦𝑎𝑘𝑘𝑖𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑎𝑟𝑖𝑖𝑓𝑎𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑡𝑎'𝑒𝑒𝑓 𝑞𝑎𝑎𝑚𝑎𝑎𝑛 𝑀𝑎𝑛𝑎 𝑚𝑢𝑟𝑡𝑖𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑦𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑚𝑎𝑎𝑛 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑎𝑗𝑎𝑗𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑡𝑒𝑒 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑖𝑠𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖𝑠𝑛𝑒 𝑦𝑎𝑚𝑚𝑢𝑢 𝑚𝑢𝑑𝑎𝑡𝑢 #𝑎𝑗𝑎𝑗𝑎_𝑎𝑓𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑡𝑎'𝑒𝑒 𝑠𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 24 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑚𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑠𝑖𝑓𝑎𝑚𝑢𝑑ℎ𝑎. 𝐹𝑘𝑛 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚,𝑡𝑒𝑙𝑒𝑓𝑜𝑜𝑛𝑎𝑎𝑛 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑎𝑚𝑎.𝐷ℎ𝑖𝑚𝑚𝑖 𝑎𝑟𝑖𝑖𝑓𝑎𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑗𝑎𝑗𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑔𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎𝑟𝑟𝑎 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢 𝑘𝑢𝑛𝑖𝑠 𝑑ℎ𝑖𝑚𝑚𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎 51(1(𝐴-𝐻)) 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑛𝑖𝑖𝑛 𝑎𝑙𝑎𝑑ℎ𝑎.𝑆𝑎𝑏𝑎𝑏𝑛𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑠 𝑆𝐷𝐹𝑌 𝑘𝑒𝑒𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎 51 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑎𝑛𝑡𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑡𝑢𝑚𝑎𝑚𝑎𝑛 ℎ𝑎𝑦𝑦𝑎𝑚𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑖𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑙𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢𝑢 𝑠𝑒𝑒𝑟𝑖𝑐ℎ𝑖𝑦𝑦𝑢 ℎ𝑎𝑦𝑦𝑎𝑚𝑒𝑒𝑟𝑎.
⊡𝑄𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑢 𝑞𝑜𝑟𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑌𝑎𝑘𝑘𝑎𝑎𝑡𝑖.
✅✅𝐀𝐣𝐚𝐣𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐥𝐞 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮(𝐾𝐸𝐸𝑊𝑊𝐴𝑇𝐴 51).
✫𝑄𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝐻𝑎𝑦𝑦𝑎𝑚𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑀/𝑚𝑢𝑟𝑡𝑖𝑖 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎𝑚𝑢𝑑ℎ𝑎.
✫𝑄𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑔𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢 𝑀𝑖𝑠𝑒𝑒𝑛𝑠𝑎 𝑝𝑜𝑜𝑙𝑖𝑠𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎.
𝑌𝑎𝑘𝑘𝑖 ℎ𝑎𝑦𝑦𝑎𝑚𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑖𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑠𝑖𝑖𝑠𝑢𝑠
⎔𝑌𝑎𝑘𝑘𝑖 𝑈𝑙𝑓𝑎𝑎𝑡𝑎𝑎 (𝑊𝑎𝑔𝑔𝑎𝑎 1 𝑜𝑙 𝑘𝑎𝑛 𝑎𝑑𝑎𝑏𝑠𝑖𝑖𝑠𝑢) 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎𝑚𝑢𝑢𝑓 𝑦𝑘𝑛 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎𝑚𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑚𝑒.
⎔𝑇𝑎𝑠𝑔𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝑛𝑎𝑔𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 ℎ𝑎𝑤𝑎𝑎𝑠𝑎𝑎 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑏𝑜𝑜𝑟𝑒𝑠𝑠𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑢
⎔𝐻𝑜𝑗𝑖𝑖 𝑖𝑑𝑖𝑙𝑒𝑒 𝑃𝑜𝑜𝑙𝑖𝑠𝑖𝑖 𝑚𝑜𝑟𝑚𝑢𝑢,𝑑ℎ𝑜𝑟𝑘𝑢𝑢;ℎ𝑖𝑑ℎ𝑎𝑎 𝑚𝑖𝑙𝑖𝑞𝑢𝑢𝑦𝑘𝑛 𝑚𝑖𝑙𝑖𝑞𝑢𝑢 𝑦𝑎𝑎𝑙𝑢𝑢,
⎔𝐸𝑒𝑔𝑢𝑚𝑠𝑎 𝑝𝑜𝑜𝑙𝑖𝑠𝑖𝑖 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑎 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑚𝑖𝑙𝑖𝑞𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑢 𝑦𝑘𝑛 𝑚𝑖𝑙𝑖𝑞𝑢𝑢𝑓 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢,𝑘𝑘𝑓 𝑦𝑜𝑜 𝑚𝑢𝑑𝑎𝑡𝑢𝑑ℎ𝑎.
𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳𝘂𝘂; 𝚂𝙳𝙵𝚈 𝚔𝚎𝚎𝚠 51,𝙶𝚊𝚛𝚎𝚎 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊𝚊 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞𝚞 𝚝𝚊'𝚎𝚎,𝚖𝚒𝚜𝚎𝚎𝚗𝚜𝚊 𝚙𝚘𝚘𝚕𝚒𝚜𝚒𝚒 𝚔𝚊𝚖𝚒𝚒𝚗𝚞𝚞(𝚋𝚢 𝙼𝚎𝚖𝚋𝚎𝚛 𝚘𝚏 𝙿𝚘𝚕𝚒𝚌𝚎 .....) 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞 𝚢𝚊𝚖𝚖𝚞𝚞 𝚝𝚊'𝚞 𝚍𝚑𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚠𝚠𝚊𝚝𝚒𝚌𝚑𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚝𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎𝚏𝚏𝚊𝚖𝚊𝚗 𝚢𝚘𝚘 𝚖𝚞𝚍𝚊𝚝𝚊𝚗 𝚔𝚊𝚗 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞 𝚢𝚊𝚖𝚖𝚞𝚞 𝚝𝚊'𝚞,𝚂𝙳𝙵𝚈 𝚔𝚎𝚎𝚠𝚠𝚊𝚝𝚊 55 𝚊𝚖𝚖𝚘𝚘,𝚀𝚊𝚋𝚒𝚒𝚗𝚜𝚊 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞 𝚝𝚊'𝚎𝚎 𝚐𝚊𝚛𝚞𝚞 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚗𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊𝚊 𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚊 𝚍𝚑𝚒𝚖𝚖𝚒𝚌𝚑𝚒 𝚊𝚛𝚒𝚒𝚏𝚊𝚌𝚑𝚒𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚝𝚊'𝚎𝚎𝚏 𝚏𝚒 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚊𝚕𝚊𝚜 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏 𝚍𝚑𝚒𝚖𝚖𝚊 𝚜𝚎𝚎𝚛𝚛𝚒 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚊𝚕𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚖𝚞 𝚑𝚊𝚢𝚢𝚊𝚖𝚊𝚖𝚞 𝚔𝚊𝚗 𝚑𝚒𝚗 𝚝𝚊𝚊𝚗𝚎 𝚢𝚊𝚖𝚖𝚞𝚞 𝚖𝚞𝚍𝚊𝚝𝚞 𝚏𝚊𝚐𝚎𝚎𝚗𝚢𝚞𝚖𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚊𝚏𝚊𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚢𝚔𝚗 𝚔𝚊𝚗 𝚋𝚒𝚛𝚘𝚘 𝚋𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎𝚏𝚏𝚊𝚖𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚝𝚊𝚊𝚗𝚎𝚎𝚗 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚚𝚊𝚋𝚒𝚗𝚜𝚊 𝚀𝚘𝚛𝚊𝚝𝚊𝚊𝚗 𝚚𝚘𝚏𝚝𝚒 (𝙿𝚘𝚕𝚒𝚌𝚎 𝙾𝚏𝚏𝚒𝚌𝚎𝚛 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚝𝚊'𝚎𝚎𝚏) 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚝𝚞𝚍𝚑𝚊.
𝚂𝚎𝚎 𝚋𝚘𝚝𝚑 𝚊𝚛𝚝𝚒𝚌𝚕𝚎𝚜 !
©𝙰𝚍𝚞𝚐𝚗𝚊 𝙰.
@𝙼𝚒𝚒𝚕𝚝𝚘𝚘𝚑𝚊𝚚𝚊𝚊
https://t.me/http_Ijooseeraa
Falmii Qoodinsa Qabeenya Waliinii A/W fi H/Wtiin Walqabatee Haati Warraa Maallaqni Baankiidhaa Qabnu Akka Naaf Qoodamu Jechuun Seerummaa Gaafattee, Maallaqichi Qixxeetti Akka Qoodamuuf Jedhamee Erga Murtaa'ee Booda, Adeemsa Raawwii Keessatti, Sababa Maallaqa Kuufameefi Akka Qooddatan Murtaa'e Kanaatiin Abbaa Warraatiif Carraan Komdominiyemii Yoo Bahe, Himannaa Haarayaa Manni Kondominiyeemii Akka Naaf Qoodamu Jedhu Dhiyeessuu Ni Dandeessii? *√√√√√√*√√√√√√*√√√√√√*** Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa dhaddacha gaafa 07/02/2017 ooleen Lakk.Ga.251383 (kan hin maxxanfamne) irratti kenne keessatti: 👉Dhimma amma harkaa qabnu keessatti, gaa'illi iyyattuun ammaa waamamaa ammaa waliin qabdu murtii mana murtiitiin diigamee, iyyanni qooddii qabeenyaa dhiyaatee murtii argateera. Qabeenyota murtiin qooddii qabeenyaa irratti kenname keessaa maallaqni qr.10,150.56, kan baankii Daldalaa keessatti kuufamee tureefi bittaa kondominiyeemitiif oole tokko yemmuu ta'u, bitaafi mirgi maallaqa kana qixxeetti akka qooddatan jedhamee murtaa'eera. Haa ta'u malee, qoodinsi kun osoo hin raawwatamin dura carraan kondominiyeemii bahee maallaqni duraan kan waliiniiti jedhamee murtaa'ee ture gara qabeenya birootti jijjiiramee mana ta'eera. Manneen kondominiyeemii carraadhaan argachuuf maallaqa bittaa isaatiif oolu ol kaawwachuun haaldureedha. Maallaqni dursee bitaafi mirgi akka qooddatan jedhame maallaqa bittaa kondominiyeemitiif kuufame (ol kaawame) yemmuu ta'u, qabeenyi iyyattuun ammaa qooddachuuf gaafachaa jirtu qabeenya maallaqa duraan akka qooddatan murtaa'ee tureen bitameefi hiikkaa gaa'ilaa booda horatame waan ta'eef, kun immoo ijoon dubbii dhimma duraafi himannaa ammaa adda adda ta'uu waan agarsiisuuf akkaataa SDFHH kwt 5tiin dhimma dursee murtii xumuraa argatedha jedhamuun dogoggora bu'uuraa seeraati" jedheera. 👁 Dhimma kana keessatti, iyyannoon yeroo 2ffaadhaaf dhiyaate "bittaa kondominiyeemitiif qarshii Baankii Daldalaa keessatti ol kaawwachaa waan turreef, boodarra immoo kondominiyemiin abbaa ciisicha tokkoo ta'e, Saayitii Koyyee Faccee irraa waamamaa ammaa kan dhaqqabe ta'uu waanan bareef gaheen kiyya akka naaf qoodamu" kan jedhudha. Join:-@desberofMM Desalegn B.https://t.me/http_Ijooseeraa https://t.me/http_Ijooseeraa https://t.me/http_Ijooseeraa
