cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Musa.H.Ⓜ️.Law Room

A blog About Ethiopian Law and Free legal education

إظهار المزيد
فنلندا941لم يتم تحديد اللغةالقانون1 424
مشاركات الإعلانات
6 396
المشتركون
+2424 ساعات
+1527 أيام
+76130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

8
Goolaba Yaa'ii Manneen Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa ----------------- (Caamsaa 4, 2016)-Yaa'iin Manneen Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa Kurmaana 3ffaa goolabameera.Goolaba yaa'ichaa irratti  sochii manneen murtii aadaa cimsuu taasifamaa tureen wal qabatee madaallii gaggeeffameen godinaalee fi magaalaalee raawwii ol'aanaa galmeessisaniif beekkamtii fi badhaasni kennameera. Madaalliin gageeffame ulaagaalee 7 jalatti yammuu ta'u isaanis; Manneen Murtii Aadaa hundeeasuu, Gaaddisa ijaaruu, Barreessaa qacaruu, dhimmoota dhiyaataniif furmaata kennuu,  leenjii kennuu  nagahee maxxansiisuu fi galii walitti qabuudhaani. Bu'uuruma kanaan; 1ffaa-Godina Hararge Lixaa 2ffaa-Magaalaa Adaamaa 3ffaa-Magaalaa Shaggar 4ffaa-Godina Baale Bahaa 5ffaa-Godina Jimmaa 6ffaa-Godina Hararge Bahaa ta'uun  1ffaa-6ffaa ta'uun waan raawwii ol'aanaa galmeessisaniif  beekkamtii fi badhaasa argataniiru.
إظهار الكل...
👍 3
👍 7
Repost from Desalegn B.
Murtii Dirqisiisaa (Kan hin maxxanfamne) dhaddacha gaafa 12/02/2016 ooleen Lakk.Ga 252231 ta'e irratti "Akkaataa Kenniinsa Mirga Wabiitiin" Wal Qabatee Kenname)      Desalegn B.
إظهار الكل...
👍 3
👍 12 1
👍 2