๐๐จ๐ฆ๐ ๐๐ฆ๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ง๐๐
ููุงุฉ ุจุณูุทุฉ
60 486
ุงูู
ุดุชุฑููู
+21424 ุณุงุนุงุช
+9737 ุฃูุงู
+2 81930 ุฃูุงู
ุฃุฑุดูู ุงูู
ุดุงุฑูุงุช
๐จ Maanchistar Yunaayitid amma taphattoota beekamoo maqaa fi gatii guddaa qaban (marquee signings) bitachuu barbaada hin jiranu, isaan irraa garee qindoomina qabu uumuu fi taphattoota baay'inaan bituu barbaadu.
โ [Ben Jacobs]
YOU TUBE KUSH SPORT || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐จ OFFICIAL๐ช
Taphataan Real Madrid Arda Guler, abbaa Goolii Bareedduu Waggaa (Goal of the Season) kan La Ligaa ta'ee filatameera! ๐โฝ๏ธ
YOU TUBE KUSH SPORT || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
+1
๐จBREAKING ๐ฃ
Enrique Riquelme har'a galgala taphataa cima hamallatteeyfame tokko beeksisuufin jira:
"Taphataan ani har'a galgala ifa godhu Erling Haaland ta'uu danda'a, ykn immoo urjiiguddicha kan biraati!" ๐
YOU TUBE KUSH SPORT || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐ดBREAKING:
Taateewwan gurguddoo bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2025/26 hunda, adabbii, kaardii diimaa fi balleessaa haleellaa goolii osoo hin galchine dabalatee, erga gamaaggamamee booda, Maanchistar Siitiin gara tapha xumuraatti gara sadarkaa 1ffaa tti galuu qaba ture, Arsenaal irraa qabxii 2n dursee taa'uun akka irra jiru murtaa'eera.
Yeroowwan ijoo lama:
โข Daalot tapha darbii Maanchistar irratti daqiiqaa 10 booda kaardii diimaa argachuu qaba ture, Maanchistar Siitiin 2 fi 0n mo'ame.
โข Maanchistar Siitiin dirree ala Niwukaastil Yunaayitid waliin taasisaniin adabbiin kennamuu qaba ture, Maanchistar Siitiin 2 fi 1n mo'ame.
[TheAthleticFC]
YOU TUBE KUSH SPORT || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
+1
๐จ๐ฃ๏ธ ๐ก๐ฒ๐ช: Lamine Yamal: "Taphni koo inni hamaan, Xumura Liigii Biyyoolessaa, Poorchugaal waliin taphanne sana."
Sky_sports
YOU TUBE KUSH SPORT || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐จ Maanchistar Siitiin Ganna kana sarara gidduu isaanii jabeessuuf jecha Feederiko Vaalveerdii fudhachuuf paakeejii Yuuroo miiliyoona 90 qopheessaa akka jiru himamaa jira. ๐บ๐พ
Urjiin Riyaal Maadriid kun taphattoota Siitiin barbaadu keessaa tokko ta'ee mul'ateera. ๐ฐ
~ El Chiringuito
YOU TUBE KUSH SPORT || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII
๐งจ Memphis: "Nuti Waancaa Addunyaa moโachuuf Ameerikaa deemaa jirra." ๐ณ๐ฑ๐
๐จBREAKING:
Joosee Mooriinoon Riyaal Maadriid akka Rikaardoo Kalaafiyoorii mallatteessisu gaafateera.
[Ramon_AlvarezMM]๐
๐ฐ DASH BET ๐ฅ๐ฅ
๐ณ โญ๐ธ Qarshii Kara salphaan yeroo boqqonna kessani hojechuu yoo fetaan Dash Bet filanno kessaan tasiisaa
Linkii Kanan Seenuun Acount banadhaa ๐๐
๐ https://dashbetss.com?promo_code=KUSHDASH
๐Telegram Join Gochuufโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/DASHBETSCHANAL
โบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธ
https://t.me/dashbetss_bot
โบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธโบ๏ธ
ู
ุชุงุญ ุงูุขู! ุจุญุซ ุชูููุบุฑุงู
2025 โ ุฃูู
ุฑุคู ุงูุนุงู

