๐๐จ๐ฆ๐ ๐๐ฆ๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ง๐๐
ููุงุฉ ุจุณูุทุฉ
60 615
ุงูู
ุดุชุฑููู
+21424 ุณุงุนุงุช
+9737 ุฃูุงู
+2 81930 ุฃูุงู
ุฌุงุฑู ุชุญู ูู ุงูุจูุงูุงุช...
ุงููููุงุช ุงูู
ู
ุงุซูุฉ
ุณุญุงุจุฉ ุงูุนูุงู
ุงุช
ูุง ุชูุฌุฏ ุจูุงูุงุช
ูู ุชูุงุฌู ู
ุดุงููุ ูุฑุฌู ุชุญุฏูุซ ุงูุตูุญุฉ ุฃู ุงูุงุชุตุงู ุจู
ุฏูุฑ ุงูุฏุนู
ุงูุฎุงุต ุจูุง.
ุงูุฅุดุงุฑุงุช ุงููุงุฑุฏุฉ ูุงูุตุงุฏุฑุฉ
---
---
---
---
---
---
ุฌุฐุจ ุงูู
ุดุชุฑููู
ููููู '26
ููููู '26
+762
ูู 81 ูููุงุช
ู
ุงูู '26
+4 072
ูู 89 ูููุงุช
Get PRO
ุฃุจุฑูู '26
+3 213
ูู 85 ูููุงุช
Get PRO
ู
ุงุฑุณ '26
+5 452
ูู 90 ูููุงุช
Get PRO
ูุจุฑุงูุฑ '26
+4 258
ูู 85 ูููุงุช
Get PRO
ููุงูุฑ '26
+4 099
ูู 85 ูููุงุช
Get PRO
ุฏูุณู
ุจุฑ '25
+2 727
ูู 83 ูููุงุช
Get PRO
ูููู
ุจุฑ '25
+2 668
ูู 90 ูููุงุช
Get PRO
ุฃูุชูุจุฑ '25
+3 542
ูู 87 ูููุงุช
Get PRO
ุณุจุชู
ุจุฑ '25
+11 065
ูู 93 ูููุงุช
Get PRO
ุฃุบุณุทุณ '25
+11 503
ูู 102 ูููุงุช
Get PRO
ููููู '25
+10 999
ูู 90 ูููุงุช
Get PRO
ููููู '25
+1 447
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ู
ุงูู '25
+943
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ุฃุจุฑูู '25
+1 106
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ู
ุงุฑุณ '25
+2 012
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ูุจุฑุงูุฑ '25
+1 691
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ููุงูุฑ '25
+1 121
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ุฏูุณู
ุจุฑ '24
+1 572
ูู 2 ูููุงุช
Get PRO
ูููู
ุจุฑ '24
+1 228
ูู 1 ูููุงุช
Get PRO
ุฃูุชูุจุฑ '24
+931
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ุณุจุชู
ุจุฑ '24
+105
ูู 3 ูููุงุช
Get PRO
ุฃุบุณุทุณ '24
+188
ูู 5 ูููุงุช
Get PRO
ููููู '24
+109
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ููููู '24
+243
ูู 1 ูููุงุช
Get PRO
ู
ุงูู '24
+417
ูู 1 ูููุงุช
Get PRO
ุฃุจุฑูู '24
+433
ูู 1 ูููุงุช
Get PRO
ู
ุงุฑุณ '24
+217
ูู 0 ูููุงุช
Get PRO
ูุจุฑุงูุฑ '24
+883
ูู 0 ูููุงุช
| ุงูุชุงุฑูุฎ | ูู
ู ุงูู
ุดุชุฑููู | ุงูุฅุดุงุฑุงุช | ุงููููุงุช | |
| 04 ููููู | +129 | |||
| 03 ููููู | +214 | |||
| 02 ููููู | +153 | |||
| 01 ููููู | +266 |
ู
ูุดูุฑุงุช ุงูููุงุฉ
๐ฅ ๐๐๐๐ AMMEE
โErga xumura bara dorgommii Premier League 2025/26 booda, gabaasni qorannoo The Athletic beeksise addunyaa kubbaa miilaa raasaa jira. Qorannoon kun murtoowwan VAR, adabbiiwwan (penalties), kaardii diimaa fi dogoggoroota murtessoo gooliin dura uumaman hunda irratti godhameera
โQorannichaan booda "Osoo murtii sirriin kennameera ta'ee, Maanchester Siitiin tapha xumuraa dura qabxii 2'n dorgomaa isaa Arsaanaal caalee liigicha gubbaa ta'uu qaba ture!" jedhameera
Murtoowwan murtessoo Siitii miidhan lamaan
โ๐ด Diogoo Daloot (Manchester Derby): Tapha derby Maanchester gidduutti uumameen, Daloot daqiiqaa 10ffaa irratti kaardii diimaan gadi ba'uu qaba ture. Garuu hin baane, Siitiinis tapha sana 2-0'n mo'aamee
โโฝ Newcastle United (Away): Tapha Siitiin dorgommii ala (away) Niwukaasiliin 2-1'n moo'amee irratti, Siitiidhaaf riifriin peenaaltii bilisaa kennuufii qaba ture garuu hin kennamneef.
โ๐ The Athletic FC
| 2 | ูุง ููุฌุฏ ูุต... | 541 |
| 3 | โ
waliigalteen Andoonii Ayaaroola hanga bara 2028 kaan Liiverpuul keessa isa tursiisuu ta'aa.
Fabrizio Romano
YOU TUBEย KUSH SPORTย || ๐๐
http://bit.ly/3HhQyqv
๐๐๐๐๐โชย || @KUSHISPOORTII
๐๐๐๐๐โช || @KUSHISPOORTII | 721 |
| 4 | โ
OFFICIAL
Andoonii Ayaaroolan leenjisaa Liiverpuul ta'uun waliigaltee mallatteesseera.
[Fabrizio Romano]๐ | 751 |
| 5 | ูุง ููุฌุฏ ูุต... | 721 |
| 6 | ูุง ููุฌุฏ ูุต... | 721 |
| 7 | ๐จOFFICIAL
Toom Hiitoon Maanchistar Yunaayitid waliin kontiraata waggaa 1 mallatteesse. | 721 |
| 8 | ูุง ููุฌุฏ ูุต... | 691 |
| 9 | Liigiiwwan taphattoota baay'ee waancaa addunyaaf filachiisan! | 1 077 |
| 10 | OFFICIAL:-
Chaarlis Martinez leenjisaa haaraa Bayer Liverkusen ta'ee jira. | 1 114 |
| 11 | Gabaasa Transfermarkt yeroo ammaa kanaan, urjiin keenya Koobii Maayinoo (Kobbie Mainoo) taphattoota sarara gidduu dargaggoota addunyaa irratti gatii olaanaa qaban keessaa sadarkaa 1ffaa irratti argama! ๐โจ
Guddina isaa dinqisiisaa kanaan:
๐ฐ Gatiin Gabaa (Market Value) isaa ji'oota jahan (6) darban qofa keessatti Yuuroo Miiliyoona 20'n dabalee jira! | 1 470 |
| 12 | Senne Lammens goolii eegdota qaalii addunyaa keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa yeroo ammaa Yuuroo Miiliyoona 52.7 gahuu isaa qorannoon CIES ifoomseera! ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Yunaayitid baatii Adoolessaa bara 2025 paawundii miiliyoona ยฃ18.1 qofaan kilabichatti isa makkuun isaa ni yaadatama. ๐ค
Bara dorgommii 2025/26 tapha 32 keessatti Clean Sheet 8 galmeessisuun badhaasa Jijjiirraa Cimaa EPL fudhateera! ๐
Hanga bara 2030tti kontiraata kan qabu yoo ta'u, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee Beeljiyeem keessatti hammatameera. | 1 632 |
| 13 | ๐ฐ DASH BET ๐ฅ๐ฅ
๐ณ โญ๐ธ Qarshii Kara salphaan yeroo boqqonna kessani hojechuu yoo fetaan Dash Bet filanno kessaan tasiisaa
Linkii Kanan Seenuun Acount banadhaa ๐๐
๐ https://dashbetss.com?promo_code=KUSHDASH
๐Telegram Join Gochuufโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/DASHBETSCHANAL
โฌ๏ธโฌ๏ธ
https://t.me/dashbetss_bot | 1 597 |
| 14 | ๐ต๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐๐๐ Maanchester Siitiin dhimma Haalaand irratti ibsa baasanii!
Maanchester Siitii gabaasa biyya Ispeen irraa ba'ee fi dubbii kaadhimamaa perezidantii Riyaal Maadrid ilaalchisee ibsa kennanii jiru
Gabaasni dhimma gara fuulduraa Eerliing Haalaand ilaalchisee biyya Ispeen irraa ba'aa jiru guutummaatti dhugaa irraa kan fagaate fi Oduu Sobaa (Fake News) dha.
Waliigaltee Haalaand kilabichaa waliin qabu keessa dhimma akkasii kan hayyamu dambiin addaa tokkollee hin jiru
Beeksisa sobaa kanaan maqaa fi suuraa taphataa keenyaa kaayyoo dhuunfaatiif waan fayyadamaniif, tarkaanfii seeraa irratti fudhanna. | 1 950 |
| 15 | ๐ต๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐๐๐ Maanchester Siitiin dhimma Haalaand irratti ibsa baasanii!
Maanchester Siitii gabaasa biyya Ispeen irraa ba'ee fi dubbii kaadhimamaa perezidantii Riyaal Maadrid ilaalchisee ibsa kennanii jiru
Gabaasni dhimma gara fuulduraa Eerliing Haalaand ilaalchisee biyya Ispeen irraa ba'aa jiru guutummaatti dhugaa irraa kan fagaate fi Oduu Sobaa (Fake News) dha.
Waliigaltee Haalaand kilabichaa waliin qabu keessa dhimma akkasii kan hayyamu dambiin addaa tokkollee hin jiru
Beeksisa sobaa kanaan maqaa fi suuraa taphataa keenyaa kaayyoo dhuunfaatiif waan fayyadamaniif, tarkaanfii seeraa irratti fudhanna. | 2 |
| 16 | Dubbiin perezidantii Riyaal Maadrid ta'uuf kaadhimamaa kan ta'e Enriikee Rikeelmee dubbate dambalii haaraa kaasee jira! Namichi kun "Yoo na filattan urjii Siitii Eerliing Haalaand Maadriditti nan fida" jechuun isaa hoggantoota Maanchester Siitii dallansiiseera! ๐คฌ๐ต
Siitiin kaayyoo filannoo fi wealtii dhuunfaatiif maqaa fi suuraa taphataa isaanii Haalaand akka meeshaatti itti fayyadamuu isaaniitiif tarkaanfii seeraa fudhachuuf qophaa'anii jiru.
Kilabiin Ingilaand kun seeraan ala taphattoota dhiibbaa keessa galchuu fi beeksisa sobaa ittiin hojjachuu mormuun gara mana murtiitti deemaa jiru | 1 871 |
| 17 | ๐ฃ Faabiriiziyoo Romaanoo :-
"Ani namoota dorgommii pirezidaantummaa riyaal Maadridiif dorgomaniif deggersaas ta'e jibba hin qabu; garuu haala kamiyyuu keessatti Haalaand ganna kana Maanchistar Siitii akka gad hin dhiifne waadaan isiniif seena."
Faabiriiziyoon kana dubbachuun dura, namni dorgommii pirezidaantummaa Wiyaal Maadridiif dorgomaa jiru Rikeelmeen, "Yoo ani pirezidaanti ta'e Haalaand gara kilaba keenyaa nan fida," jedhee dubbatee ture. | 1 781 |
| 18 | "Baarsiiloonaan kilaba addaa baay'ee adda ta'eedha, waan isin yaaddan maraan olitti kilaba addaadha. Taphoota baay'ee taphattoota 12n kan taphatu yoo ta'u, abbootiin seeraas qaama garee isaaniiti."
๐ Rikeelmee, namoota pirezidaanti riyaal Maadrid ta'uuf dorgoman keessaa tokko kan dubbate... | 1 959 |
| 19 | ๐จ๐ด ๐๐๐๐๐๐๐๐
Kilabiin Kaaba Landan Arsenal taphata sarara fuulduraa bitaa (left winger) ganna 16 Jeremii Moongaa mallatteessisuuf dhiibbaa gochaa jira
Taphataa kana
fudhachuuf kilabii Leester Siitii fi bakka bu'oota taphataa kanaa waliin marii gaggeessaa jiru saffisiisuuf yaalaa jira
Taphataan dhalata Ingilaand ta'e Jeremii Moongaan gara Arsenal deemuuf fedhii guutuu kan qabu yoo ta'u, dhimma kana xumuruuf mariin ammas itti fufee jira. ๐โฝ๏ธ
๐ Fabrizio Romano | 1 833 |
| 20 | Senne Lammens goolii eegdota qaalii addunyaa keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa yeroo ammaa Yuuroo Miiliyoona 52.7 gahuu isaa qorannoon CIES ifoomseera! ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Yunaayitid baatii Adoolessaa bara 2025 paawundii miiliyoona ยฃ18.1 qofaan kilabichatti isa makkuun isaa ni yaadatama. ๐ค
Bara dorgommii 2025/26 tapha 32 keessatti Clean Sheet 8 galmeessisuun badhaasa Jijjiirraa Cimaa EPL fudhateera! ๐
Hanga bara 2030tti kontiraata kan qabu yoo ta'u, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee Beeljiyeem keessatti hammatameera | 1 808 |
ู
ุชุงุญ ุงูุขู! ุจุญุซ ุชูููุบุฑุงู
2025 โ ุฃูู
ุฑุคู ุงูุนุงู

