es
Feedback
π—žπ—¨π—¦π—› π—œπ—¦π—£π—’π—’π—₯π—§π—œπ—œ

π—žπ—¨π—¦π—› π—œπ—¦π—£π—’π—’π—₯π—§π—œπ—œ

Canal cerrado

Dm for promo @ALLFORGOOD146

Mostrar mΓ‘s
60 486
Suscriptores
+21424 horas
+9737 dΓ­as
+2 81930 dΓ­as
Archivo de publicaciones
🚨OFFICIAL Toom Hiitoon Maanchistar Yunaayitid waliin kontiraata waggaa 1 mallatteesse.
🚨OFFICIAL Toom Hiitoon Maanchistar Yunaayitid waliin kontiraata waggaa 1 mallatteesse.

Liigiiwwan taphattoota baay'ee waancaa addunyaaf filachiisan!
Liigiiwwan taphattoota baay'ee waancaa addunyaaf filachiisan!

OFFICIAL:- Chaarlis Martinez leenjisaa haaraa Bayer Liverkusen ta'ee jira.
OFFICIAL:- Chaarlis Martinez leenjisaa haaraa Bayer Liverkusen ta'ee jira.

Gabaasa Transfermarkt yeroo ammaa kanaan, urjiin keenya Koobii Maayinoo (Kobbie Mainoo) taphattoota sarara gidduu dargaggoota
Gabaasa Transfermarkt yeroo ammaa kanaan, urjiin keenya Koobii Maayinoo (Kobbie Mainoo) taphattoota sarara gidduu dargaggoota addunyaa irratti gatii olaanaa qaban keessaa sadarkaa 1ffaa irratti argama! πŸ“ˆβœ¨ Guddina isaa dinqisiisaa kanaan: πŸ’° Gatiin Gabaa (Market Value) isaa ji'oota jahan (6) darban qofa keessatti Yuuroo Miiliyoona 20'n dabalee jira!

Senne Lammens goolii eegdota qaalii addunyaa keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa yeroo ammaa Yuuroo Miil
Senne Lammens goolii eegdota qaalii addunyaa keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa yeroo ammaa Yuuroo Miiliyoona 52.7 gahuu isaa qorannoon CIES ifoomseera! πŸ’₯πŸ”₯πŸ”₯ Yunaayitid baatii Adoolessaa bara 2025 paawundii miiliyoona Β£18.1 qofaan kilabichatti isa makkuun isaa ni yaadatama. πŸ€‘ Bara dorgommii 2025/26 tapha 32 keessatti Clean Sheet 8 galmeessisuun badhaasa Jijjiirraa Cimaa EPL fudhateera! πŸ… Hanga bara 2030tti kontiraata kan qabu yoo ta'u, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee Beeljiyeem keessatti hammatameera.

🎰 DASH BET πŸ”₯πŸ”₯ 😳 β­πŸ’Έ Qarshii Kara salphaan yeroo boqqonna kessani hojechuu yoo fetaan Dash Bet filanno kessaan tasiisaa Li
🎰 DASH BET πŸ”₯πŸ”₯ 😳 β­πŸ’Έ Qarshii Kara salphaan yeroo boqqonna kessani hojechuu yoo fetaan Dash Bet filanno kessaan tasiisaa Linkii Kanan Seenuun Acount banadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ”— https://dashbetss.com?promo_code=KUSHDASH πŸ˜€Telegram Join Gochuuf⬇️⬇️ https://t.me/DASHBETSCHANAL ⬇️⬇️ https://t.me/dashbetss_bot

πŸ”΅πŸ“’ πˆππ’π€ π€π‘πˆπ…π€π“π€π€ Maanchester Siitiin dhimma Haalaand irratti ibsa baasanii! Maanchester Siitii gabaasa biyya Is
πŸ”΅πŸ“’ πˆππ’π€ π€π‘πˆπ…π€π“π€π€ Maanchester Siitiin dhimma Haalaand irratti ibsa baasanii! Maanchester Siitii gabaasa biyya Ispeen irraa ba'ee fi dubbii kaadhimamaa perezidantii Riyaal Maadrid ilaalchisee ibsa kennanii jiru Gabaasni dhimma gara fuulduraa Eerliing Haalaand ilaalchisee biyya Ispeen irraa ba'aa jiru guutummaatti dhugaa irraa kan fagaate fi Oduu Sobaa (Fake News) dha. Waliigaltee Haalaand kilabichaa waliin qabu keessa dhimma akkasii kan hayyamu dambiin addaa tokkollee hin jiru Beeksisa sobaa kanaan maqaa fi suuraa taphataa keenyaa kaayyoo dhuunfaatiif waan fayyadamaniif, tarkaanfii seeraa irratti fudhanna.

πŸ”΅πŸ“’ πˆππ’π€ π€π‘πˆπ…π€π“π€π€ Maanchester Siitiin dhimma Haalaand irratti ibsa baasanii! Maanchester Siitii gabaasa biyya Ispeen irraa ba'ee fi dubbii kaadhimamaa perezidantii Riyaal Maadrid ilaalchisee ibsa kennanii jiru Gabaasni dhimma gara fuulduraa Eerliing Haalaand ilaalchisee biyya Ispeen irraa ba'aa jiru guutummaatti dhugaa irraa kan fagaate fi Oduu Sobaa (Fake News) dha. Waliigaltee Haalaand kilabichaa waliin qabu keessa dhimma akkasii kan hayyamu dambiin addaa tokkollee hin jiru Beeksisa sobaa kanaan maqaa fi suuraa taphataa keenyaa kaayyoo dhuunfaatiif waan fayyadamaniif, tarkaanfii seeraa irratti fudhanna.

Dubbiin perezidantii Riyaal Maadrid ta'uuf kaadhimamaa kan ta'e Enriikee Rikeelmee dubbate dambalii haaraa kaasee jira! Namic
Dubbiin perezidantii Riyaal Maadrid ta'uuf kaadhimamaa kan ta'e Enriikee Rikeelmee dubbate dambalii haaraa kaasee jira! Namichi kun "Yoo na filattan urjii Siitii Eerliing Haalaand Maadriditti nan fida" jechuun isaa hoggantoota Maanchester Siitii dallansiiseera! πŸ€¬πŸ”΅ Siitiin kaayyoo filannoo fi wealtii dhuunfaatiif maqaa fi suuraa taphataa isaanii Haalaand akka meeshaatti itti fayyadamuu isaaniitiif tarkaanfii seeraa fudhachuuf qophaa'anii jiru. Kilabiin Ingilaand kun seeraan ala taphattoota dhiibbaa keessa galchuu fi beeksisa sobaa ittiin hojjachuu mormuun gara mana murtiitti deemaa jiru

πŸ—£ Faabiriiziyoo Romaanoo :- "Ani namoota dorgommii pirezidaantummaa riyaal Maadridiif dorgomaniif deggersaas ta'e jibba hin
πŸ—£ Faabiriiziyoo Romaanoo :- "Ani namoota dorgommii pirezidaantummaa riyaal Maadridiif dorgomaniif deggersaas ta'e jibba hin qabu; garuu haala kamiyyuu keessatti Haalaand ganna kana Maanchistar Siitii akka gad hin dhiifne waadaan isiniif seena." Faabiriiziyoon kana dubbachuun dura, namni dorgommii pirezidaantummaa Wiyaal Maadridiif dorgomaa jiru Rikeelmeen, "Yoo ani pirezidaanti ta'e Haalaand gara kilaba keenyaa nan fida," jedhee dubbatee ture.

"Baarsiiloonaan kilaba addaa baay'ee adda ta'eedha, waan isin yaaddan maraan olitti kilaba addaadha. Taphoota baay'ee taphatt
"Baarsiiloonaan kilaba addaa baay'ee adda ta'eedha, waan isin yaaddan maraan olitti kilaba addaadha. Taphoota baay'ee taphattoota 12n kan taphatu yoo ta'u, abbootiin seeraas qaama garee isaaniiti." πŸŽ™ Rikeelmee, namoota pirezidaanti riyaal Maadrid ta'uuf dorgoman keessaa tokko kan dubbate...

πŸš¨πŸ”΄ ππ‘π„π€πŠπˆππ† Kilabiin Kaaba Landan Arsenal taphata sarara fuulduraa bitaa (left winger) ganna 16 Jeremii Moongaa mal
πŸš¨πŸ”΄ ππ‘π„π€πŠπˆππ† Kilabiin Kaaba Landan Arsenal taphata sarara fuulduraa bitaa (left winger) ganna 16 Jeremii Moongaa mallatteessisuuf dhiibbaa gochaa jira Taphataa kana fudhachuuf kilabii Leester Siitii fi bakka bu'oota taphataa kanaa waliin marii gaggeessaa jiru saffisiisuuf yaalaa jira Taphataan dhalata Ingilaand ta'e Jeremii Moongaan gara Arsenal deemuuf fedhii guutuu kan qabu yoo ta'u, dhimma kana xumuruuf mariin ammas itti fufee jira. πŸ“ˆβš½οΈ πŸŽ– Fabrizio Romano

Senne Lammens goolii eegdota qaalii addunyaa keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa yeroo ammaa Yuuroo Miil
Senne Lammens goolii eegdota qaalii addunyaa keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa yeroo ammaa Yuuroo Miiliyoona 52.7 gahuu isaa qorannoon CIES ifoomseera! πŸ’₯πŸ”₯πŸ”₯ Yunaayitid baatii Adoolessaa bara 2025 paawundii miiliyoona Β£18.1 qofaan kilabichatti isa makkuun isaa ni yaadatama. πŸ€‘ Bara dorgommii 2025/26 tapha 32 keessatti Clean Sheet 8 galmeessisuun badhaasa Jijjiirraa Cimaa EPL fudhateera! πŸ… Hanga bara 2030tti kontiraata kan qabu yoo ta'u, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee Beeljiyeem keessatti hammatameera

Gareen biyyoolessaa Itiyoophiyaa shaakala isaa isa dhumaa kalee Finfinnee keeysatti dirree Baanki daldala Itiyoophiyaa irratt
Gareen biyyoolessaa Itiyoophiyaa shaakala isaa isa dhumaa kalee Finfinnee keeysatti dirree Baanki daldala Itiyoophiyaa irratti gaggeesseera. Gareen keenya har'a sa'aatii 6:35 irratti gara Dirree Dhawaatti kan deemu yoo ta'u, tapha michuumaa jalqabaa Maalaawwii waliin kan gaggeessu Sanbata, isa lammaffaa ammoo Kibxata ni gaggeessa. Fedireeshinii Iispootii Miilaa Itiyoophiyaa

hiyaa shaakala isaa isa dhumaa kalee Finfinnee keeysatti dirree Baanki daldala Itiyoophiyaa irratti gaggeesseera. Gareen keen
hiyaa shaakala isaa isa dhumaa kalee Finfinnee keeysatti dirree Baanki daldala Itiyoophiyaa irratti gaggeesseera. Gareen keenya har'a sa'aatii 6:35 irratti gara Dirree Dhawaatti kan deemu yoo ta'u, tapha michuumaa jalqabaa Maalaawwii waliin kan gaggeessu Sanbata, isa lammaffaa ammoo Kibxata ni gaggeessa. Fedireeshinii Iispootii Miilaa Itiyoophiyaa

Andoni Iraaolaan har'a Liivarpuul waliin kontiraata isaa ifatti kan mallatteesse yoo ta'u, yeroo dhiyootti ibsi ofiisaa ni ke
Andoni Iraaolaan har'a Liivarpuul waliin kontiraata isaa ifatti kan mallatteesse yoo ta'u, yeroo dhiyootti ibsi ofiisaa ni kennama jedhamee eegama. Faabriiziyoo Roomaanoo

βœ…Waancaan Addunyaa eegaluuf guyyaa 7 qofa hafee 🌍πŸ”₯
βœ…Waancaan Addunyaa eegaluuf guyyaa 7 qofa hafee 🌍πŸ”₯

Maanchiistar Siitiin dhimma egeree Eerliing Haalaand irratti hin siitiin gurgurtaa gannaa kanaan Haalaand kilaba gadi dhiisee
Maanchiistar Siitiin dhimma egeree Eerliing Haalaand irratti hin siitiin gurgurtaa gannaa kanaan Haalaand kilaba gadi dhiisee ni deema jedhanii hin eegan. Maanchiistar Siitiin taphataan kun gara kilaba biraa deemuuf fedhii waan hin argisiifneef, kilabichatti hafuu isaa mirkaneeffatee jira. Kana malees, taphataa Enzoo Maareeskaa jalatti iddoo guddaa qabu ta'ee ilaalama. πŸŽ– Fabrizio Romano

πŸš¨πŸ”΅ ππ‘π„π€πŠπˆππ† Maanchester Siitiin taphataha sarara ittisaa Nottiinghaam Fooreest kan ta'e Eeliyoot Andarsiinii fudhac
πŸš¨πŸ”΅ ππ‘π„π€πŠπˆππ† Maanchester Siitiin taphataha sarara ittisaa Nottiinghaam Fooreest kan ta'e Eeliyoot Andarsiinii fudhachuuf gaaffii jalqabaa dhiyeessitee kan ture yoo ta'u, gaaffiin isaanii kun yeruma sana fudhatama dhabee jira Haa ta'u malee, Maanchistar Siitiin ammallee taphaticha kanaaf fedhii kan qaban yoo ta'u, jijjiirraa kana xumuruuf carraaqqii isaanii cimsuuf karoorfataniiru. Deevid Ornstein