ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Bright Sheger Academy ብራይት ሸገር አካዳሚ

Bright Sheger Academy ብራይት ሸገር አካዳሚ

الذهاب إلى القناة على Telegram

ዛሬ በነገ ሊተካ አልፎም ትላንት ሊባል ፣ ህፃን የነበረው ሽማግሌ ሊሆን፣ ሽማግሌውም ወደማይመለስበት ሊሄድ ይህ የተፈጥሮ ህግ ነው፡፡ ትውልድ ላይ እንሠራለን!

إظهار المزيد
860
المشتركون
+124 ساعات
+27 أيام
+230 أيام
أرشيف المشاركات
የኬጂ መጽሐፍን መምህርቷ ለተማሪዎቿ እንድታደርስ ወላጆች የመጽሐፍ ክፍያ የከፈላችሁበትን ደረሰኝ ለተማሪው/ዋ መምህርት መስጠት አለብን።

Kitaaboota qaqqaban Guyyaa 25/01/2019 irraa hanga guyyaa 30/01/2019 gattii kitaaboota Baankii Biraahaaniitin Lkk. 10133878161
Kitaaboota qaqqaban Guyyaa 25/01/2019 irraa hanga guyyaa 30/01/2019 gattii kitaaboota Baankii Biraahaaniitin Lkk. 1013387816143 (Gannana Asagidaw &/ Fiqaadu Yamaataaw) tiin Maqaa barataatiin galshudhaan nagahee fidachuun fudhachuu dandesu. ያስገባናቸውን መጽሐፍቶች  ከ25/01/2019 ዓ.ም እስከ 30/01/2019 ዓ.ም የሚጠበቅባችሁን ክፍያ ብርሃን ባንክ የሂሳብ ቁጥር 1013387816143 (ገነነ አሰግደው / ፈቃዱ የማታው) በተማሪው/ዋ ሙሉ ስም በመክፈል እና የከፈላችሁበትን ደረሰኝ በመያዝ መውሰድ ትችላላችሁ፡፡

Kitaaboota qaqqaban Guyyaa 25/01/2019 irraa hanga guyyaa 30/01/2019 gattii kitaaboota Baankii Biraahaaniitin Lkk. 10133878161
Kitaaboota qaqqaban Guyyaa 25/01/2019 irraa hanga guyyaa 30/01/2019 gattii kitaaboota Baankii Biraahaaniitin Lkk. 1013387816143 (Gannana Asagidaw &/ Fiqaadu Yamaataaw) tiin Maqaa barataatiin galshudhaan nagahee fidachuun fudhachuu dandesu. ያስገባናቸውን መጽሐፍቶች  ከ25/01/2019 ዓ.ም እስከ 30/01/2019 ዓ.ም የሚጠበቅባችሁን ክፍያ ብርሃን ባንክ የሂሳብ ቁጥር 1013387816143 (ገነነ አሰግደው / ፈቃዱ የማታው) በተማሪው/ዋ ሙሉ ስም በመክፈል እና የከፈላችሁበትን ደረሰኝ በመያዝ መውሰድ ትችላላችሁ፡፡

ቀን ፡ መስከረም 19/2019 ዓ.ም ለተማሪ ወላጆች በሙሉ! አካዳሚያችን ከ1.4 ሚሊዮን ብር በላይ በመመደብ ከKG-1 እስከ 6ኛ ክፍል ለ2019 የትምህርት ዘመን የመማሪያ መጽሐፍትን ከኦሮሚያ የግል ት/ቤቶች ማህበር መስከረም 18/2019 ዓ.ም በማህበሩ ጽ/ቤት በአካል በመገኘት ተረክበናል:: የማህበሩን የቦርድ አባላት እና ሰራተኞች ስላደረጉልን ቀና ትብብር በአካዳሚያችን ስም ምስጋናችንን እያቀረብን: የሽያጭ ጊዜ፦ ከመስከረም 25 - 30/2019 ዓ.ም ቦታ፦ በአዲሱ የአንደኛ ደረጃ ቅርንጫፍ ግቢ ዋጋ፦ በቀጣይ ቀናት ይፋ ይደረጋል። ማሳሰቢያ፦ በአንዳንድ ክፍሎች የመጽሐፍት ብዛት ውስን በመሆኑ የሚጠበቅበትን ክፍያ ቀድሞ የከፈለ ቀድሞ መፅሐፍቱን ይረከባል። የአካዳሚው አስተዳደር! Guyyaa: Fuulbaana 19/2019 A.L.I. Maatii Barattootaa Hundaaf! Akkaadaamiin keenya qarshii miliyoona 1.4 ol ramaduun bara barnoota 2019tiif  kitaabota barnootaa KG-1 hanga kutaa 6ffaatti jiran Walda Manneen Barnoota Dhunfaa Oromiyaa irraa Fuulbaana 18/2019 A.L.I. waajjira waldaichaatti qaamaan argamuun fudhanneerra. Miseensota boordii fi hojjettoota waldaichaa tumsa gaarii nuuf taasisaniif maqaa akkaadaamii keenyaatiin galata Gudda dhiyeessaa: Yeroo Gurgurtaa: Fuulbaana 25 - 30/2019 A.L.I. Bakka Gurgurtaa: Mooraa damee sadarkaa 1ffaa haaraa keessatti Gatii: Guyyoota dhihoo keessatti kan beeksifamu ta'a. Hubachiisa: Kutaalee tokko tokko keessatti baay'inni kitaabotaa muraasaa waan ta'eef, namni kaffaltii irraa eegamu dursa kaffale dursa kitaabota kan fudhatu ta'a. Bulchiinsa Akkaadaamichaa!

Maatiiwwan kabajamoo, Wiixata guyyaa 18/01/2019 leenjiin barsiisotaa waan jiruuf barnoonni hin jiru. Kibxata guyyaa 19/01/2019 garuu barnoonni guyyaa guutuu kan itti fufu ta'uu isaa kabajaan ibsina. Bulchiinsa Mana Barumsaa ውድ  ወላጆች ሰኞ 18/01/2019 የመምህራን ሥልጠና ስለሚኖር ትምህርት አይኖርም፡፡ ማክሰኞ 19/01/2019 ግን ትምህርት በሙሉ ቀን የሚቀትል መሆኑን በአክብሮት እንገልፃለን፡፡ የት/ት ቤቱ አስተዳደር

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa, Maatii Barattootaa, Barattoota Akaadaamii Biraayit Shagar fi Hawaasa Akaadaamii Keenya Hunda
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa, Maatii Barattootaa, Barattoota Akaadaamii Biraayit Shagar fi Hawaasa Akaadaamii Keenya Hundaaf, Baga Ayyaana Gubaa Damaraa fi Masqalaa nagaan geessan! Ayyaanni kun ayyaana gammachuu, jaalalaa, nageenyaa fi milkaaʼinaa isiniif haa taʼu. Maatii keessan waliin nagaa fi gammachuun akka kabajjan, ayyaanni kunis jireenya keessan keessatti eebba, milkaaʼina fi badhaadhina haa fidu. Ayyaana Gaarii! AKAADAAMII BIRAAYIT SHAGAR ለመላው የክርስትና ሃይማኖት ተከታዮች፣ ለተማሪዎቻችን ወላጆች፣ ለብራይት ሸገር አካዳሚ ተማሪዎች እና ለመላው የአካዳሚው ማህበረሰብ፣ እንኳን ለደመራ እና ለመስቀል በዓል በሰላምና በጤና አደረሳችሁ! ይህ በዓል የደስታ፣ የፍቅር፣ የሰላም እና የስኬት ይሁንላችሁ። በዓሉን ከቤተሰቦቻችሁ ጋር በደስታና በሰላም እንድታከብሩ፣ ይህ በዓልም በሕይወታችሁ በረከት፣ ስኬት እና ብልጽግና እንዲያመጣላችሁ እንመኛለን። መልካም በዓል! ብራይት ሸገር አካዳሚ

🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 ውድ የብራይት ሸገር አካዳሚ ወላጆች፡ እንኳን ለ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን በሰላም አደረሳችሁ! 🖋 ትምህርት አጀማመር፡ ትምህርት ሰኞ መስከረም 11ቀን 2019 ዓ.ም ይጀምራል። በዕለቱ ተማሪዎች ከመምህሮቻቸው ጋር የሚተዋወቁበት በመሆኑ ትምህርት ለግማሽ ቀን ብቻ ይሰጣል። 🖋 ዩኒፎርም፡ ከረቡዕ መስከረም 06 እስከ ዓርብ መስከረም 08/2019 ዓ.ም ድረስ የዩኒፎርም ክፍያ በመፈጸም ልብሶችን እንድትወስዱ እናሳስባለን። 🖋 የተማሪዎች መታወቂያ፡ ከሐሙስ መስከረም 07 እስከ ዓርብ መስከረም 08/2019 ዓ.ም ድረስ በስራ ሰዓት ቢሮ በአካል በመቅረብ የተማሪ መታወቂያ እንድትወስዱ እናሳስባለን። 🖋 የመምህራን ዝግጅት፡ ከመስከረም 06 እስከ 08/2019 ዓ.ም መምህራን ለትምህርት ዘመኑ ዝግጅት የሚያደርጉበት ወቅት ይሆናል። 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 ማሳሰቢያ🖋 የተማሪዎች ሰርቪስ፡ ሰርቪስ የሚጠቀሙ ተማሪዎች ቀደም ሲል በነበረው የትራንስፖርት ማቆሚያ (ፌርማታ) መሠረት አገልግሎቱ የሚቀጥል ይሆናል። 🖋 የትምህርት ቁሳቁሶችን በተመለከተ (ከ1ኛ - 6ኛ ክፍል)፡ 8 ባለ 50 ገጽ ደብተር 1 የእጅ ጽሑፍ ደብተር ተጨማሪ ቁሳቁሶች፡ እርሳስ (ለ1ኛ እና 2ኛ ክፍል) እስክርቢቶ (ከ3ኛ እስከ 6ኛ ክፍል) ላጲስ እና መቅረጫ መያዝ ይኖርባቸዋል። በድጋሚ መልካም አዲስ ዓመት እንዲሆንልዎ እንመኛለን! የብራይት ሸገር አካዳሚ አስተዳደር!🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 Kabajamoo Maatii Akaadaamii Biraayit Sheger: Baga Bara Barnoota 2019n nagaan geessan jechaa, 🖋 Eegala Barnootaa: Barnoonni Wixata Fuulbaana 11, 2019 kan eegalu yoo ta'u, guyyaa sana barattoonni barsiisota isaanii wajjin waan wal-baraaniif barnoonni kan kennamu walakkaa guyyaaf qofa ta'a. 🖋 Uffata Seeraa (Yunifoormii): Roobii Fuulbaana 06 hanga Jimaata Fuulbaana 08/2019ti kaffaltii raawwachuudhaan uffata seeraa akka fudhattan isin yaadachiisna. 🖋 Waraqaa Eenyummaa Barattootaa: Kamisa Fuulbaana 07 fi Jimaata Fuulbaana 08/2019 qaamaan waajjira dhufuudhaan waraqaa eenyummaa ijoollee keessanii akka fudhattan isin beeksisna. 🖋 Qophii Barsiisotaa: Fuulbaana 06 - 08/2019 barsiisonni bara barnoota haaraaf qophii kan taasisan ta'a. 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻 Hubachiisa 🖋 Tajaajila Geejibaa (Servisii): Barattoonni tajaajila geejibaa fayyadamtan,  (feermaata) kanaan duraatiin kan itt fufu ta'a. 🖋 Meeshaalee Barnootaa Ilaalchisee (Kutaa 1ffaa - 6ffaa): Dabtara fuula 50 (qooda 8) Dabtara barruu harka (qooda 1) Dabalataan: Eersaasi (Kutaa 1ffaa fi 2ffaa) Qalama/Isikirbiitoo (Kutaa 3ffaa hanga 6ffaa) Haqduu (Laappiisi) fi Meqrecaa akka fidatani dhufan yaata'u Bara Haaraa Gaarii isiniif haa ta'u! Bulchiinsa Akaadaamii Biraayit Sheger! 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

Kabajamtoota Maatii Akkaadaamii Birayiti Shaggar hundaaf Bara barnoota 2019tiif galmeen Waxabajjii 29/2018 irraa jalqabee kan eegale yoo ta’u, maatiiwwan ijoollee keessan yeroodhaan galmeesistan galateeffachaa, isiin hanga ammaatti hin galmeessisin immoo hanga Roobii 08/11/2018 qofa kan eegnu ta'uu isaa jabeessinee isiin beeksisna. Kaffaltii koodii barattootaa qofaan kaffaluun, qaamaan dhiyaattanii akka mirkaneessistan isiniin gaafanna. Barattoota hanga guyyaa jedhametti hin galmoofneef garuu, bakka isaanii barattoota haaraa kan galmeessinu ta’uu beektanii rakkina dabalataa irraa akka of qusattan jabeessinee isiin beeksifna! ውድ የብራይት ሸገር አካዳሚ ወላጆች ለ2019ዓም የትምህርት ዘመን ከ29/10/2018ዓም ጀምሮ ምዝገባ የተጀመረ በመሆኑ ልጆችዎን በወቅቱ ያስመዘገባችሁ እያመሰገንን እስካሁን ልጆችዎን ያላስመዘገባችሁ ከሆነ እስከ ረቡዕ 08/11/2018 ዓ.ም ድረስ ብቻ የምንጠብቅ መሆኑን በጥብቅ እያሳሰብን የመስከረምን ወራዊ ክፍያ በተማሪዎቹ የክፍያ ኮድ ብቻ እየከፈላችሁ በአካል በመቅረብ እንድታወራርዱ እናሳስባለን። እስከተባለው ቀን ድረስ ላልተመዘገቡ ነባር ተማሪዎች ግን በምትካቸው አዲስ ተማሪዎችን የምንመዘግብ መሆኑን አውቃችሁ ከአላስፈላጊ እንግልት እንድትጠበቁ ስንል በጥብቅ እናሳስባለን! የት/ት ቤቱ አስተዳደር

kabajamtoota maatii barattoota keenya hundaf Guyyaa boruu gaafa 28/10/2018 ganama hanga sa,aatii 6:30 tti kaardiin(Report card) waan kennamuuf maatiin akka dhuftani fudhattan kabajan isin beeksifnaa ውድ የብራይት ሽገር አካዳሚ ወላጆች በሙሉ ነገ ማለትም እሁድ በ28/10/2018 አ,ም ወላጆች እስከ 6:30 መታችሁ የተማሪን ካርድ (Report card) እንድትወስዱ እያልን እናሳውቃችዋልን::

Kabajamtoota Maatii Barattootaa! Waanmti barbaachisoo galmee bara barii 2019f barbaachisan keessaa tokko Waraqaa Eenyummaa Fayidaa (Fayda ID) waan ta’eef, ijoolleen keessan yoo waraqaa eenyummaa Fayidaa hin qabaatne ammaarraa eegaltanii akka baasistaniif isiniin gorfina! Bulchiinsa Mana Barumsaa ውድ ወላጆች ለ2019 ዓም የትምህርት ዘመን ለምዝገባ ከሚያስፈልጉ ነገሮች መካከል የፋዳ መታወቂያ አንዱ ስለሆነ ልጆቻችሁ ፈይዳ መታወቂ ከሌላቸው ከወዲሁ እንድታወጡላቸው እናሳስባለን! የት/ቤቱ አስተዳደር

Kabajamoo maatii barataa --------------, kaffaltii kanaan dura hin kaffallee kan barumsaa fi tajaajila geejjibaa (servisii) isiin irra jiru, kaffaltii barumsaa koodii barataa ------------ tin qofa akka kaffaltan, akkasumas tajaajila geejjibaa Lakk herrega Baankii 1013387816143 tin qofa kaffaluun nagahee akka galii gootan fi adabbii dabalataa jalaa akka of eegdan jabeessinee ni beeksifna. Akadaamii Biraayit Shaggar ውድ  የተማሪ   --------------- ወላጆች ውዝፍ የት/ት እና የሰርቪስ ክፍያ ያባችሁ የትምህረት ክፍያ በተማሪው/ዋ ኮድ----------- ብቻ  እንድትከፍሉ እንዲሁም ሰርቪስ ለምትጠቀሙ ወላጆች በ1013387816143 ብርሃን ባንክ ብቻ እየከፈላችሁ ደረሰኙን እንድታወራርዱ እና ከአላስፈላጊ እንድትጠበቁ ከወዲሁ በጥብቅ እናሳስባለን። ብራይት ሸገር አካዳሚ

kabajamtoota maatii baratoota eebbifaman Mana Barumsaa Birait Shaggar hundumaaf. Baga Ayyaana Eebbaa Barattootaa kan bara 2018 tiin isiniin ga’e jechaa, sirni eebbaa kun Waxabajjii Gaafa Qidaame 20/2018 kan gaggeeffamu yoo ta’u, iddoon isaas Qallittii Tootaal gamoo kaafdam irratti ta’uu isaa kabajaan ni beeksifna. Bulchiinsa Mana Barumsaa ውድ የብራይት ሸገር የተማራቂ ወላጆች በሙሉ። እንኳን ለ2018ዓም የተማሪዎች ምረቃ በዓል አደረሳችሁ እያልን የምረቃ ሥነ-ስርዓቱ የሚካሄደው ቅዳሜ ሰኔ 20/2018ዓም ሲሆን ቦታው ቃሊቲ ቶታል ካፍደም ህንፃ ላይ መሆኑን በአክብሮት እንገልፃል። የት/ት አስተዳደር

Kabajamtoota Maatii Barattoota Biraayit Shaggar Hundumaaf Barattoota dhaabbata keenya keessatti barachaa jiran keessaa, ijoolleen obboleessa/obboleettii bara barnootaa 2019’f sadarkaa 1ffaa dura (KG) galmeessisuu barbaaddan, Wiixata 15/10/2018 irraa kaasee hanga 19/10/2018’tti ijoollee keessan qaamaan qabattanii dhihaachuun mana barnootaaf akka beeksistan waamicha dhiheessina. Guyyoota ibsaman kanaan alatti warra dhufan kan hin keessummeessine ta’uu fi bakki kan hin qabamneef ta’uu isaa ciimssinee hubachiisna. Hubachiisa: Galmeen idilee osoo hin gahin dura ulaagaalee armaan gadii akka guuttan isiniin jenna: Waraqaa ragaa dhalootaa (Biiroo Ragaalee Sanadoota irraa kan kenname ta’uu qaba) Kaardii Talaallii Suuraa gabaabaa (Gurdii) ijolle lama (2) Suuraa warraa tokko tokko (Kan haadhaa tokko, kan abbaa tokko) Bulchiinsa Mana Barnootaa ውድ የብራይት ሸገር ተማሪ ወላጆች በሙሉ በተቋማችን እየተማሩ ያሉ ተማሪዎች  ለ2019ዓ.ም  የትምህርት ዘመን የቅድመ አንደኛ (ኬጂ) ተመዝጋቢ ወንድም/እህት ተማሪዎች ያሏችሁ ወላጆች ከሰኞ 15/10/2018 ዓ.ም እስከ 19/10/2018ዓ.ም ልጆቹን በአካል ይዛችሁ በመቅረብ ለትምህረት ቤቱ እንድታሳውቁ  ጥሪ እያቀረብን ከተጠቀሱት ቀናት ውጪ የሚመጡ ወላጆችን የማናስተናግድ መሆኑን እና ቦታም የማይያዝላቸው መሆኑን በጥብቅ እናሳስባለን ፡፡ ማሳሰቢያ፡- ዋናው ምዝገባ ከመድረሱ በፊት የሚከተሉትን ቅድመ ሁኔታዎች እንዲያሟሉ አደራ እንላለን! የልደት ሰርተፍኬት (ከወሳኝ ኩነት ቢሮ የሚሰጥ መሆን አለበት) የክትባት ካርድ ሁለት የተማሪው/ዋ ጉርድ ፎቶ የወላጆች አንድ ፎቶ (የእናት አንድ የአባት አንድ) የት/ት ቤቱ አስተዳደር

ወድ የተመራቂ ተማሪዎች ወላጆች በሙሉ ዛሬ የተነሱት የምረቃት ፎቶ በቂ ስላልሆነ እና ተጨማሪ ፎቶ ስለሚነሱ የKG-3 ተማሪዎች ነገ በ12/09/2018 (ረቡዕ) ዩኒፎርም አልብሳችሁ እንድትልኩልን እናስባለን! የት/ት ቤቱ አስተዳደር።   Kabajamtoota maatii barattoota eebbifamtootaa hundaaf, suuraan eebbaa har’a ka’an gahaa waan hin taaneefii fi suuraa dabalataa waan ka’aniif, barattoonni KG-3 boru guyyaa 12/09/2018 (Roobii) yuunifoomii uffistanii akka nuuf ergitan isiniin beeksifna! Bulchiinsa Mana Barumsaa.

Hordoftoota Amantaa kiristaanaa Hundaaf Baaga Ayyaana Du,aa ka,uu gooftaa keenya Iyyesuus kirisitoosiin nagaan geessan Ayyaana Gaarii !! ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለጌታችን ለመዳኃኒታችን ለእየሱስ ክርስቶስ የትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ ፡፡መልካም በአል ።

ሰላም ወላጆች:- ለፕሮጀክት 12, ለፕሮጀክት 17 እና ለፕሮጀክት 18 ወይም በISUZU የት/ት ቤቱን የሰርቢስ አገልግሎት ለምትጠቀሙ ዛሬ ከመሸ ሰርቪሱ ግዳጅ ስለተያዘ ተማሪዎቻችንን በሌላ አማራጮች ትምህርት ቤት እንድታደርሱልን በአክብሮት እየጠየቅን ለተፈጠረው የአገልግሎት መስተጓጎል ይቅርታ እንጠይቃለን። Har'a galgala sarvisiin P-17 fi 18 akkasumas p-12 tajajila motumadhaaf waan qabamef boru ganama tajaajill sarvisiin dhifama guddaa wajjin keennu akka hindandeenye isiin beksifna!