2 861
المشتركون
+624 ساعات
+57 أيام
+3530 أيام
أرشيف المشاركات
Barattoota kutaa 12ffaa Natural Science Qubeen Keessn A-F jirtaan ganama saa'a 2:30tti shaakala waan qabdaniif akka harcaatii tokko malee argamtan
Saa'a Boooda 8:00tt qubee G-M akka argamtan
# Ramaddiin keessanillee dhufeera
1.Natural marsaa 3
2. Social marsaa 1
Barattoota hanga amma qormaata hin shaakalle yoo jirattan Sababa qabatamaan Matii keessan qabattani guyyaa boruu dhuftan kanaan alatti qorumsa biyyoolessaa fudhachuu hin dandeettan
#barattootni password isin dide ganama kootaa
Barattootni password dagattan har'uma mana barumsa deema galmaaya
Barattootni password hin arganne guyyaa boruu dhuftanii akka fudhattan
Barattoota maqan keessan asirratti maxane kuniin password isinif kennaa naaf bilbila ykn keessan nadubbisaa
Barattoota kutaa 12ffaa lakkisaa icitii(password ) dhuunfaa keessanii dagattan maqaa keessaniif lakkoofsa administration keessani link. Telgram arman garii irratti akka naaf ergitan
Wixata saa'a booda 8:00 irraa barattoota Qubeen keessan (Me-z) dhiftanii akka shaakaltan
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
