ch
Feedback
Shasheprep2014(Madda Hayyootaa)

Shasheprep2014(Madda Hayyootaa)

前往频道在 Telegram
2 861
订阅者
+624 小时
+57
+3530
帖子存档
Barattoota kutaa 12ffaa Natural Science Qubeen Keessn A-F jirtaan ganama saa'a 2:30tti shaakala waan qabdaniif akka harcaatii tokko malee argamtan Saa'a Boooda 8:00tt qubee G-M akka argamtan # Ramaddiin keessanillee dhufeera 1.Natural marsaa 3 2. Social marsaa 1

Barattoota hanga amma qormaata hin shaakalle yoo jirattan Sababa qabatamaan Matii keessan qabattani guyyaa boruu dhuftan kanaan alatti qorumsa biyyoolessaa fudhachuu hin dandeettan #barattootni password isin dide ganama kootaa

photo content
+1

Barattoota Password Sirrateeruuf

Barattootni password dagattan har'uma mana barumsa deema galmaaya

Barattootni password hin arganne guyyaa boruu dhuftanii akka fudhattan

Barattoota maqan keessan asirratti maxane kuniin password isinif kennaa naaf bilbila ykn keessan nadubbisaa

Barattoota kutaa 12ffaa lakkisaa icitii(password ) dhuunfaa keessanii dagattan maqaa keessaniif lakkoofsa administration keessani link. Telgram arman garii irratti akka naaf ergitan

Wixata saa'a booda 8:00 irraa barattoota Qubeen keessan (Me-z) dhiftanii akka shaakaltan

29/09/2018 Barattoota Natural science ( B-F)——- saa'a 4:00-6:00

29/09/2018 Barattoota Natural science ( B-F)——- saa'a 2:00-4:00