Mana Murtii Aanaa Dadar
الذهاب إلى القناة على Telegram
2 164
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-27 أيام
-730 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from Desalegn B.
PPT Leenjii Faayidaa Uummataaf lafa Gadi Lakkisiisuu (Expropriation) Abbootii Seeraa MMWO fi Manneen Murtii Ol'aanaatiif Kenname (Updated) Desalegn B.
Repost from Oromia Legal Training and Research Institute
MOOJULA IJAARSAA FINAL 2017 Tdocx.pdf1.25 MB
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Labsii Lakk 1243/2013
Seera Daldalaa Federaalawaa Dimookiraatawaa Rippabiliika Itoophiyaa(Afaan Oromoo)
Koreen too'annoo, hordoffii fi deeggarsaa kilaastara Bahaa Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaatti haala kenniinsa tajaajila Waliigalaa irratti Pirezidaantota Manneen Murtii Aanaalee Godinichaa waliin mariin gaggeessaa ture milkaa'inaan goolabamee jira.
(Gurraandhala 8/2017,MMOGHB, Harar) Koreen too'annoo, hordoffii fi deeggarsaa kilaastara Bahaa Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaatti haala kenniinsa tajaajila Waliigalaa irratti koree Bulchiinsa MMO fi Pirezidaantota Manneen Murtii Aanaalee Godinichaa waliin mariin gaggeessaa ture milkaa'inaan goolabamee jira.
Marii gaggeeffameen tajaajila Abbaa Seerummaa ammayyaawaa, dhaqqabamaa, si'ataa fi qulqulluu ta'e kennuu keessatti hojiin boonsaan akka Godinichaatti hojjatamaa jiraachuu ibsuun keessattuu teeknoolojii dijitaalawaa babal'isuu fi hojii qabatamaan mirkaneessuu akkasumaas ragaa sobaa hambisuu fi iddoo hojii mijataa taasisuu keessatti hojiin bal'aan hojjatamaa jiraachuu hirmaattonni marichaa yaada kaasaniin ibsaniiru.
Koreen hoggansa kilaastara Bahaas xumura manichaarratti yaada kennaniin akka jedhanitti Godinichi tajaajila Abbaa Seerummaa teeknoolojiin deeggarame keennuu keessatti fakkeenyummaa guddaa kan qabuudha kana qofaa miti hojii hojjatamaa jiru akkuma gabaasaan nuuf dhiyaatu moo miti kan jedhu Aanota Godinichaa daawwannaa taasifneetti qabatamaan lafarratti arguun hedduu dinqisiifannee jirra kanaaf qulqullina hojii eegaa hojjachaa jirtan Aanaalee hundatti bifa walfakkaataa fi miira dorgommiitiin hojjachuun daran cimtanii argamuu qabdan jechuun dhaamanii maricha haala miidhagaa ta'een xumuranii jiru.
Kominikeeshinii Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa
Repost from Gonfa Atoma
Labsii Daldaala Bu'aawwan Boba'aa Murteessuuf qophaa'e, kan marii Paarlaamaaf dhiyaate.
Repost from Elias Kasa Legal Service.
👉Leenjii:Labsii Bulchiinsaa fi Itti fayyadama Lafa Baadiyaa Naannoo Oromiyaa Labsii Lakk. 248/2015:Dhimmoota Xiyyeeffannoo Barbaadan.
👉(Labsii Federaalaa fi murtiilee mana Maree federeeshinaa waliin kan xiinxalame)..Bara 2017
By Eliyaas Kaasaa(Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa)
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa.
👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ
ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ።
0929399368/0927222561
https://t.me/eluLaw
Repost from Oromia Legal Training and Research Institute
kun maateeriyaalii leenjii Seera Daldalaa irratti obboo Haashim Tunaatiin qophaa'edha.
Repost from Oromia Legal Training and Research Institute
Maateeriyaalii leenjii malaammaltummaa fi sirna qorannoo yakka shororkeessummaa #obboo #Haashim_Tunaatiin qophaa'edha.
Repost from Turunbaduu2006
✍️Ppt leenjii seera ijaarsaa
✍️Labsiilee, Dambii, qajeelfamoota rogummaa qaban fi
✍️waliigalteewwaan moodelaa garagaraa bakka tokkotti kan qindaawe.
https://t.me/binimoslawyer
