COBA QALAMAA || የ ብዕር ጠብታ
Kaayyoon Channel kanaa Dhaloota Miiraan osoo hin taane Beekkumsaan Hoogganamu Uumuudha. https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg
إظهار المزيد29 986
المشتركون
-1024 ساعات
-607 أيام
+3730 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
Ifti Kee addessaa
Mildhanni Kees aduu
Oolmaan ke kaleessa
Na kessa hin badu
👍 11❤ 8
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa!
Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa!
1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.
5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ
https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
👍 4❤ 1
#Oduu_Gammachiisaa😁
Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf🙏🙏🙏
✍Hulepay galmee eegaleera🤙🤙🤙🤙
✍ Hordoftoota keenya Hulepay.com amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaa✍
✍️#Hub👌Rabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu👌.
✍ Galmeef step gadii kinoo laali👇👇👇
1⃣Hulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu.
2⃣ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu
3⃣ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa
4⃣VIP filachuun jalqabduu
Jechuudha✍️
✅👍👍👍👍👍👍👍🍀
✍️✍️Linkii kanaan seenaa
👇👇👇👇👇👇
https://www.hulepay.com?reference=abduse
https://www.hulepay.com?reference=abduse
https://www.hulepay.com?reference=abduse
Hulepay - Ethiopian money making platform
Hulepay is a Marketing and Advertising platform that allows advertisers to put their ads here. Hulepay also provides an online earning opportunity to Users who want to earn money.
😁 8👍 3
Repost from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
''Nuti nama hundaa caalaa ofii keenya osoo jaallannuu, yaada ofii keenyaa caalaa garuu kan namootaaf bakka laachuun keenya na ajaa'iba."
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
👍 6
Repost from Jaalala♡Qulqulluu💖
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin.
Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha.
:¨·.·¨:
`·. @Jaalala_qulqulluu
👍 37👏 5😢 3🔥 1
Repost from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Jechoota Akka dammaa miyaa'an
Argachuuf Channel @soriasart Join Godhaa 👇👇
https://t.me/soriasart
https://t.me/soriasart
✌S͎o͎r͎i͎a͎'s͎ A͎r͎t͎😘
Allah can't leave me alone اسلام عليكم ورحمتالله وبركات ዉድ የቻናሌ ቤተሰቦች እዚህ ቻናል ላይ 1.ኢስላማዊ ቂሳዎች (ታሪክ) 2.phsycological facts 3.ቀልዶች 4.ምክሮችን ማግኘት ትችላላቹ for any comment 👇👇 @sorii079
👍 3
Maaliif Naan hin jedhin
Maaliff Naan hin jedhin
Nan gaafatin sababa
Baasees Himadheera
Onneen kiyya waa qaba
Si malee Naan jedha
Qalbiin koo yoo mara
Maaliif Naan hin jedhin
An si jaalladheera
An deebii-n barbaadu
Yookaaniis Galata
Onneen koo Si-Amanee
Toluma si jaallata
Wanta hundumarraa
Ati Anaaf Adda
Maaliif Naan hin jedhin
Ganamaaf galgalas
Ani Suman yaada
Jettee nan gaafatin
Maaliif Akkamitti
Ani kufeen jira
Galaana yaada keetti
Gammachuu kan keetu
Anas na gammachiisa
Miirri An siif qabu
Naaf hin galle waan-saa
Waan hunda koo godhee
Siif kennuun onnee koo
Anaaf badii miti
An si jaallachuun koo
Atis kan koo ta'i
Atis yaa giiftii koo
#Seyfa
@Coba_Qalamaa1 @Coba_Qalamaa1
❤ 17👍 8🤔 3🥰 1
Repost from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Haree baasuu?
maree kaasuu?
Faffaca'aa yaadaa
ulaa kootti wal guure;
Sharafamuu waadaa
qalbii koo unkure,
Haa baduu? balleessuu?
Haa taa'uu? qindeessuu?
Gufuu na takaalee
kaayyoo koo laaffisu,
Qawwaa koo ilaalee
Jabaa koo kuffisu,
Haa cituu? kiyyeessuu?
Haa coomuu? miindessuu?
Doofaatti maqaa laatee,
Dhufa koo wallaale!
Deegaan sammuu baatee,
Waa dhabni awwaale.
Hundeen raasee qaanessuu?
Biddeen baasee caasessuu?
Gaarii na fakkaatee,
maqaa koo xureessu!
Laaqii bifa addaatee,
carii koo booressu!
Haa goobuu? hamileessuu?
Haa goguu? laamshessuu?
Gaabbii taatee darbee
fuul-dura na maru;
Kolfa ammee sarbee
har'a koo dararu!
Haa deemuu? geggeessuu?
Haa turuu?.......jabeessuu?
Dibata oganaa'ee
foolii koo ajeessu;
kakuu ligidaa'ee
Abdii koo ajjeesu!
Miicee qulqulleessuu?
Dhiisee kulkuleessuu?
#Uggum!
Yaadan isin dhamaase!
hibboon isin badhaase.
Ofiifuu itti hin beeknee,
Kiyya anaaf beektuu?
Keessanuu hin akeeknee,
Kan koo naaf akeektuu?
👍 24❤ 5👏 4
Repost from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Akkami naan jettee
maalsaa na gaafattaa
Haala koo ilaaltee
hundaa ni hubattaa
~
Nama amansiisuuf
hunda'n dubbatanii
Yeroo tokko tokko
argaadhan baranii
~
Inni argitu kun
waa hedduudha baataa
Callisii dhaga'i
suuraan ni dubbataa
~
@A4mulaa_jireenyaa
👏 8👍 5🤯 1
Umurii xiqqoo
Haga dabarre
Jiga hin fakkaanneen
Jigee agarre…
Hurrii ganamaa
Waca iddoo gabaa
Hundinuu yeroo
Murtoofte qaba!
Hin abdatiinaa barcuma keessan
Hoffaafi dhoqqicha
Kan bakkatti hafu
Gooftaa Tokkicha!
💰💰
@Coba_Qalamaa1
👍 13❤ 6