ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

الذهاب إلى القناة على Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
759
المشتركون
+924 ساعات
+557 أيام
+11930 أيام
أرشيف المشاركات

Barattoota keenya kabajamoo!! 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi t
Barattoota keenya kabajamoo!! 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu jenna. 📝 Amma irraa eegaltanii deebii sirrii qormaataa ilaalu ni dandeessu! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

📣 YAADACHIISA CIMAA 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 1 tokko qofaa hafe. 📝 Carraa kanatti fa
📣 YAADACHIISA CIMAA 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 1 tokko qofaa hafe. 📝 Carraa kanatti fayyadamuun qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 ============================== #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qorma
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 ============================== 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!! Carraa keessan hin dabarsinaa! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 8ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab8a0dbbeac7366e732a26c

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 8ffaa.mp311.19 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 8ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Saddeettaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/ZpJuWwh8pP0?si=Y-YCYZHE6lcPykut

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 7ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatt
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,500 ol qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? 📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 ============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📢 YAADACHIISA CIMAA!! Barattoonni qormaata torbee 1ffaa barnoota Aqiidaa hanga ammaatti hin qoramin, liinkii asii gadii kana
📢 YAADACHIISA CIMAA!! Barattoonni qormaata torbee 1ffaa barnoota Aqiidaa hanga ammaatti hin qoramin, liinkii asii gadii kanaan seenuun qormaata keessan qoramaa. 👇👇👇👇👇👇 🔗 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 7ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab748a4ac128d8303160c94

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 7ffaa.mp311.98 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 7ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Torbaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir https://youtu.be/0aLxx6Xu3yk?si=D2wAUrD7UCVyilD5

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaann
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee jalqabaa gosa Koorsii Aqiidaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 27/09/2026 ykn 17/01/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa

❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 6ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Namni Rabbiin Uumaa fi Gooftaa waan hundaati jechuun amanee, garuu ibaadaa isaa keessaa tokko uumamaaf yoo qoode, rakkoon isaa guddaan maali?
Anonymous voting