Siinqii Aakhiraa.
Ir al canal en Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
759
Suscriptores
+924 horas
+557 días
+11930 días
Archivo de publicaciones
Barattoota keenya kabajamoo!!
🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu jenna.
📝 Amma irraa eegaltanii deebii sirrii qormaataa ilaalu ni dandeessu!
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
📣 YAADACHIISA CIMAA
🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 1 tokko qofaa hafe.
📝 Carraa kanatti fayyadamuun qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
==============================
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe!
📢 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama.
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
==============================
📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!!
Carraa keessan hin dabarsinaa!
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 8ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab8a0dbbeac7366e732a26c
[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 8ffaa.mp311.19 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 8ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Saddeettaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtu.be/ZpJuWwh8pP0?si=Y-YCYZHE6lcPykut
❤️ Barattoota keenya kabajamoo!
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 7ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,500 ol qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
📢 YAADACHIISA CIMAA!!
Barattoonni qormaata torbee 1ffaa barnoota Aqiidaa hanga ammaatti hin qoramin, liinkii asii gadii kanaan seenuun qormaata keessan qoramaa. 👇👇👇👇👇👇
🔗 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 7ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab748a4ac128d8303160c94
[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 7ffaa.mp311.98 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 7ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Torbaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
https://youtu.be/0aLxx6Xu3yk?si=D2wAUrD7UCVyilD5
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
📋 Qajeelfama Qormaataa
🗓 Yeroo Qormaataa
Qormaanni torbee jalqabaa gosa Koorsii Aqiidaa banameera.
Qormaanni kun Dilbata, 27/09/2026 ykn 17/01/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa qabama.
🚫 Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
⏲ Hubachiisa
Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma.
🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
👉@AfricaacademyOromo
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 6ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Namni Rabbiin Uumaa fi Gooftaa waan hundaati jechuun amanee, garuu ibaadaa isaa keessaa tokko uumamaaf yoo qoode, rakkoon isaa guddaan maali?
