Siinqii Aakhiraa.
الذهاب إلى القناة على Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
إظهار المزيدلم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
777
المشتركون
+524 ساعات
+557 أيام
+13230 أيام
أرشيف المشاركات
Leenjii Hojii Qalbii-1.pdf4.99 KB
📚 Kutaa Tokkoffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/EUHBTaZvCIQ
✅ Kabajamtoota barattoota keenya Akaadaamii Afrikaa,
kun ergaa gabaabaa muftii keenya irraa isiniif darbee dha.
🎙 Muftii keenya Dr. Jeeylaan Kadiir.
💫 Hundi keenya dhaamsa gabaabaa kana dhaggeeffachuun waan isaan nuuf dhaaman hojii irra olchuuf haa yaallu.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
Qajeelfama Barattootaa!!
Qajeelfama barattootaa kana keessatti:
- Ibsa sagantiichaa
- Adeemsa barnootaa
- Gosa barnootaa
- Bifa barnoonni itti kennamu
- Akkaataa qormaatni itti kennamuu fi
- Odeeffannoolee barbaachisoo ta'an keessatti ibsamee jira.
👉 Kanaafu, barataan hundi Qajeelfama Barattootaa kana jalqaba irra hanga dhumaatti sirriitti dubbisuu qaba.
