uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Відкрити в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Показати більше
Країна не вказанаКатегорія не вказана
777
Підписники
+524 години
+557 днів
+13230 днів
Архів дописів
Leenjii Hojii Qalbii-1.pdf4.99 KB

📚 Kutaa Tokkoffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/EUHBTaZvCIQ

✅ Kabajamtoota barattoota keenya Akaadaamii Afrikaa, kun ergaa gabaabaa muftii keenya irraa isiniif darbee dha. 🎙 Muftii keenya Dr. Jeeylaan Kadiir. 💫 Hundi keenya dhaamsa gabaabaa kana dhaggeeffachuun waan isaan nuuf dhaaman hojii irra olchuuf haa yaallu. https://t.me/SiinqiiAakhiraa

Dhaamsa Gabaabaa (1).mp31.68 MB

photo content

Qajeelfama Barattootaa!! Qajeelfama barattootaa kana keessatti: - Ibsa sagantiichaa - Adeemsa barnootaa - Gosa barnootaa - Bifa barnoonni itti kennamu - Akkaataa qormaatni itti kennamuu fi - Odeeffannoolee barbaachisoo ta'an keessatti ibsamee jira. 👉 Kanaafu, barataan hundi Qajeelfama Barattootaa kana jalqaba irra hanga dhumaatti sirriitti dubbisuu qaba.