ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم3 719

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 48 115 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 719 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 48 115 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 11 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -182، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -3، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 44.20‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 17.33‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 21 275 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 8 339 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 251.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 12 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

48 115
المشتركون
-324 ساعات
-747 أيام
-18230 أيام
أرشيف المشاركات
Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB

Leenjii Hojii Qalbii-2.pdf4.04 KB

📚 Kutaa Lammaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/FljQ2G0xR34

✨ Assalaamu aleykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu , barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo. ⭕ Waraabbi sagalee Dr. Jeeylaan armaan olitti maxxanfame dhaggeeffachuun baay'ee barbaachisaa ta'uu isaa isin yaadachiifna.

دليل الطالب - الدفعة الأولى.pdf1.59 MB

🎙 Dr. Abdallaah Khadiir

Leenjii Hojii Qalbii-1.pdf4.99 KB

📚 Kutaa Tokkoffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/EUHBTaZvCIQ

📎 Linkiin galmee: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa ⭐ Ammuma Galmaa'ii... 📱 Toora Onlaayiniin 💵 Bilisaan 1️⃣ Waggaa Tokko 🎊
📎 Linkiin galmee: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa ⭐ Ammuma Galmaa'ii... 📱 Toora Onlaayiniin 💵 Bilisaan 1️⃣ Waggaa Tokko 🎊 Ragaa Dippiloomaa 👳🏽‍♂️ Ulamaa'ii Babbeekamoon ✨ Yeroo kamittuu

✅ Kabajamtoota barattoota keenya Akaadaamii Afrikaa kun ergaa gabaabaa muftii keenya irraa isiniif darbee dha. 🎙 Muftii keenya Dr. Jeeylaan Kadiir. 💫 Hundi keenya dhaamsa gabaabaa kana dhaggeeffachuun waan isaan nuuf dhaaman hojii irra olchuuf haa yaallu. Beeksisa asii gadii kana hiriyyootaa fi maatii keessan hundaaf miidiyaalee hawaasummaa hunda irratti qodaaf (share godhaaf)! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_jalqabaa

📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Ra
📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Rabbiitin amma ga'eera!! 🤍 📅  Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a. Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a: 🔹  Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii) itti fayyadamtan isiniif ibsina. 🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna. 🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – odeeffannoo isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina. 📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa gabaabaa "Hojii Qalbii" jedhu eegalu ni beeksifna. 🔖 Leenjiin kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha. 🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. ⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡 #Akkaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍 📅 Sagantaan keenya jalq
📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍 📅  Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a. Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a: 🔹  Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii Barnootaa) itti fayyadamtan isiniif ibsina. 🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna. 🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – wantoota isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina. 📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa kan mata-duree "Hojii Qalbii" jedhu jalqabu ni beeksifna. 🔖 Leenjiin kun kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha. 🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. ⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡 #Akkaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

⛔ Ergaan kun baay'ee barbaachisaa waan ta'eef isin hundi hanga xumuraatti guutummatti akka dubbistan isin beeksifna! ⭐ Barattoonni sababa rakkoo Teeleegiraamiitin marsariiti irratti galmaa'uun isin rakkisee fi haarawa galmooftan viidiyoon asii olii kuni akkaataa galamee gabaabinaan isinitti agarsiisa. 📚 Barnootni keenya Akkaadaamii Afriikaa keessatti bilisaan, fageenyarraa, waggaa tokkoof kan kennamuudha, akkasumas xumura Sagantaa Dippiloomaa irratti waraqaan ragaa ni kennama. 📆 Barnootni Guyyaa Sanbata (Sabti) 11/07/2026 yoo Rabbiin fedhe ni eegala. ⭕ Barattoonni keenya hundi barnoota jalqabuufi qormaata fudhachuuf dirqama marsariitii (pilaatfoormii) keenya irratti galmaa'uu qabdu. 🔗 Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa: https://orm.africaacademy.com 👆Viidiyoon asii olii kana buufachuu yoo dadhabdan, ykn rakkoon isin mudate, YouTube irratti ilaaluu dandeessu: 👉 https://youtube.com/shorts/SJ0ibXgvuPQ?feature=share 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram) Kamisa: – Onkololees
Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram) Kamisa: – Onkololeessa 18/2018 - Guyyaa Aashuraa (Guyyaa 10ffaa kan Muharram) Yoo ofii soomuu dadhabdan, nama biraa yaadachiisaa. Tarii namni ati yaadachiiste soomuuf ati immoo akka nama soomee sanaatti mindaa (ajrii) argachuu dandeessa. Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:
"Soomni guyyaa Ashuuraa badii (Dilii) waggaa darbee akka haqu Rabbi irraa nin kajeela."
Rabbiin kheeyrii hunda keenya haa qunnamsiisu.

+1
Ibsaa gabaabaa Akkaataa galmee fi odeeffannoo/ dhaamsa walii galaa sagantaa kallatti har'a irratti keennameedha. Kutaa 1ffaa

Baga Nagaan gara sagantaa kallatti keenyaa kana har'a Dhuftan!! Affeerraa keenya kabajjanni waan argamtaniif galatoomaa!! Sagantaa keenya akka namni hundi bakkuma takkaa seenee jalqabnuuf daqiiqaa 10f Wal haa egnu. Eragsii sagantaa kaallattumaan kan jalqabnu ta'a. Hagasuu obsaan nu eegaa!!

📢 Beeksisa Sagantaa Kallattii (Live Program)! Boru galgala sa'aatii 2:30 irratti sagantaa kallattii (Live) chaanaala Telegra
📢 Beeksisa Sagantaa Kallattii (Live Program)! Boru galgala sa'aatii 2:30 irratti sagantaa kallattii (Live) chaanaala Telegraama keenya kanaan wal argina. Mata-dureewwan irratti xiyyeeffannu: 🔹 Akkaataa galmee Marsariitii (Website) keenya haaraa irratti galmooytan bal'inaan ibsuu. 🔹 Gaaffilee gaafachaa jiratan maraaf deebii gabaabaa fi ifa ta'e kennuu. 🔹 Carraa gaaffii fi deebii isiniif banuu. 👉 Hundi keessanu irratti hirmaachuun akka odeeffannoo gahaa argattan isin affeerra! 📍 Bakki: Chaanaaluma Telegraama keenya kanarratti.

🔔 YAADACHIISA CIMAA! 🔔 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekkamu, torbee darbe keessatti linkiin galmee marsariitii i
🔔 YAADACHIISA CIMAA! 🔔 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekkamu, torbee darbe keessatti linkiin galmee marsariitii irratti odeeffannoo keessan itti galchitan har'a akka maxxanfamu isin beeksisnee turre. ⏳ Guyyaan sun har'a gaheera! ✨ Fadhii Rabbii yoo ta'e, linkiin galmee marsariitii har'a sa'aatii 9:00 irratti isiniif ni maxxanfama. Akka isin hin dabarre beeksisicha hordofaa!! 📲 Nu eegaa!

✨Alhamdulillaah! Barattoonni 8000+ Galmaa'anii jiru! ✨ 🔗 Namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ 📌 kuni
✨Alhamdulillaah! Barattoonni 8000+ Galmaa'anii jiru! ✨ 🔗 Namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ 📌 kuni milkii guddaadha. Garuu akka heddumina hawaasa keenyaatin ga'aa miti. Hawaasni keenya bal'aan carraa barnootaa kana akka argatuuf maatii fi hiriyyoota kenyaaf haa qoodnu. Hojii kheyrii kana irratti haa hirmaannu. ✅ Har’uma warroota isinitti dhiyaatanif qoodaa. Nu waliin ta'uun karaa salphaa ta'een beekumsa shari'aa akka argatan taasisaa! Guyyoota lameen kana keessatti lakkoofsi barattootaa 10,000 ol akka ta'uuf namoota biroo haa afeerru! 🌟 Barnoonni, fadhii Rabbiitiin, Guyyaa Roobii 01/07/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. Akkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan. 📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacar
✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan. 📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacaruuf barbaadaa jirra. Namni Afaan Oromoo beeku yoo iyyachuu barbaade unkaa kana guutuu qaba https://forms.gle/8iXYjHiYPxtZgMg46