ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم3 715

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 48 105 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 715 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 48 105 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 12 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -220، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -14، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 44.82‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 17.46‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 21 565 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 8 400 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 245.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 13 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

48 105
المشتركون
-1424 ساعات
-747 أيام
-22030 أيام
أرشيف المشاركات
Dhaamsa Jabaa!!! 🍀 Ergaa Jabaa Dr. Jibrii Qamar irraa barattoota Akkaadaamii Afriikaatiif dabarsan!! 🗣 Ergaa Doktooraa namoota birootifis haa qoodnu!! Akkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

Sagantaan keenya daqiiqaa muraasa booda ni jalqba....

👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu. ⚪️ Har’a galg
👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu. ⚪️ Har’a galgala sa’aatii 3:00 irraa eegalee, Sheeka keenya Dr. Jibriil Qamar wajjiin sagantaa kallattiin darbu (Live) kan “Baga Nagaan Dhuftan” fi “Baga Ayyaana Iidaa Geessan” jedhu ni qabaanna. ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 🗓️ Guyyaa: Har’a, Caamsaa 25, 2018 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. 🔅 Liinkii Telegram kana hiriyyoota keessaniif qoodaa (share godhaa): 🔗 @AkkaadaamiiAfriikaa Akkaadaamii Afriikaa!! Beekumsaaf, guddinaaf fi milkaa’inaaf!!

📢 Beeksisa Baay’ee Barbaachisaa! 🖌 Barattoota keenya jaallatamoo fi warra haaraa galmooftan hundi:- 1⃣ Jalqaba irratti, bag
📢 Beeksisa Baay’ee Barbaachisaa! 🖌  Barattoota keenya jaallatamoo fi warra haaraa galmooftan hundi:- 1⃣ Jalqaba irratti, baga Ayyaana Iida Al-Adhaa (Arafaa) nagaan isin gahe. Rabbiin nuu fi isiniif nagaa, milkaa’inaa fi barakaadhaan haa deebisu. 2⃣ Kana dura galmeen pilaatfoormii irratti  gaggeeffamu kan odeeffannoo keessan ittiin galchiitan Kibxata 02/06/2026 akka banamu isin beeksifnee turre. Garuu qophiiwwan teeknikaa galmeen keessan salphaa fi mijataa akka ta’uuf barbaachisan hunda xumuruuf, guyyaan galmee pilaatfoormii irratti gaggeefamuu torbee dhufu guyyaa kiibxataa 09/06/2026tti dabarfamee jira. 🔴 Jijjiirama guyyaatif dhiifama guddaa isin gaafanna. Akkasumaas, liinkii galmee fi qajeelfamoota guutuu yeroo dhihootti chaanaala kana irratti akka maxxanfamu isin beeksisna. #Akkaadaamii_Afriikaa #Dipiloomaa_Marsaa_Jalqabaa

✨🎓 Alhamdulillaah! Barattoonni 7000+ Galmaa'anii jiru! 🎓✨ 📚 Beekumsa barbaaduun dirqama nama muslima hundaati. Guyyoota mu
✨🎓 Alhamdulillaah! Barattoonni 7000+ Galmaa'anii jiru! 🎓✨ 📚 Beekumsa barbaaduun dirqama nama muslima hundaati. Guyyoota muraasa keessatti barattoonni 7000 ol Akkaadaamii Afriikaatti barachuuf galmaa’anii jiru. Kuni milkii guddaa fi waan akkaan nama gammachiisuu dha. 🎓 Barnoota Shari'aa Islaamaa sagantaa Dippiloomaa Bilisaan, onlaayiniin bakkuma jirtan irraa yeruuma isiniif mijjatuutti barsiisoota babbeekkamoo irraa bardhaa! ✅ Har’uma warroota isiniitti dhihaataniif qoodaa. Nu waliin tahuun karaa salphaa ta'een beekumsa shari'aa akka argatan taasisaa!! 🌟 Barnoonni, fadhii Rabbiitiin, Guyyaa Roobii 01/07/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🔗 Namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ Akkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa (Arafaa) 1447ffaa nagaan geettan! ✨ Ayyaanni guddaan kun mallattoo gaarummaa, rahmataa fi waliif y
Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa (Arafaa) 1447ffaa nagaan geettan! ✨ Ayyaanni guddaan kun mallattoo gaarummaa, rahmataa fi waliif yaaduuti. ✨ ⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa fi Africa TV'n  hordoftoota amantii Islaamaa hundaaf ayyaanni kun akka ayyaana nagayaa, jaalalaa fi barakaatiin guutame ta’u hawwii isaanii gaarii ibsu. 🌙 Iid Mubaarak! 🌙 #Akaadaamii_Afriikaa #Africa_TV #Iid_Mubaarak #Arafaa1447

🌙✨ Du’aa'ii Guyyaa Arafaa ✨🌙 Irra caalaan kadhaa, kadhaa Guyyaa Arafaa ti 🤲 Irra caalaan waan Nabiyyoonniifi Nabi Muhammad
🌙✨ Du’aa'ii Guyyaa Arafaa ✨🌙 Irra caalaan kadhaa, kadhaa Guyyaa Arafaa ti 🤲 Irra caalaan waan Nabiyyoonniifi Nabi Muhammad ﷺ jedhanis: “Laa ilaaha illallaahu wahdahu laa shariika lahu, lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa ‘alaa kulli shay’in qadiir.” 🕋 Yaa Allaah! Kadhaa keenyaa fi Hojii keenya gaarii hunda nuu qeebali. Dilii keenya nuuf araarami 🤍 🌸 Guyyaa Arafaa kana keessatti du’aa'ii , zikrii fi hojii gaarii haa baay’ifnu. 📚 Barattoota Akkaadaamii Afriikaa hundaaf Guyyaa Arafaa gaarii isiniif haa ta’u. 🤍

Baga Gara Akkaadaamii Afriikaatti Dhuftan!! 📚 Barnoota Saayinsii Shari’aa bilisaan karaa intarneetiitin isinii kennina. 🎓 X
Baga Gara Akkaadaamii Afriikaatti Dhuftan!! 📚  Barnoota Saayinsii Shari’aa bilisaan karaa intarneetiitin isinii kennina. 🎓 Xumura barnootaa irratti Ragaa Dipiloomaa ni argattu. 🌟 Ammuma imala beekumsa Shari'aa keessan kan jalqabaatti makamaa!! 🔗 Galmaa’uu fi namoota birootti qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ Akkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa Beekumsaa Nama Hundaaf!!

📢✨ Yaadachiisa Barbaachisaa ✨📢 Barattoota keenya kabajamoo hedduun keessan: “Akkamitti galmoofna?” ❓ “Galmaa’uu keenya akka
📢✨ Yaadachiisa Barbaachisaa ✨📢 Barattoota keenya kabajamoo hedduun keessan: “Akkamitti galmoofna?” ❓ “Galmaa’uu keenya akkamitti beekna?” jechuun gaaffilee nu gaafachaa jirtu. Kanaaf ibsa gabaabaa isinif qabna 👇 📌 Marsaa jalqabaaf, chaanaala barnootaa kana keessatti makamuun keessan akka galmee jalqabaatti ilaalama. 📚 Barnootaa fi odeeffannooleen barnootaa waliin walqabatan hundi chaanaala kana irratti yeroo hunda ni maxxanfamu. 🖥️ Linkiin galmee pilatfoormii irratti odeeffannoo keessan guutuu itti galchiitan guyyaa Kibxataa 02/06/2026 ni banama. Yeroo sanatti hundi keessan odeeffannoo barbaachisu ni guuttattu. 🌟 Barnoonni, fadhii Rabbiitiin, Guyyaa Roobii 01/07/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🔗 Galmaa’uu fi namoota birootti qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ ✨ Akkaadaamii Afriikaa 🎓 Marsaa Jalqabaa 💡 Ifaa Beekumsaa Nama Hundaaf!

⭕ Yaadachiisa!! 🔔 ⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti mak
⭕ Yaadachiisa!! 🔔 ⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti makamuu keessaniif gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Chaanaalii barnootaa kana keessatti makamuun keessan, marsaa jalqabaatif akka galmooftaniitti ilaalamu ta'u isaa isin beeksifna. 📱 Linkiin galmee platformii irratti ittii odeeffannoo keessan hunda ittiin galchiitan Guyyaa kibxataa 2/6/2026 ni banama. Yeroo sanatti hundI keessan odeeffannoo keessan ni galchitu. 📚 Barnoonni fadhii Rabbiitin guyyaa Roobii 1/7/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " 👥  Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Akkaadaami Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

🍀 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu🍀 ✨ Baga Nagaan Gara Maaddii Beekumsa Shari'aa Dhuftan ✨ 📝Akkaadaamii A
🍀 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu🍀 ✨ Baga Nagaan Gara Maaddii Beekumsa Shari'aa Dhuftan ✨ 📝Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo📝 Kuni Guruuppi Ofiishaalaa kan ittiin barnoonni online Afriikaa Akaadaamii damee Afaan Oromoo ittiin kennamuu dha. In shaa Allah marsaan 1ffaa (jalqabaa) barnoota Shariʼaa keenyaas yeroo dhihoo keessatti ni jalqabama. 🗣 Waamicha keeyrii:- Namoonni hedduun maaddii beekumsaa kana irraa fayyadamoo akka taʼaniif, guruuppii kana nama hedduuf Erguun/qooduun hojii keeyrii kana keessatti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " 👥 Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Akkaadaamii Afriikaa! Marsaa 1ffaa! Ifa beekumsaa Nama hundaaf!

🎉 Milkii Guddaa! 🎉 Guyyaa 4 keessatti barattoonni 5000 ol ta'an barnoota kanaaf galmaa’aniiru. Kuni milkii guddaa fi hojii
🎉 Milkii Guddaa! 🎉 Guyyaa 4 keessatti barattoonni 5000 ol ta'an barnoota kanaaf galmaa’aniiru. Kuni milkii guddaa fi hojii bonsisaadha. Warra galmaa’ee fi Warroota birootif dabarsuu keessatti hirmaattan hunda Galatoomaa isiniin jechuu barbaanna. ⭐️ 📚 Galmeen ammaas itti fufeera!Beeksisa kana Hiriyyoota keessaniif qoodaa, akka isaanis kheyrii kana irraa qooda fudhatan taasisaa. https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🎓 Barnoota Saayinsii Shari’aa bakkuma jirtan irraa baradhaa, sagantaa dippiloomaatiin waraqaa ragaa argadhaa. ✨ Barnootni ulamaa fi barsiisota muuxannoo qabanii kan kennamuudha. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " Akkaadaamii Afriikaa! Marsaa 1ffaa!! Ifa beekumsaa Nama hundaaf!

⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa:  waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata: * Kitaabaan (PDF). * Viidiyoodhaan. * Sagaleedhaan. 📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).

⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata: * Kitaabaan (PDF). * Viidiyoodhaan. * Sagaleedhaan. 📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).

⭐️ Barattoota keenya kabajamoo beeksisa akkaadaamichaa armaan gaditti jiru 👇🏻 beekumsi shari’aa Nama hunda bira akka ga’uuf Nama beektan hundaaf qooduu keessatti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna.