ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم3 719

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 48 115 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 719 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 48 115 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 11 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -182، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -3، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 44.20‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 17.33‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 21 275 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 8 339 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 251.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 12 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

48 115
المشتركون
-324 ساعات
-747 أيام
-18230 أيام
أرشيف المشاركات
🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu! 🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa. 💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii. 💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii. 🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera!

⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Hundaaf ⚠️ 📌 Hundi keessan Chaanaala Akaadaamii Afrikaatti makamuun galmee keessan Akaadaamii keessatti xumuruun, akkasumas liinki armaan gadii fayyadamuun herreega keessan Marsariitii (Pilaatifoormii) irratti uumaa: 🔗 https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 🎬 Viidiyoo akkaataa galmeen itti raawwatamu tartiibaan agarsiisu ilaaluuf: 👉 Liinkii viidiyoo kana ilaali https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8 🚫 Hubachiisa: Yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

🎙 Dr. Abdallaah kadir

Leenjii Hojii Qalbii-5.pdf3.73 KB

📚 Kutaa Shanaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/GwRBtwfbpms

Rabbiif jecha Mu'umintoota warra Rabbitti amanan Jaallachuun
Anonymous voting

Mi'aan iimaanaa kan argamu
Anonymous voting

Baga gammanne, Baga Gammaddan!! Lakkoofsi warra galmaa'ee kana ga'uun waan nuufi isiniis hedduu gammachiisuudha. Ammas, beeks
Baga gammanne, Baga Gammaddan!! Lakkoofsi warra galmaa'ee kana ga'uun waan nuufi isiniis hedduu gammachiisuudha. Ammas, beeksisa kana nama beektan hunda biraan gahuun, namoota afaan kana dubbatan hunda bira akka ga'uu taasisaa Wanti Akaademicha adda adda taasisu : 💵 Bilisan 📱 Fageenyaarraa (Onlaayiniin) 👳🏽‍♂️ Ulamaa'ii babbeekkamoon ⏳Yeroon barumsaa waggaa tokko 🎉 Ragaan dippiloomaa kennamu #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

🎙 Dr Abdallah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-4.pdf4.24 KB

📚 Kutaa Afraffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/y8DeHN0dCn4

Dhugaan arraba irraa maddee (jalqabee) Qalbii balleessa.
Anonymous voting

Gadi of qabuun (Kushuu'ni) Salaata keessatti mul'atu.
Anonymous voting

Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 3ffaa.mp310.04 MB

📚 Kutaa Sadaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/4DNbmLK1bRo

Leenjii Hojii Qalbii-3.pdf4.63 KB

Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB

2. Allaah (Rabbiin) wanti sirraa barbaadu.
Anonymous voting

Towbaa godhuun dirqama.
Anonymous voting

Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaa
Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. Akaadaamii Afriikaa