Beki Bekam Academy
الذهاب إلى القناة على Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
إظهار المزيدلم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
738
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+17 أيام
+7730 أيام
أرشيف المشاركات
Jabaadhaa qaxaleewwan, deemsichi nama nuffisiisuu danda'a garuu yeroodhuma muraasaafi yeroo xiqqoo hafteef of kennaatii ija boru itti gammaddan facaaffadhaa, chaallenjii keenya borus itti fufna.
Guyyoota arfan darbaniif mee imalli maal fakkaata waanti post siniif gochaa jiru hammam sin fayyadaa jiramee natti agarsiisaa reaction keessaniin. Amma anuu ofii kootii waanan entrance fudhadhu natti fakkaachuutti ka'eera, siniif waanta ta'u osoon barbaaduu.
Galatoomaa, ammallee barattoota kutaa 12ffaa Guutuu Oromiyaa keessa jiraniif haa qoodnu, yoo dandeessan immoo story, social media qabdan hundumaa irratti share godhaa.
Halkan Gaarii qabaadhaa ❤️, waaqayyo sin faana haa ta'u.
https://t.me/BekiBekam_academy
kanas itti dabaladhaa, yoo waanti siniif gadhiifamu barbaaddan jiraate group
https://t.me/BekiBekam_academy_chat fayyadamaa.
Akkuma yeroo darbe sinitti hime kinematics fi dynamics percent guddaadhaan focus itti godhama waan ta'eef, sirritti kanas shaakkalaa.
Guyyaa 4ffaa
waliif qoodaa, reaction(❤️) keessanimoo ammallee haa dabalu.
Kanammoo irratti dhugaa 👇👇👇
1. The first atomic theory was proposed by:
(A) Niels Bohr
(B) Ernest Rutherford
(C) John Dalton
(D) J.J. Thomson
2. Dalton's atomic theory stated that all atoms of a given element are:
(A) Different in size
(B) Different in mass
(C) Identical in mass and properties
(D) Composed of smaller particles
3. Who discovered the electron?
(A) Ernest Rutherford
(B) James Chadwick
(C) J.J. Thomson
(D) Max Planck
4. Thomson's atomic model is known as the:
(A) Nuclear model
(B) Planetary model
(C) Plum pudding model
(D) Quantum mechanical model
5. Rutherford's gold foil experiment led to the discovery of the:
(A) Electron
(B) Neutron
(C) Nucleus
(D) Proton
6. Rutherford's atomic model proposed that the atom is mostly:
(A) Solid
(B) Liquid
(C) Empty space
(D) Filled with electrons
7. Which particle is NOT found in the nucleus of an atom?
(A) Proton
(B) Neutron
(C) Electron
(D) Nucleon
8. The atomic number of an element represents the number of:
(A) Neutrons in the nucleus
(B) Protons in the nucleus
(C) Electrons in the outermost shell
(D) Total number of particles in the nucleus
9. Isotopes of an element have the same number of:
(A) Neutrons
(B) Protons
(C) Mass number
(D) Both protons and neutrons
10. Who proposed that electrons orbit the nucleus in specific energy levels or shells?
(A) Ernest Rutherford
(B) J.J. Thomson
(C) Niels Bohr
(D) Max Planck
11. Bohr's atomic model successfully explained the:
(A) Spectra of all elements
(B) Spectra of hydrogen
(C) Existence of isotopes
(D) Wave nature of electrons
12. In Bohr's model, electrons can move to a higher energy level by:
(A) Emitting energy
(B) Absorbing energy
(C) Colliding with other electrons
(D) Moving closer to the nucleus
13. The quantum mechanical model of the atom treats electrons as:
(A) Particles only
(B) Waves only
(C) Both particles and waves
(D) Neither particles nor waves
14. Which principle states that it is impossible to know both the exact position and momentum of an electron simultaneously?
(A) Pauli Exclusion Principle
(B) Hund's Rule
(C) Heisenberg Uncertainty Principle
(D) Aufbau Principle
15. Atomic orbitals are regions of space where there is a high probability of finding:
(A) Protons
(B) Neutrons
(C) Electrons
(D) The nucleus
16. Which quantum number describes the shape of an atomic orbital?
(A) Principal quantum number (n)
(B) Azimuthal quantum number (l)
(C) Magnetic quantum number (ml)
(D) Spin quantum number (ms)
17. The maximum number of electrons that can occupy a p subshell is:
(A) 2
(B) 4
(C) 6
(D) 10
18. Which rule states that electrons will individually occupy each orbital within a subshell before doubling up in any one orbital?
(A) Pauli Exclusion Principle
(B) Hund's Rule
(C) Heisenberg Uncertainty Principle
(D) Aufbau Principle
19. According to the Aufbau principle, electrons fill orbitals in order of:
(A) Increasing energy
(B) Decreasing energy
(C) Increasing atomic number
(D) Decreasing atomic number
20. What does the Pauli Exclusion Principle state?
(A) Electrons must fill the lowest energy levels first
(B) No two electrons in the same atom can have the same set of four quantum numbers
(C) Electrons must occupy each orbital within a subshell individually before pairing up
(D) It is impossible to know both the exact position and momentum of an electron simultaneously
Answers:
1. C 2. C 3. C 4. C 5. C
6. C 7. C 8. B 9. B 10. C
11. B 12. B 13. C 14. C 15. C
16. B 17. C 18. B 19. A 20. B
https://t.me/BekiBekam_academy
kunimmoo analysis chemistry hojjetamedha, isa kanarraa topic armaan gadii jiran chemistry chemistry kan godha akkasumas 30% - 40% kan qabatanidha:
1. Atomic theory and model topic jedhu
2. Chemical bonding
3. chemical reaction
4. Acid and base
isaan kana osoo waan fedhe ta'eyyuu beekuu qabdu, irratti focus godhaa.
Like❤️ gochuun react gochuun hin dagatamiin. waliifis share godhaa.
Guyyaa 4ffaa
Channel: https://t.me/BekiBekam_academy
Group: https://t.me/BekiBekam_academy_chat
kanammoo irratti practice godhaa waan muraasa sin gargaara.
Biology Multiple Choose Questions On Circulatory System
1. The circulatory system is also known as the:
A. Cardiovascular system
B. Respiratory system
C. Digestive system
D. Reproductive system
2. The main organ that acts as a pump in the circulatory system is the:
A. Heart
B. Lungs
C. Stomach
D. Liver
3. How many chambers does the human heart have?
A. Four
B. Two
C. Three
D. Six
4. The upper chambers of the heart are called:
A. Atria
B. Ventricles
C. Valves
D. Septum
5. The lower chambers of the heart, which pump blood out, are called:
A. Ventricles
B. Atria
C. Arteries
D. Veins
6.Which blood vessel carries blood away from the heart under high pressure?
A. Artery
B. Vein
C. Capillary
D. Vena cava
7. Which blood vessel has valves to prevent backflow of blood?
A. Vein
B. Artery
C. Capillary
D. Aorta
8. The smallest blood vessels, where exchange of oxygen and nutrients with body cells occurs, are:
A. Capillaries
B. Arteries
C. Veins
D. Bronchi
9. The largest artery in the body, which carries oxygenated blood to all parts, is the:
A. Aorta
B. Pulmonary artery
C. Vena cava
D. Coronary artery
10. Blood that is rich in oxygen is called:
A. Oxygenated blood
B. Deoxygenated blood
C. Mixed blood
D. Waste blood
11. The main function of the circulatory system is to:
A. Transport oxygen, nutrients, hormones, and remove waste products
B. Digest food and absorb nutrients
C. Exchange gases in the lungs only
D. Produce movement in the body
12. Red blood cells in the blood mainly carry:
A. Oxygen
B. Carbon dioxide only
C. Nutrients only
D. Wastes only
13. White blood cells in the circulatory system help the body to:
A. Fight infection and disease
B. Carry oxygen
C. Clot blood
D. Digest food
14. Platelets in the blood are responsible for:
A. Blood clotting to stop bleeding
B. Carrying oxygen
C. Fighting bacteria
D. Producing hormones
15. The circulatory system helps regulate:
A. Body temperature by distributing heat
B. Only blood pressure
C. Only digestion
D. Only reproduction
16. The disorder characterized by persistently high blood pressure is called:
A. Hypertension
B. Hypotension
C. Anemia
D. Asthma
17. One major cause of hypertension is:
A. Too much salt and fat in the diet
B. Lack of oxygen in blood
C. Muscle tear
D. Fungal infection
18.If hypertension is not controlled, it can lead to:
A. Heart attack, stroke, or kidney damage
B. Skin cancer
C. Bone fracture
D. Athlete’s foot
19. The circulatory system works closely with the respiratory system to:
A. Deliver oxygen from lungs to body cells
B. Digest proteins
C. Produce eggs and sperm
D. Protect skin from UV rays
20. The double circulation in humans means blood passes through the heart:
A. Twice in one complete cycle
B. Only once
C. Three times
D. Only to the brain
share gochuu akkasumas react gochuun hin dagatamiin, jabaadhaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Answers
1. A 2. A 3. A
4. A 5. A 6. A 7. A 8. A
9. A 10. A 11. A 12. A
13. A 14. A 15. A 16. A
17. A 18. A 19. A 20. A
https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=jCafzeXa30DWJ2Wz
Youtube Beki Bekam Academy subscribe yoo gootan baay'ee natti tola 👍, miseensonni haaraannis warri duraas, as keessa member 300 oltu jira maal ta'a hundumti keenya subscribe goonee share waliif yoo goone, sinimmoo kanaan na jajjabeessakaa. Galatoomaa
Kunimmoo analysis Biology dha focus guddaa kan qaban irratti focus goona,
Topic armaan gadii kun qofti 30-40% kan qabatanidha waan ta'eef sirritti irratti focus godhaa.
1. Cell biology
2. Human body system kutaa hundarraayyuu jechuudha.
https://t.me/BekiBekam_academy
5. Har'a moo waa'ee waliin dubbisuu ilaalla, yeroo baay'ee kana akka yeroo gubuutti ilaalama garuu team dhaan gaafa dubbistan yoo dadhabdan wal ilaalaa jabaattu, yoo sin dhibe team keessaa namni siniif ibsu ni jiraata, walumaagalatti discipline wal gootu kun garuu nama hundaaf hin hojjetu.
Kanaaf :
1. Yoo hiriyyoota barnootaaf of kennan akkasumas immoo waljajjabeessitan qabaattan waliin dubbisaa yoo hin taane garuu qofuma dubbisaa.
2. Yoo yeroo namaaf ibsitan siniif gala taanaan immoo hiriyyoota keessan walitti qabaatii guide godhaa.
Barnoota hundaaf waliin dubbisuun hin hojjetaa? Akkamitti moo mijeessuu dandeenya?
1. Barnoota akka Biology fi chemistry dhaaf waliin dubbisuun furmaata cimaa dha.
2. Barnoota math fi physics immoo waliin gaaffii hojjechuu akkasumas waliif ibsaa deemuudha.
3. English final aptitude gaaffiidhaan dubbisuu dandeessu, akkasumas material siniif gadhiisaa jiru sirritti follow godhaa, hamma yaaddanii ol sin fayyada waan ta'eef.
✍Qofaa keenya hin fayyadamnu chaannalii kana ani guyyaa guyyaatti yeroo siniif kennee post godhaa jira sinimmoo hiriyyoonni keessan akka itti fayyadamaniif challenge fudhadhaatii group mana barumsaa keessanii irratti gadhiisuun hundumaa biraan gahaa.
React❤️ gochuun immoo hin dagatamiin
Beki Bekam Academy
System barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra .🔥🔥🔥
Guyyaa 3ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
Kanammoo practice godhaa, irratti digest godhaa bulaa, yoo baay'ate daqiiqaa 30 sinitti fudhata pdf + question.(be disciplined)
1. SCHOLAR: KNOWLEDGE ::
A. Artist: creativity C. Farmer: harvest
B. Judge: courtroom D. Doctor: hospital
2. WHISPER: SHOUT ::
A. Walk: stumble C. Speak: lecture
B. Drizzle: downpour D. Glance: observe
3. PUPIL: EYE ::
A. Battery: torch C. Engine: car
B. Kernel: seed D. Page: book
4. THIRST: DRINK ::
A. Hunger: eat C. Curiosity: question
B. Fatigue: sleep D. Grief: weep
5. OPTIMIST: HOPE ::
A. Pessimist: despair C. Scholar: ignorance
B. Realist: fantasy D. Artist: canvas
Analogy dha, entrance irratti waanta dhufu hamma dandahametti kan qabatedha sirritti itti fayyadamaa.
Share gochuu hin irraanfatiinaa barattoonni entrance fudhatan kuma dhibbaan lakka'aamantu jira waan ta'eef hamma dandahametti walbiraan gahaa, jabaadhaa milkiidhaan xumurra bara kana. React(❤️) gochuun hin dagatamiin.
https://t.me/BekiBekam_academy
Kunimmoo aptitude English part dha kanaaf isa kanas topic isaa irraa ilaalaa post siniif godha, kana hordofaa kana booda, material siniif qopheessuu dadhabus kan sin fayyadaniin guyyoota hafan keessatti sin gargaara, please namoota baay'ee bira haa gahu chaannaliin kun share godhaa. Reaction keessanimoo(❤️) ammallee itti haa fufu, jajjabina waan naaf ta'uuf
https://t.me/BekiBekam_academy
Kanaafuu focus guddaa irratti waan godhamuuf topic kun sirritti xiyyeeffannoodhaan hojjedhaa, yeroo hafe keessatti bifa kanaa fayyadamuu dandessu.
share waliif godhaa, yoo sin fayyadaa jira ta'emoo reactio🔥🔥🔥 dhaan nutti agarsiisaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Topic physics irratti bal'inaan dhufan:
1. kinematics
2. Dynamics
isaan kun lamaan qofti 30% - 40% qormaata keessaniiti.
3. Fluid statics and mechanics
4. Heat and Temperature
5. Electricity and magnetism
isaan armaan olii qofa irratti osoo focus gootaniiyyuu qabxiin keessan gaarii ni ta'a keessumaamoo warra jalqabaa lamaan.
https://t.me/BekiBekam_academy
Unit 4
* stick at: persevere with (e.g., He stuck at his studies despite the difficulty.)
* stick around: stay (e.g., Stick around, the party is just getting started.)
* stick down: attach with glue (e.g., Stick down the envelope flap.)
* stick to: adhere to (e.g., Stick to the plan.)
* stick out: be noticeable (e.g., Her bright red hair stuck out in the crowd.)
* stick together: remain united (e.g., We need to stick together as a team.)
* stick up for: defend (e.g., He stuck up for his friend.)
* stick with: continue supporting (e.g., I'll stick with you no matter what.)
* stick by: remain loyal (e.g., She stuck by her husband through thick and thin.)
* stay up: remain awake (e.g., I stayed up late studying.)
* step on: tread on (e.g., Be careful not to step on the flowers.)
* stop off: make a brief stop (e.g., We stopped off for lunch on our way home.)
* stop over: stay somewhere temporarily (e.g., We stopped over in Dubai for a few days.)
https://t.me/BekiBekam_academy
4. Inni kan biraan yeroo gaaffii hojjetaan akkaataa armaan gadiitti hojjechuu qabdu:
a) gaaffiicha sirritti hubadhaa
b) filannoo jiran hundayyuu define godhaa, deebii hin ta'u taanaan maaliif akka hin taane reason out godhaa, maaliif filannoon bara tokko ture gaaffii ta'ee dhufa waan ta'eef bara kan biraamoo.
c) yoo gaafficha hin beektan ta'emoo just refer godhaa note keessan akkasumas Ai fayyadamaa.
👆Yoo sin fayyadeera ta'e hiriyyoota keessaniif share godhaa, akkasumas react(🔥🔥🔥) gochuudhaan nuuf mirkaanneessa.
Beki Bekam Academy
System barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra.🔥🔥🔥
Guyyaa 2️⃣ffaa
