ar
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

الذهاب إلى القناة على Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
738
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+17 أيام
+7730 أيام
أرشيف المشاركات
Halkan gaarii siniif haa ta'u borus itti fufeen siniif gadhiisa just waanta guyyaa guyyaatti hojjetan immoo galgala daqiiqaa muraasaaf galmeeffadhaatii guyyaa boruu maal akka gochuu akka qabdan plan godhadhaa, system kana hordofnaan dhugaan siniin jedha hamma yaaddanii ol effective taatu. Iddoo nagaa bulaa🙏

+1
Worksheet kana lamaan qofa sirritti yoo hojjetan qabxii keessan irratti jijjiirrama guddaa fiduu dandeessu ammas sin bira jirra jabaadhaa milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha, haalonni abdii nama kutan baay'een yoo jiraattaniyyuu waaqayyo sin gargaara, jabaadhaa. share waliif godhaa, sin fayyadaa jira taanaan immoo reaction(🔥🔥🔥) dhaan nutti agarsiisaa siniin jenna. https://t.me/BekiBekam_academy

kunimmoo math analysis z secret dhaan qophaahedha, kana sirritti fayyadamtanii gaaffii irratti focus gochuu qabdan sinittti agarsiisa waan ta'eef, share waliif godhaa.

+1
Exam mindset Training Session Resourses

Kunimmoo gaaffilee baay'ina isaa waliin analysis z secret hojjetanidha, kanaaf isa kanamoo akka reference gaaffii kamiratti focus qabdan sinitti agarsiisuutti fayyadamaa. Share and react yoo sin fayyadaa jiraate ammallee.

🔹List of phrasal verb in grade 12 English book with meaning ➡️Unit 2: *   break down: stop working (e.g., The car broke down.) *   give out: stop working (e.g., The printer gave out.) *   go on: continue (e.g., The meeting went on for hours.) *   look up to: admire (e.g., He looks up to his father.) *   put through: connect (e.g., Please put me through to the manager.) *   keep off: avoid (e.g., Keep off the grass.) *   look back on: remember (e.g., I look back on my childhood fondly.) https://t.me/BekiBekam_academy

Engilliffa kana hordofneetu siniif gadhiisna waan ta'eef pdf guyyaa guyyaatti gadhiisnu hordofaa. Bara darbee kan itti fayyadamaa turredha, sirritti itti fayyadamaa. Kan ODA ttidha. https://t.me/BekiBekam_academy

System nuti ittiin yeroo hafe keessatti itti deemnu inni jalqabaa: hamma hammaatti dubbisaa turtani amma immoo sana gara confidence tti jijjiiruu danda'uu qabdu kanaaf maal goonaa: 1. notebook tokko qopheeffataniitu point weakness keessanii akkasumas immoo point sirritti hubattan adda baastanii barreeffattu. 2. Erga barreeffatanii booda immoo isa baay'ee hubatan irratti gaaffii core jedhamaniin sirritti confidence build gootu. 3. Point weakness keessanii immoo bifa lamaan itti deemuu dandeessu: a) yoo topic sun baay'ee entrance irratti baay'ee hin mul'atu ta'e just ignore godhaa gidduu kanatti. b) Garuu topic sun entrance irratti irra deddeebi'ee dhufa taanaan waanti sin gochuu qabdan, topic sana irratti hamma dandeessanitti basic foundation build godhaa, complex gochuu dhiisaatii amma guyyaa muraasa kennaafiitii tackle godhaa. 👆Yoo sin fayyadeera ta'e hiriyyoota keessaniif share godhaa, akkasumas react gochuudhaan nuuf mirkaanneessa. Beki Bekam Academy System barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra.🔥🔥🔥 Guyyaa 1️⃣ffaa

🖐🖐🖐Akkuma kaleessa mari'ataa turre guyyoonni hafan kun baay'ee murteessoo waan ta'aniif plan adda ta'een itti deemuu qabdu jechuudha, kanaaf guyyoota kana booddee jiranitti material baay'ee sin fayyadan guyyaa guyyaatti post kan siniif goonu ta'a, kanaaf share waliif godha chaannalii kana akkasumas immoo group irra seenuun gaaffii qabdan discuss gochuu dandeenya. https://t.me/BekiBekam_academy

Amma point baay'ee barbaachisaa fi gaaffiitti waan seennuuf, hundumtuu join godhaa. @BekiBekam_academy

Join godhaa live session adda ta'edha, mindset and pyschology akkasumas barnoota tokko tokkoo isaa irratti akkamitti akka tackle akka gootan haasa'aa jirra. https://t.me/BekiBekam_academy

Network keessanidha, asii natti dhagaahama

Deebinee jirra.

join godhaa eegalaa jirra waan ta'eef.

Are you ready?

https://www.tiktok.com/t/ZP8sedwHw/ Share Copylink Godhaa waliif.

"Barattoota baay'ee dubbisan keessa muraasni kan darbuuf mindset fi pyschology qormaata dura, yeroo qormaataafi booddee irraa
"Barattoota baay'ee dubbisan keessa muraasni kan darbuuf mindset fi pyschology qormaata dura, yeroo qormaataafi booddee irraa kan ka'edha." Nutis Akka Beki Bekam Academy tti ofii keenyaa waanta keessa dabarreef, sinis immoo akkamitti keessa akka darbuu qabdan irratti barattoota bara darbe qabxii entrance olaanaa fidan waliin discuss kan goonudha, kanaaf sinis carraa kanatti fayyadamtanii gaaffii gaafachuu barbaaddan hundumaa akka gaafattan isiniin jenna. ⚠️Yeroo jalqabbii sagantaa kanaa har'a saatii 11- 1 tti yoo ta'u barattoonni bara kana entrance fudhatan hunduu akka irratti hirmaataniif share waliif godhaa. Beki Bekam Academy 👉System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra. Telegram: @bekibekam_academy Time: 11 - 1(Local time)

Repost from ONLINE ENTRANCE
+9
ODA SBS ENGLISH G12 2017 FIRST WORKSHEET