ar
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

الذهاب إلى القناة على Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
735
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+197 أيام
+8530 أيام

جاري تحميل البيانات...

القنوات المماثلة
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '26
+37
في 3 قنوات
أغسطس '26
+88
في 5 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+184
في 6 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+314
في 6 قنوات
Get PRO
مايو '260
في 2 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+192
في 2 قنوات
Get PRO
مارس '26
+4
في 5 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
11 سبتمبر0
10 سبتمبر0
09 سبتمبر+1
08 سبتمبر+1
07 سبتمبر+2
06 سبتمبر+6
05 سبتمبر+16
04 سبتمبر+3
03 سبتمبر+1
02 سبتمبر+5
01 سبتمبر+2
منشورات القناة
🎉🌼✨ Baga Bara 2019 nagaa geessan ✨🌼🎉 Barattoonni akkasumas maatiin Beki Bekam Academy barri haaraan kun: 🌼 bara itti kaayyoo qabanne barattoota faana milkeesinu ✨bara itti barattoonni milkaa'anii maatii isaanii faana arginu ❤️ bara itti akka Academy tti system barnoota biyya keenya jijjiirru nuuf haa ta'uun dhaamsa bara haaraa kooti. Hundumti keessan baga bara haaraa nagaan geessani maatii keessan waliin qaqaxeeleewwan keenya. Happy New year 🌟Beki Bekam Academy, system barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra. 🙏Hawwii bara haaraa moo comment irra nuuf kaa'uu dandeessu. ╭───────────────╮ 🌟 Bara haaraa • Abdii haaraa • Jalqabbii haaraa. 🌟 ╰───────────────╯ ❤️✨ 💫🙏 🎊 https://t.me/BekiBekam_academy

2
https://www.tiktok.com/@sami_pl3/video/7683884603966377233?is_from_webapp=1&sender_device=pc Check godha
90
3
Reaction hin jiru, hin jaallanne moo video sana, yaada keessan naaf kennamee.
186
4
https://www.tiktok.com/t/ZP8cKh3gw/ Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa
122
5
https://www.tiktok.com/t/ZP8cKdQ1N/ Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa
12
6
https://youtu.be/FG97mdjiixE?si=SLOU4fc5W_mN3uqU
207
7
https://youtu.be/IcrujWu1Syg kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee
155
8
Waliif share gochaa hin jirtan, reaction keessanis hin jiru. Mee reaction keessan.
252
9
https://youtu.be/0ToVjPKV0YE?si=KwsExIECkGgTcdaN This Video for You
221
10
رسالة صوتية
282
11
https://youtu.be/WHAAQzvW848?si=djLCzqvPow8b0IXv
276
12
https://youtu.be/IcrujWu1Syg kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee
127
13
Dhiifama barattoonni bara kana entrance fudhataniifii 9-12 taatan wal hin barre natti fakkaata, Maqaan koo Barnaaf Taarikuun jedhama barataa SIT(shaggar institute of technology) ti dha. Kaayyoon akkadamii kana waantota inni irratti hundaa'uu inni jalqabaa waamamni maqaa beki bekam jedhu maqaa obboleessa kootii yoo ta'uu channalii kanas gaafan isaan moggaasuu yaadannoo saatiif jedheenidha, inni kan biraan immoo akkuma beektan biyya keenya keessatti system barnootaa jiru baay'ee kan nama ijaaruu osoo hin taane kan abdii nama kutachiisudha animmoo ofii kootii waantotan keessa darbe garuu sin obboloonni koo na booda jirtan immoo akka itti miidhamtan waanan hin barbaanneef chaannalii kana Afaan oromoo dhaan hojjechuu murteesse, sababni isaas midiyaan afaan oromoon guidance kennu argachuu waanan hin dandeenyeef yoon osoon lubbuun jiruu waan tokko impact godhee system barnoota barattoonni ittiin karaa ittiin yaadaniin milkaa'aan ijaaruuf murteesseen ammarratti hojjechaa jira, akkuma beekamu kaa fedha qofaa osoo hin taane waantonni barbaachisan hedduun jiru Sanaafis immoo galgalaaf ganama hojiirran jira. Dhugaan tokko sinitti himuu barbaadu barattoonni bara kana waliin turre sinitti himuu danda'u akkaataa jalqabbii keenyaa fi nuffii tokko malee akka tajaajilaa turre, ammas kanuma caalaatti itti fufna. Adaraa tokko sinitti kennuu barbaadu garuu hundumti keessan obboloota siin booda jiraniif akka obboleessatti taatanii guide akka gootanin dhaamsa siniif dhaamuu barbaada, yeroo sana kaayyoo ani qabadhee ka'es galma ga'ee akka biyyaatti jijjiirama fiduu dandeenya malee ani qofaa koo waanin dhamahuuf qofaa miti kana waadaa galuu keessaniifi iddoo jirtan kamitti kana fudhatanii akka apply gootan immoo comment irratti arguun barbaada. Ani fi sin waliin taanee haala barnootaa fi barataan itti dabarsu sirreessuu hin dandeenye taanaan dhaloota dhufaa jiruufis gufuu guddaa osoo arginuu bira darbuudha, kanaaf dhaamsa koo ani siniif qabu koottaa waliin system barnoota biyya keenyaa jijjiiree waliin guddanne, wal guddisna jechuun barbaada. waantota garaagaraa moo siniif qabadheen dhufa jira channalii akkasumas immoo page keenya follow godhaa. asiin gaditti argattu: Academy telegram: https://t.me/BekiBekam_academy Academy university content: https://t.me/BekiBekamUniversity Youtube channel: https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 facebook page: https://web.facebook.com/BekiBekamAcademy TikTok account: https://www.tiktok.com/@bekibekam_academy?_r=1&_t=ZP-99TzZxCDYp5
904
14
Qophooftaniiree?
253
15
barattoonni hin jirtani moo?
355
16
Barattoonni bara kana entrance fudhatan jirtu? react godhaa akkasumas comment godhaa, maaltu siniif haa jalqabamu. https://t.me/BekiBekam_academy
372
17
https://youtu.be/17uuxf9rdZk?si=N0Bh1a5DJgzzUC_2
263
18
https://linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7501590714309435392 waan jiru kan ittiin bartan waan ta'eef carraa kanatti fayyadamaatii hordofaa.
452
19
https://youtu.be/d6w6eMe72Dg?si=qAw9c6zNZLKtv71k
332
20
Barattoonni sit apply gochaa jirtan, university finfinnee ykn AASTU fi ASTU keessaa kan fedha keessanii dorgomuu hin dagatiinaa, sit irratti of hin gatiinaa. https://t.me/BekiBekam_academy
896