uz
Feedback
BUBBEE MEDIA

BUBBEE MEDIA

Kanalga Telegramโ€™da oโ€˜tish
8 200
Obunachilar
+124 soatlar
-47 kunlar
-4730 kunlar
Postlar arxiv
YUUNIVARSIITII ASOOSAA Bara 2011 hundeeffame. Nannoo Beenishaangul gumuz magaala Asoosatti Argama. Finfinnee irraa 660KM Faga
+1
YUUNIVARSIITII ASOOSAA Bara 2011 hundeeffame. Nannoo Beenishaangul gumuz magaala Asoosatti Argama. Finfinnee irraa 660KM Fagaatee argama. Branch 3 qaba 1. Main Campus 2. Mendi Campus 3. Gilgel Beles Campus Akkasumas College 7 fi School of Law qaba. Department LSCM hin qabu. Haala Nyaataa Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 1-2ti. Baajata moorichaa irratti hundaa'ee jijjirama. Ganama :Firfirii ykn Ruuzii daabboo fi shayiidhan Guyyaa fi galgala immoo buddeena ittoo gosa garaagaraatin Nyaata Lounge Nyaata=100 Buna = 20 Shayii=15 Haala Qilleensaa Fulbaana-Sadaasaa akasumas waxabajjii irraa eegale roobatu jira Muddee- caamsaa hoo'i dabalaa deema. Walumagatti bayyee mijataa miti. Network saffisa hin qabu. Yeroo itti Aanu Odeeffannoo Mooraa Kamii Isiniif maxxansinu? Baratoonni kutaa 12ffaa fuula duratti Yuunivarsiitii yeroo filatan waan isaan fayyaduuf Share godhaafii. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

GARGAARTOTA(ADMINISTRATORS) BUBBEE MEDIA HUNDAAF Administrators Bubbee Media hundi keessanuu waan isin barbaadnuf karaa liink
GARGAARTOTA(ADMINISTRATORS) BUBBEE MEDIA HUNDAAF Administrators Bubbee Media hundi keessanuu waan isin barbaadnuf karaa liinkii Armaan gadii join gochuun hanga galgala sa'aatii 2:00tti walga'aa Akkuma join gootanii Seentaniin Gaaffiileen Muraasni maxxanfamanii waan jiraniif namoota duursanii deebisan 3 f galgala sa'aatii 3:30 irratti badhaasa kaardii kan badhaasnu taha. Namni Admin Tahee hanga guyyaa 3tti group kana Join hin goone, Admin irra kaafama Join gochuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @bubbeeAdministrators BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

YUUNIVARSIITII HARAMAYA Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'
+1
YUUNIVARSIITII HARAMAYA Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'aa 12-14ti Gatiin gejjibaa ( Taataa 2400 , Bus 3200 baabura hanga dirre dawaatti 1500)             Branch 4 qaba 1. Main Campus 2. Gandje HIT 3. Station 4. Hara campus         Haala Nyaataa Nyaanni Foonii(Therefore) torbeetti guyyaa lama (sambata xiqqaa guyyaa fi kibxata galgala) Cireen ruuzii, firfirii(fatfatoo) fi qincee dabboo tokkoo fi shayii wajjiin.           Nyaata Dabalataaf lounge tti gurguramu      Nyannii =90-130       Buna = 15       Shayii =15       Haala qilleensaa Ji'oota sadaasaa - Amajjii gara dhuma xiqqoo ni qorra , kanarraa kan hafe mijataadha.      Department achitti kennamu Logistics and Supply chain management(LSCM) irraa kan hafe Department hedduun ni jiru. Barataa Waggaa 1ffaa hundaaf Module bilisaan kenna. Odeeffannoo dabalataa comment jalaa dubbisaa. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

DINQISIISOO Bara 1895 keessa yeroo mataan nama bo'aafatu akka suuraa irratti argitan kanaan yaalii taasiisuuf ture. BUBBEE ME
DINQISIISOO Bara 1895 keessa yeroo mataan nama bo'aafatu akka suuraa irratti argitan kanaan yaalii taasiisuuf ture. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

Leadership and Change Management Final Exam Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
+4
Leadership and Change Management Final Exam Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

ODUU GADDAA Yuunivsrsiitii Madda walaabutti Gargaaraa pirofeesaraa kan ture Gosaa lammaa du'aan Addunyaa kanarraa boqataniiru
ODUU GADDAA Yuunivsrsiitii Madda walaabutti Gargaaraa pirofeesaraa kan ture Gosaa lammaa du'aan Addunyaa kanarraa boqataniiru. Digirii jalqabaa isaa Management dhan eebbifamuun bara 2004 yuunivarsiitii Adda giraatitti hojii barsiisummaa eegale. Hanga bara 2007 hojii isaa achi erga turee booda bara 2008 gara finfinnee yuunivarsiitii dhufuun master isaa public Administration dhan eebbifame . Bara 2009 gara yuunivarsiitii Madda walaabu deemun hojii isaa itti fufe. Garaagaraan pirofeesaraa Gosaa lammaa Caamsaa 12/2018 umrii isaa 38 tti du'aan boqateera. Biyyoon isatti haa salphattu jechaa , Fira, maatii , hoggansa yuunivarsiitichaa fi barattoota isaa hundaaf jajjabina hawwina BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

Arsenal Piriimiyer Liigii Ingilaand injifateera! ๐Ÿ† Arsenaal Piriimiyer Liigii Ingilaand (EPL) waggaa 22 booda akka shampiyoo
Arsenal Piriimiyer Liigii Ingilaand injifateera! ๐Ÿ† Arsenaal Piriimiyer Liigii Ingilaand (EPL) waggaa 22 booda akka shampiyoonii bara 2025/26 ta'uu mirkaneeffateera. Guyyaa kaleessaa galgala Maanchisteer Siitiin, Boornimaawuz (Bournemouth) 1-1 qixa ba'uu horodofee Arsenaal waancaa fudhachuu mirkaneeffateera. Deeggartoonni Arsenaal hundi baga gammaddan BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

DINQISIISOO Himni " The quick brown fox jumps over the lazy dog," jedhu kuni qubeewwan A-Z jiran hunda of keessaa qaba. BUBBE
DINQISIISOO Himni " The quick brown fox jumps over the lazy dog," jedhu kuni qubeewwan A-Z jiran hunda of keessaa qaba. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

FILANNOO BIYAALESSAA FI ITOOPHIYAA Itiyoopiyaa keessatti filannoon biyaalessaa bara 1995 G.C irraa kaasun marsaa 6 f adeemsif
FILANNOO BIYAALESSAA FI ITOOPHIYAA Itiyoopiyaa keessatti filannoon biyaalessaa bara 1995 G.C irraa kaasun marsaa 6 f adeemsifameera. Kan Bara 2021 immoo sababa weerara koroonaa vaayirasiin kan hafe yoo tahu marsaa 7ffaan Caamsaa Kana keessa gaggeeffama. Eenyu Filattu? Paarii barbaaddan yoo filattaan mirgi keessan hammam kabajama? Dhugaa dubbachuuf biyya kana keessatti filannoon haqa qabeessi gaggeeffamee hin beeku. Namni kamiiyyuu Paartii aangoo irraa jiru malee paartii biraa yoo filatte ni ajjeefama ykn ni hidhama. Sababni inni gaggeeffamuufis biyyattiin diimokiraasin bulti jedhanii fakkeessuuf akkasumas filannoo gaggeefameera jedhanii uummataa gowwoomsuu fi biyyoota biroo biratti fudhatama argachuufi. Biyya kanatti Dimokiraasiin waraqaa irraatti barreeffamaa oolu kuni guyyaa tokko hojiirra oolee hin beeku. Filannoon bara kanas baasii fi dadhabbii humna namaa malee wanti tahu kanuma duraan beeknudha. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

#ARSI_UNIVERSITY_DINSHO_CAMPUS Barattoonni Yuunivarsiitii Arsii Rakkoo Hamaa keessa jirra jedhan. "Akkuma suuraa Armaan olii
+1
#ARSI_UNIVERSITY_DINSHO_CAMPUS Barattoonni Yuunivarsiitii Arsii Rakkoo Hamaa keessa jirra jedhan. "Akkuma suuraa Armaan olii kanarratti argitan Yuunivarsiitichatti hanqinni library(mana dubbisa kitaabaa) waan jiruuf Barattoonni hedduun teessoo irra ta'anii dubbisan argachuuf ganamaan dhaqnee achi dhaabbanna. Daqiiqaa 30 hanga sa'aatii tokko achi erga dhaabbanne boodayyuu guyyaan teessoo dhabnee gara dormitti deebinu ni jira. Kuni immoo fedhii nuti dubbisaaf qabnu xiqqeessaa deemuun rakkoo adda addaaf nu saaxilaa jira" Barattoota Yuunivarsiitii Arsii Dabalataanis rakkoon Time management illee akka jiru Barattoonni dubbatan. Library yeroo baayyee dafee hin banamu . barataan sababa garaagaraan turee dhaqes teessoo hin argatu , kuni immoo Rakkoo cimaa keessa nu galcheera jedhan. "Rakkoon kuni immoo dhalootni dubbisa irra fagaachun barnoota akka jibbu godha. Kanaaf qaamni dhimmi ilaallatu rakkoo kanaaf furmaata akka itti nuuf kennu barbaadna" jedhan. Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiran Uggura Ameerikaan Ulaa Hoormuuziin gaggeessaa jirtu
Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiran Uggura Ameerikaan Ulaa Hoormuuziin gaggeessaa jirtu hordofee Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiruu ibsame. Duula Waraanni Giddugaleessa Bahaa Ameerikaa qarqara Galaanaa Ulaa Hoormuuzitti gaggeessaa jiruun Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii akka jijjiiraan taasifamuu eerame. Suuraa sochoโ€™aa ajajichi qoodeen Dooniwwan gara Iraan darbuuf imala eegalan Dooniwwanii fi Heeliikoptaroota waraanaa Ameerikaan wayita dhorkaman mulโ€™ataniiru. Iraan hanga gara mariitti deebituutti dhorkichi cimee kan itti fufu taโ€™a jedhame. Dhorkaa Ameerikaan ulicharratti gaggeessaa jirtu hordofee gatiin bobaโ€™aa guyyaa gara guyyaatti daran dabalaa jiraachuu ibsame. Sababa kanaan biyyoota miseensa โ€˜Neetooโ€™ dabalatee biyyoonni hedduun Ameerikaa komachaa jiru. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

Rikardii Addunyaa Haaraa galmaa'e! Maaraatoonii 'London' daqiiqa muraasa dura xumurameen, Atileetiin Keeniyaa Sebastiyaan Saa
Rikardii Addunyaa Haaraa galmaa'e! Maaraatoonii 'London' daqiiqa muraasa dura xumurameen, Atileetiin Keeniyaa Sebastiyaan Saawwee injifateera. Atleetichi fageenya kana xumuruuf sa'aatii 1:59.30 itti fudhateera. Kunis rikardii addunyaa haaraa ta'uun galmaa'ee jira. Kanaan dura rikardiin kun atleetii Keeniyaa biroo Kelviin Kiptuum (2:00.35) harka ture. Kanaanis, injifataan har'a Saawwee maaraatoonii sa'aatii lama gadiin xumuruun atleetii addunyaa keeniyaa isa jalqabaa ta'uu danda'eera. Maqaan isaas galmee dinqiiwwan addunyaa (Guinness World Records) irratti kan galmeeffamu ta'a. Atleetii Saawwee waliin dorgommii cimaa kan taasise Itoophiyaa irraa Yoomif Kejeelchaa, sa'aatii 1:59.41 ta'een lammaffaa ta'uun xumureera. Yoomif maaraatoonii guutuu yoo fiigu kan jalqabaa yoo ta'u, dorgommii jalqabaatiin sa'aatii kanaan xumuruun addunyaa irratti atleetii jalqabaa ta'uun seenaa hojjateera. Dabalataanis, sa'aatiin kun rikardii maaraatoonii Itoophiyaa haaraa ta'uun galmaa'eera. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ

#ODUU_AMMEE Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame. Qormaatni Naannoo 6ffaafi kutaa 8ff
#ODUU_AMMEE Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame. Qormaatni Naannoo 6ffaafi kutaa 8ffaa Waxabajjii jalqabarraa kan kennamuu yoo ta'u, qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo ji'a Waxabajjii walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu BBO n ifoomseera Barattootni qormaata biyyoolessaafi naannoo fudhachuuf qophiirra jiranis daran qophii isaanii akka cimsan jajjabeessaniiru. Haaluma walfakkaatun, hoggansiifi barsiisotni manneen barnootaa fooyya'insi qabxii barattootaa harka keessan waan jiruuf abdiin keenyaafi maatii barattootaa akka dhugoomsitan jechuun dhaamaniiru. Dhumarratti, Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guuyyootni 45 qofa kan hafan yoo ta'u, Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo, guyyoota 55 kan hafe waan ta'eef barattootnifi barsiisotni keenya yeroo muraasa hafte tanatti fayyadamuun qabxii olaanaa galmeessuuf akka hojjattan jedhameera. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

โœ๏ธโœ๏ธ BAGA GEESSANโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Du'aa kahuu Gooftaa Iyyesuus kiristoos(
โœ๏ธโœ๏ธ BAGA GEESSANโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Du'aa kahuu Gooftaa Iyyesuus kiristoos(Fasikaa) nagaan geessan Ayyaanichi kan:- Gammachuu Jaalalaa Nageenyaa Quufaa Tokkummaa fi Milkaa'inaa isiniif yaa tahu nuuf yaa tahu. Barattoonni Mooraa garaagaraa irraa akkaataa Ayyaana itti dabarsitan suuradhaan karaa liinkii gadii kanaan nuuf ergaa. Kan namoota duursa nuuf erganii fi Suuraan isaanii qulqullina qabu deebisnee kan Maxxansinu taha. Nu erguuf ๐Ÿ‘‰ @sisman7 โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธHappy Easter โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ ๐ŸŒผ ๐ŸŒธ ๐ŸŒปAyyaana Gaarii ๐ŸŒผ ๐ŸŒธ ๐ŸŒป       BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ BAGA GEESSANโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Du'aa kahuu Gooftaa Iyyesuus kiristoo
+1
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ BAGA GEESSANโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Du'aa kahuu Gooftaa Iyyesuus kiristoos(Fasikaa) nagaan geessan Ayyaanichi kan:- Gammachuu Jaalalaa Nageenyaa Quufaa Tokkummaa fi Milkaa'inaa isiniif yaa tahu nuuf yaa tahu. Barattoonni Mooraa garaagaraa irraa akkaataa Ayyaana itti dabarsitan erguu barbaaddan asirraan nuuf ergaa. Deebisnee kan maxxansinu taha. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @sisman7 โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธHappy Easter โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ ๐ŸŒผ ๐ŸŒธ ๐ŸŒปAyyaana Gaarii ๐ŸŒผ ๐ŸŒธ ๐ŸŒป       BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

ODUU GAMMACHIISAA Barattoota Department management barattan Hundaaf Channel kuni Barattoota Department management Qofaaf kan banameedha. Wantoonni Channel Kanarraa Argattan:- โœ Gaaffilee Exit Exam 2015 - present jiran ni argattu. โœ Gaaffilee model Exit Exam mooraa hundaa ni argattu. โœ Exit Exam blueprint module ni argattu. โœ Gaaffilee Exit Exam, Model Exit Exam and other practice Exam iddoo tokkootti gaaffilee 2500 ol ni argattu โœ pdf or Module of major course mooraa garagaraa ni argattu โœ ppt major course mooraa garagaaraa ni argattu โœ words, Pdf and other reading materials of major course mooraa garaagaraa ni argattu โœ Gaaffilee Exit Exam Course tokkoon tokkoon keessaa qophaa'an iddoo tokkotti ni argattu. โœ October 1 2026 irraa eegalee sagantaan Gaaffilee baroota darbanii shaakaluu sa'aatii isin filattan irratti hunda'uun guyyaa guyyaan gaaffiin 10-20 isiniif dhiyaata โœ Odeeffannoo wayitawaa Exit Exam wal qabatu ni argattu. โœ Dabalaanis module, pdf&ppt related course ni argattu fknf Organization Behavior and Organization Theory Everyone who Interested can Join using the link below ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Join @MNGMNT7 Join @MNGMNT7

Haleellaan USA buโ€™uuraalee misoomaa hawaasaa irratti raawwataa jirtu โ€œkufaatii naamusaaโ€ argisiisa jedhame. Ministirri dhimma alaa Iraan haleellaa Ameerikaan buโ€™uuraalee misoomaa hawaasaa Iraan irratti raawwattu โ€œkufaatii naamusaaโ€ kan agarsiisu jechuun qeeqan. Ministirichi dabaluudhaan haalli kun Iraan akka duubatti deebitu kan hin dirqisiisne taโ€™uullee himan. Ministirichi fuula Twitter irratti barreeffama gabaabaa qoodaniin, "Dhaabbilee sivilii dabalatee riqichoota ijaaramaa jiran irratti haleellaa raawwachuun, lammiilee Iraan harka akka kennatan hin taasisu," jedhan. Gochi akkasii faallaa isaatiin "diinni burjaajaโ€™e injifatamaa fi kufaatii naamusaa keessa jiraachuu isaa kan agarsiisudha," jechan Dhiheenya kana Teeraan, magaalaa Kaaraajitti, riqicha guddaa dhiyoo ijaarame kan B-1 jedhamu irratti haleellaa waloo Ameerikaa fi Israaโ€™el raawwatameen, yoo xiqqaate lubbuun namoota 8 darbuu fi namoonni biroon hedduun madaaโ€™uun gabaasameera. Haleellaan kun riqicha sanas bakka lamatti kutee jira. "Tokkoon tokkoon riqichaa fi gamoo kan durii caalaa jabaatee deebiโ€™ee ijaarama. Garuu wanti deebiโ€™ee hin ijaaramne maqaa fi kabaja Ameerikaa irratti miidhaa gaheedha," jedhan ministirichi. Preezidantiin USA Donald Trump ibsa kennaniin, โ€œTorbee 2 ykn 3 dhufan keessatti haleellaa jabaa ni raawwannna; yeroo gabaabaa keessatti Iraan gara โ€œbara dhagaattiโ€ (stone age) isaan ni deebisna,โ€ jechuun dhaadateera. Preezidaanti Tiraampi dabalataanis, yoo waliigalteerra hin gahamne buโ€™uuraalee misoomaa murteessoo taโ€™an irratti haleellaa balโ€™aa raawwachuuf akka jiran ibsaniiru. โ€œWaliigalteen yoo hin raawwatamin, tokkoon tokkoon buufataalee humna elektiriikaa isaanii hunda, tarii hunda isaanii al-tokkotti ni rukunna,โ€ jedhaniiru. BUBBEE MEDIA ยฉ๏ธ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA