BUBBEE MEDIA
Відкрити в Telegram
Welcome to BUBBEE MEDIA Telegram. https://t.me/BUBBEEMEDIA Facebook. https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645
Показати більше8 200
Підписники
+124 години
-47 днів
-4730 день
Архів дописів
8 196
+1
YUUNIVARSIITII ASOOSAA
Bara 2011 hundeeffame. Nannoo Beenishaangul gumuz magaala Asoosatti Argama. Finfinnee irraa 660KM Fagaatee argama.
Branch 3 qaba
1. Main Campus
2. Mendi Campus
3. Gilgel Beles Campus
Akkasumas College 7 fi School of Law qaba. Department LSCM hin qabu.
Haala Nyaataa
Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 1-2ti. Baajata moorichaa irratti hundaa'ee jijjirama. Ganama :Firfirii ykn Ruuzii daabboo fi shayiidhan
Guyyaa fi galgala immoo buddeena ittoo gosa garaagaraatin
Nyaata Lounge
Nyaata=100
Buna = 20
Shayii=15
Haala Qilleensaa
Fulbaana-Sadaasaa akasumas waxabajjii irraa eegale roobatu jira
Muddee- caamsaa hoo'i dabalaa deema.
Walumagatti bayyee mijataa miti. Network saffisa hin qabu.
Yeroo itti Aanu Odeeffannoo Mooraa Kamii Isiniif maxxansinu?
Baratoonni kutaa 12ffaa fuula duratti Yuunivarsiitii yeroo filatan waan isaan fayyaduuf Share godhaafii.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
GARGAARTOTA(ADMINISTRATORS) BUBBEE MEDIA HUNDAAF
Administrators Bubbee Media hundi keessanuu waan isin barbaadnuf karaa liinkii Armaan gadii join gochuun hanga galgala sa'aatii 2:00tti walga'aa
Akkuma join gootanii Seentaniin Gaaffiileen Muraasni maxxanfamanii waan jiraniif namoota duursanii deebisan 3 f galgala sa'aatii 3:30 irratti badhaasa kaardii kan badhaasnu taha.
Namni Admin Tahee hanga guyyaa 3tti group kana Join hin goone, Admin irra kaafama
Join gochuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@bubbeeAdministrators
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
+1
YUUNIVARSIITII HARAMAYA
Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'aa 12-14ti Gatiin gejjibaa ( Taataa 2400 , Bus 3200 baabura hanga dirre dawaatti 1500)
Branch 4 qaba
1. Main Campus
2. Gandje HIT
3. Station
4. Hara campus
Haala Nyaataa
Nyaanni Foonii(Therefore) torbeetti guyyaa lama (sambata xiqqaa guyyaa fi kibxata galgala)
Cireen ruuzii, firfirii(fatfatoo) fi qincee dabboo tokkoo fi shayii wajjiin.
Nyaata Dabalataaf lounge tti gurguramu
Nyannii =90-130
Buna = 15
Shayii =15
Haala qilleensaa
Ji'oota sadaasaa - Amajjii gara dhuma xiqqoo ni qorra , kanarraa kan hafe mijataadha.
Department achitti kennamu
Logistics and Supply chain management(LSCM) irraa kan hafe Department hedduun ni jiru.
Barataa Waggaa 1ffaa hundaaf Module bilisaan kenna.
Odeeffannoo dabalataa comment jalaa dubbisaa.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
+1
YUUNIVARSIITII HARAMAYA
Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'aa 12-14ti Gatiin gejjibaa ( Taataa 2400 , Bus 3200 baabura hanga dirre dawaatti 1500)
Branch 4 qaba
1. Main Campus
2. Gandje HIT
3. Station
4. Hara campus
Haala Nyaataa
Nyaanni Foonii(Therefore) torbeetti guyyaa lama (sambata xiqqaa guyyaa fi kibxata galgala)
Cireen ruuzii, firfirii(fatfatoo) fi qincee dabboo tokkoo fi shayii wajjiin.
Nyaata Dabalataaf lounge tti gurguramu
Nyannii =90-130
Buna = 15
Shayii =15
Haala qilleensaa
Ji'oota sadaasaa - Amajjii gara dhuma xiqqoo ni qorra , kanarraa kan hafe mijataadha.
Department achitti kennamu
Logistics and Supply chain management(LSCM) irraa kan hafe Department hedduun ni jiru.
Barataa Waggaa 1ffaa hundaaf Module bilisaan kenna.
Odeeffannoo dabalataa comment jalaa dubbisaa.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
DINQISIISOO
Bara 1895 keessa yeroo mataan nama bo'aafatu akka suuraa irratti argitan kanaan yaalii taasiisuuf ture.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
+4
Leadership and Change Management Final Exam
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
ODUU GADDAA
Yuunivsrsiitii Madda walaabutti Gargaaraa pirofeesaraa kan ture Gosaa lammaa du'aan Addunyaa kanarraa boqataniiru.
Digirii jalqabaa isaa Management dhan eebbifamuun bara 2004 yuunivarsiitii Adda giraatitti hojii barsiisummaa eegale. Hanga bara 2007 hojii isaa achi erga turee booda bara 2008 gara finfinnee yuunivarsiitii dhufuun master isaa public Administration dhan eebbifame . Bara 2009 gara yuunivarsiitii Madda walaabu deemun hojii isaa itti fufe.
Garaagaraan pirofeesaraa Gosaa lammaa Caamsaa 12/2018 umrii isaa 38 tti du'aan boqateera.
Biyyoon isatti haa salphattu jechaa , Fira, maatii , hoggansa yuunivarsiitichaa fi barattoota isaa hundaaf jajjabina hawwina
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
+1
ODUU GADDAA
Yuunivsrsiitii Madda walaabutti Gargaaraa pirofeesaraa kan ture Gosaa lammaa du'aan Addunyaa kanarraa boqataniiru.
Digirii jalqabaa isaa Management dhan eebbifamuun bara 2004 yuunivarsiitii Adda giraatitti hojii barsiisummaa eegale. Hanga bara 2007 hojii isaa achi erga turee booda bara 2008 gara finfinnee yuunivarsiitii dhufuun master isaa public Administration dhan eebbifame . Bara 2009 gara yuunivarsiitii Madda walaabu deemun hojii isaa itti fufe.
Garaagaraan pirofeesaraa Gosaa lammaa Caamsaa 12/2018 umrii isaa 38 tti du'aan boqateera.
Biyyoon isatti haa salphattu jechaa , Fira, maatii , hoggansa yuunivarsiitichaa fi barattoota isaa hundaaf jajjabina hawwina
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
Arsenal Piriimiyer Liigii Ingilaand injifateera! 🏆
Arsenaal Piriimiyer Liigii Ingilaand (EPL) waggaa 22 booda akka shampiyoonii bara 2025/26 ta'uu mirkaneeffateera.
Guyyaa kaleessaa galgala Maanchisteer Siitiin, Boornimaawuz (Bournemouth) 1-1 qixa ba'uu horodofee Arsenaal waancaa fudhachuu mirkaneeffateera.
Deeggartoonni Arsenaal hundi baga gammaddan
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
DINQISIISOO
Himni
" The quick brown fox jumps over the lazy dog,"
jedhu kuni qubeewwan A-Z jiran hunda of keessaa qaba.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
FILANNOO BIYAALESSAA FI ITOOPHIYAA
Itiyoopiyaa keessatti filannoon biyaalessaa bara 1995 G.C irraa kaasun marsaa 6 f adeemsifameera. Kan Bara 2021 immoo sababa weerara koroonaa vaayirasiin kan hafe yoo tahu marsaa 7ffaan Caamsaa Kana keessa gaggeeffama.
Eenyu Filattu? Paarii barbaaddan yoo filattaan mirgi keessan hammam kabajama?
Dhugaa dubbachuuf biyya kana keessatti filannoon haqa qabeessi gaggeeffamee hin beeku. Namni kamiiyyuu Paartii aangoo irraa jiru malee paartii biraa yoo filatte ni ajjeefama ykn ni hidhama. Sababni inni gaggeeffamuufis biyyattiin diimokiraasin bulti jedhanii fakkeessuuf akkasumas filannoo gaggeefameera jedhanii uummataa gowwoomsuu fi biyyoota biroo biratti fudhatama argachuufi. Biyya kanatti Dimokiraasiin waraqaa irraatti barreeffamaa oolu kuni guyyaa tokko hojiirra oolee hin beeku.
Filannoon bara kanas baasii fi dadhabbii humna namaa malee wanti tahu kanuma duraan beeknudha.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
+1
#ARSI_UNIVERSITY_DINSHO_CAMPUS
Barattoonni Yuunivarsiitii Arsii Rakkoo Hamaa keessa jirra jedhan.
"Akkuma suuraa Armaan olii kanarratti argitan Yuunivarsiitichatti hanqinni library(mana dubbisa kitaabaa) waan jiruuf Barattoonni hedduun teessoo irra ta'anii dubbisan argachuuf ganamaan dhaqnee achi dhaabbanna. Daqiiqaa 30 hanga sa'aatii tokko achi erga dhaabbanne boodayyuu guyyaan teessoo dhabnee gara dormitti deebinu ni jira. Kuni immoo fedhii nuti dubbisaaf qabnu xiqqeessaa deemuun rakkoo adda addaaf nu saaxilaa jira"
Barattoota Yuunivarsiitii Arsii
Dabalataanis rakkoon Time management illee akka jiru Barattoonni dubbatan. Library yeroo baayyee dafee hin banamu . barataan sababa garaagaraan turee dhaqes teessoo hin argatu , kuni immoo Rakkoo cimaa keessa nu galcheera jedhan.
"Rakkoon kuni immoo dhalootni dubbisa irra fagaachun barnoota akka jibbu godha. Kanaaf qaamni dhimmi ilaallatu rakkoo kanaaf furmaata akka itti nuuf kennu barbaadna" jedhan.
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiran
Uggura Ameerikaan Ulaa Hoormuuziin gaggeessaa jirtu hordofee Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiruu ibsame.
Duula Waraanni Giddugaleessa Bahaa Ameerikaa qarqara Galaanaa Ulaa Hoormuuzitti gaggeessaa jiruun Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii akka jijjiiraan taasifamuu eerame.
Suuraa socho’aa ajajichi qoodeen Dooniwwan gara Iraan darbuuf imala eegalan Dooniwwanii fi Heeliikoptaroota waraanaa Ameerikaan wayita dhorkaman mul’ataniiru.
Iraan hanga gara mariitti deebituutti dhorkichi cimee kan itti fufu ta’a jedhame.
Dhorkaa Ameerikaan ulicharratti gaggeessaa jirtu hordofee gatiin boba’aa guyyaa gara guyyaatti daran dabalaa jiraachuu ibsame.
Sababa kanaan biyyoota miseensa ‘Neetoo’ dabalatee biyyoonni hedduun Ameerikaa komachaa jiru.
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA
8 196
Rikardii Addunyaa Haaraa galmaa'e!
Maaraatoonii 'London' daqiiqa muraasa dura xumurameen, Atileetiin Keeniyaa Sebastiyaan Saawwee injifateera.
Atleetichi fageenya kana xumuruuf sa'aatii 1:59.30 itti fudhateera. Kunis rikardii addunyaa haaraa ta'uun galmaa'ee jira.
Kanaan dura rikardiin kun atleetii Keeniyaa biroo Kelviin Kiptuum (2:00.35) harka ture. Kanaanis, injifataan har'a Saawwee maaraatoonii sa'aatii lama gadiin xumuruun atleetii addunyaa keeniyaa isa jalqabaa ta'uu danda'eera.
Maqaan isaas galmee dinqiiwwan addunyaa (Guinness World Records) irratti kan galmeeffamu ta'a.
Atleetii Saawwee waliin dorgommii cimaa kan taasise Itoophiyaa irraa Yoomif Kejeelchaa, sa'aatii 1:59.41 ta'een lammaffaa ta'uun xumureera.
Yoomif maaraatoonii guutuu yoo fiigu kan jalqabaa yoo ta'u, dorgommii jalqabaatiin sa'aatii kanaan xumuruun addunyaa irratti atleetii jalqabaa ta'uun seenaa hojjateera.
Dabalataanis, sa'aatiin kun rikardii maaraatoonii Itoophiyaa haaraa ta'uun galmaa'eera.
BUBBEE MEDIA ©️
8 196
#ODUU_AMMEE
Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame.
Qormaatni Naannoo 6ffaafi kutaa 8ffaa Waxabajjii jalqabarraa kan kennamuu yoo ta'u, qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo ji'a Waxabajjii walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu BBO n ifoomseera
Barattootni qormaata biyyoolessaafi naannoo fudhachuuf qophiirra jiranis daran qophii isaanii akka cimsan jajjabeessaniiru.
Haaluma walfakkaatun, hoggansiifi barsiisotni manneen barnootaa fooyya'insi qabxii barattootaa harka keessan waan jiruuf abdiin keenyaafi maatii barattootaa akka dhugoomsitan jechuun dhaamaniiru.
Dhumarratti, Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guuyyootni 45 qofa kan hafan yoo ta'u, Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo, guyyoota 55 kan hafe waan ta'eef barattootnifi barsiisotni keenya yeroo muraasa hafte tanatti fayyadamuun qabxii olaanaa galmeessuuf akka hojjattan jedhameera.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
#ODUU_AMMEE
Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame.
Qormaatni Naannoo 6ffaafi kutaa 8ffaa Waxabajjii jalqabarraa kan kennamuu yoo ta'u, qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo ji'a Waxabajjii walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu BBO n ifoomseera
Barattootni qormaata biyyoolessaafi naannoo fudhachuuf qophiirra jiranis daran qophii isaanii akka cimsan jajjabeessaniiru.
Haaluma walfakkaatun, hoggansiifi barsiisotni manneen barnootaa fooyya'insi qabxii barattootaa harka keessan waan jiruuf abdiin keenyaafi maatii barattootaa akka dhugoomsitan jechuun dhaamaniiru.
Dhumarratti, Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guuyyootni 45 qofa kan hafan yoo ta'u, Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo, guyyoota 55 kan hafe waan ta'eef barattootnifi barsiisotni keenya yeroo muraasa hafte tanatti fayyadamuun qabxii olaanaa galmeessuuf akka hojjattan jedhameera.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
✝️✝️ BAGA GEESSAN✝️✝️✝️
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Du'aa kahuu Gooftaa Iyyesuus kiristoos(Fasikaa) nagaan geessan
Ayyaanichi kan:-
Gammachuu
Jaalalaa
Nageenyaa
Quufaa
Tokkummaa fi
Milkaa'inaa isiniif yaa tahu nuuf yaa tahu.
Barattoonni Mooraa garaagaraa irraa akkaataa Ayyaana itti dabarsitan suuradhaan karaa liinkii gadii kanaan nuuf ergaa. Kan namoota duursa nuuf erganii fi Suuraan isaanii qulqullina qabu deebisnee kan Maxxansinu taha.
Nu erguuf 👉 @sisman7
✝️✝️✝️Happy Easter ✝️✝️✝️
🌼 🌸 🌻Ayyaana Gaarii 🌼 🌸 🌻
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
+1
✝️✝️✝️ BAGA GEESSAN✝️✝️✝️
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Du'aa kahuu Gooftaa Iyyesuus kiristoos(Fasikaa) nagaan geessan
Ayyaanichi kan:-
Gammachuu
Jaalalaa
Nageenyaa
Quufaa
Tokkummaa fi
Milkaa'inaa isiniif yaa tahu nuuf yaa tahu.
Barattoonni Mooraa garaagaraa irraa akkaataa Ayyaana itti dabarsitan erguu barbaaddan asirraan nuuf ergaa. Deebisnee kan maxxansinu taha.
👇👇👇👇👇👇👇
@sisman7
✝️✝️✝️Happy Easter ✝️✝️✝️
🌼 🌸 🌻Ayyaana Gaarii 🌼 🌸 🌻
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 196
ODUU GAMMACHIISAA
Barattoota Department management barattan Hundaaf
Channel kuni Barattoota Department management Qofaaf kan banameedha.
Wantoonni Channel Kanarraa Argattan:-
✍ Gaaffilee Exit Exam 2015 - present jiran ni argattu.
✍ Gaaffilee model Exit Exam mooraa hundaa ni argattu.
✍ Exit Exam blueprint module ni argattu.
✍ Gaaffilee Exit Exam, Model Exit Exam and other practice Exam iddoo tokkootti gaaffilee 2500 ol ni argattu
✍ pdf or Module of major course mooraa garagaraa ni argattu
✍ ppt major course mooraa garagaaraa ni argattu
✍ words, Pdf and other reading materials of major course mooraa garaagaraa ni argattu
✍ Gaaffilee Exit Exam Course tokkoon tokkoon keessaa qophaa'an iddoo tokkotti ni argattu.
✍ October 1 2026 irraa eegalee sagantaan Gaaffilee baroota darbanii shaakaluu sa'aatii isin filattan irratti hunda'uun guyyaa guyyaan gaaffiin 10-20 isiniif dhiyaata
✍ Odeeffannoo wayitawaa Exit Exam wal qabatu ni argattu.
✍ Dabalaanis module, pdf&ppt related course ni argattu fknf Organization Behavior and Organization Theory
Everyone who Interested can Join using the link below
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Join @MNGMNT7
Join @MNGMNT7
8 196
Haleellaan USA bu’uuraalee misoomaa hawaasaa irratti raawwataa jirtu “kufaatii naamusaa” argisiisa jedhame.
Ministirri dhimma alaa Iraan haleellaa Ameerikaan bu’uuraalee misoomaa hawaasaa Iraan irratti raawwattu “kufaatii naamusaa” kan agarsiisu jechuun qeeqan. Ministirichi dabaluudhaan haalli kun Iraan akka duubatti deebitu kan hin dirqisiisne ta’uullee himan.
Ministirichi fuula Twitter irratti barreeffama gabaabaa qoodaniin, "Dhaabbilee sivilii dabalatee riqichoota ijaaramaa jiran irratti haleellaa raawwachuun, lammiilee Iraan harka akka kennatan hin taasisu," jedhan. Gochi akkasii faallaa isaatiin "diinni burjaaja’e injifatamaa fi kufaatii naamusaa keessa jiraachuu isaa kan agarsiisudha," jechan
Dhiheenya kana Teeraan, magaalaa Kaaraajitti, riqicha guddaa dhiyoo ijaarame kan B-1 jedhamu irratti haleellaa waloo Ameerikaa fi Israa’el raawwatameen, yoo xiqqaate lubbuun namoota 8 darbuu fi namoonni biroon hedduun madaa’uun gabaasameera. Haleellaan kun riqicha sanas bakka lamatti kutee jira.
"Tokkoon tokkoon riqichaa fi gamoo kan durii caalaa jabaatee deebi’ee ijaarama. Garuu wanti deebi’ee hin ijaaramne maqaa fi kabaja Ameerikaa irratti miidhaa gaheedha," jedhan ministirichi.
Preezidantiin USA Donald Trump ibsa kennaniin, “Torbee 2 ykn 3 dhufan keessatti haleellaa jabaa ni raawwannna; yeroo gabaabaa keessatti Iraan gara “bara dhagaatti” (stone age) isaan ni deebisna,” jechuun dhaadateera.
Preezidaanti Tiraampi dabalataanis, yoo waliigalteerra hin gahamne bu’uuraalee misoomaa murteessoo ta’an irratti haleellaa bal’aa raawwachuuf akka jiran ibsaniiru. “Waliigalteen yoo hin raawwatamin, tokkoon tokkoon buufataalee humna elektiriikaa isaanii hunda, tarii hunda isaanii al-tokkotti ni rukunna,” jedhaniiru.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
