cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

FINFINNE THEATER ASSOCIATION (FTA)

Welcome to FTA

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
209
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-17 kunlar
-230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Bakriid eebbifamaa isiniif hawwaa. Du'aa'ii fi aarsaan keessan Rabbiin biratti qeebalama haa ta'u, barakaan Isaa yeroo hunda isin irra haa jiraatu. 🌙🙏 Wishing you a blessed Bakrid. May your prayers and sacrifices be accepted by Allah, and may His blessings be upon you always. 🌙🙏
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Og-tiyaatira Afaan Oromoo yeroo jalqabaatif namni barreessee waltajjiif dhiheesse, Maammoo Mazammir ture. Tiyaatirichi mata dureen isaa "Barumsa" kan jedhu yoo ta'u, bara 1958 waltajjii gubbaatti agarsiifame. Xurree Maammoo Mazammir hordofuun, tiyaatiroonni barreeffamanii fi sadarakaa Og-tiyaatira Oromoo ful-duratti butachiisan keessaa muraasni: Tiyaatira Hayilee Fidaatiin bara 1967 barraa'e, mata dureen isaa "Bara Birraan Barihe" kan jedhu. Tiyaatira Dhaabaa Wayyeessaatiin bara 1984 barraa'e, mata dureen isaa "Dukkanaan Duuba" kan jedhu. Tiyaatira Fayyisaa Yaadasaan bara 1985 barraa'e, mata dureen isaa "Jilbiibbee" Kan jedhu. Tiyaatira Abdunaasir Haaji Hasaniin bara 1986 barraa'e, mata dureen isaa "Hulluuqqoo" kan jedhu. Tiyaatira Mulgeetaa Nagasaatiin bara 1987 barraa'e, mata dureen isaa "Daawwitii Jireenyaa" kan jedhu.
Hammasini ko'rsatish...
👍 2 1
Gaaddisaa Birruu Obboo Gaaddisaa Birruu godina Arsii, Aanaa Leemmoofi Bilbilootti dhalatee guddate. Obboo Gaaddisaan ogummaa addaa kan akka barsiisummaa, qophii galmee jechootaa, ogbarruu, qunnamtii uummataa, qophii fi hojiirra oolmaa piroojeektiifi kanneen biroo nama gonfatedha. Hojiilee ogbarruutiin: Asoosama Kuusaa Gadoo jedhamu bara 1983/1991 Galmee jechoota Afaan Oromoo namoota kaan waliin bara 1983/1991 Barruulee birmata jedhamu bara 1985/1993 Kitaaba ‘peace and reconciliation’ jedhamu Afaan Oromoofi Amaaraatti jijjiiruu bara 1993/2001 Asoosama Dhaamsa Abbaa jedhu bara 1994/2002 Fedhii gamtokkeefi ogbarruu gaggabaaboo biroo 2001/2009 Namummaafi ogbarruu gaggabaaboo barreessitoota biroo waliin (WBO kan maxxanfame bara 2004/2012 Asoosama ‘burreen bifa tokkoo miti’ jedhu bara 2007/2015 hojjetee jira. Waldaa barreessitoota Oromoo hundeessuu keessatti nama tarree jalqabaarra jirudha. Waldichas Pirezedaantii ta’ee waggaa 4’f tajaajilee jira.
Hammasini ko'rsatish...
👍 2 1
Obboo Gaaddisaa Birruu Badhaasa adda addaas dhaabbilee garaagaraa irraa fudhatees jira. Isaan keessaa muraasni dorgommii biyya Ameerikaatti taasifameen ‘Waxala Qaccee Gaabbii’ ogbarruu jedhu dhiyeessuudhaan tokkoffaa bahee badhaasa maallaqaafi maxxansa ogbarrichaa bara 1995/2003 fudhatee jira. Achuma biyya Ameerikaatti dorgommii taasifameen “Fedhii Gamtokkee’ dhiyeessuudhaan sadaffaa bahee badhaasa maallaqaa bara 1996/2004 fudhatee jira.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Ayyaana Faasikaa Geessan. እንኳን ለፋሲካ በአል አደረሳችሁ።
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
05:05
Video unavailableShow in Telegram
Ilma Madhaa Abbaa Gadaa Looret Tsaggaayee Gabremadihiin Qawweessaa
Hammasini ko'rsatish...
49.70 MB
2👍 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.