cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Baankii Raammis

Baankii Raammis

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya3 662Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
208
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+27 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Abbootii Aksiyoonaa Baankii Raammis hundaaf Abbootiin aksiyoonaa Baankii Raammis kaffaltiin aksiyoonaa isin irratti hafe Lakk. Herregaa Baankichaa dhimma kanaaf banaman irratti galii taasisuun waraqaa (Deposit Slip) galii ittiin gootanii fi waraqaa eenyummaa keessan qabachuun gara Waajjira Muummee yookiin dameelee Baankii Raammis dhiheenya keessanitti argamanitti deemuun akka kennitan kabajaan isin gaafanna .  Baankii Raammis 1300013892601,  Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1000400146277  Baankii Oromiyaa 1331933500003  Baanki Awaash 014100247403201  Baankii Daldalaa Itoophiyaa 1000546270867 ለራሚስ ባንክ ባለአክሲዮኖች በሙሉ የአክሲዮን ክፍያን ከፍላችሁ ያላጠናቀቃችሁ የራሚስ ባንክ ባለአክሲዮኖች በሙሉ የቀረባችሁን ክፍያ ለዚሁ ዓላማ በተከፈቱ ሂሳቦች ገቢ በማድረግ ገቢ ያደረጋችሁበትን የገቢ ወረቀት (Deposit Slip) ከመታወቂያችሁ ጋር በመያዝ በባንካችን ዋና መ/ቤት ወይም አቅራቢያዎ በሚገኙ የባንካችን ቅርንጫፎች እንድትሰጡ በአክብሮት እንጠይቃለን፡፡  በራሚስ ባንክ 1300013892601፣  ኦሮሚያ ህብረት ስራ ባንክ 1000400146277፣  ኦሮሚያ ባንክ 1331933500003፣  አዋሽ ባንክ 014100247403201  በኢትዮጵያ ንግድ ባንክ 1000546270867
Hammasini ko'rsatish...
✋️✋️✋️✋️✋️✋️Assallamu Aleykum Warahmatulahi Wabarrakatu
Hammasini ko'rsatish...
🥰 2
Guyyaa 8ffaa Sagantaa Mallattoo Abbootii Aksiyoona #Baankii_Rammis. Oolmaan Guyyaa har’aa kan Sagantaa Abbootii Aksiyoonaa mallatteeysissisuu bifa gaariin Guyyaa 8ffaa itti fufeeti jira. Guyyaan Sagantaan Mallattoo kanaaf qabame dhumuuf ammoo guyyoonni Muraasni qoftii waan hafeef dafaatii dhaqabadhaa Namootni hanga ammatti qaamaan dhiyaattanii hin mallatteysin osoo yeroo isin jalaa hin dabrin koottaatii mallatteeysaa yoo dhuftanii mallatteeysuu hin dandeenye; namoota naannoo keeysanitti kanaan dura bakka bu’ummaan kennameefii ture sanneeniif kennuu ni dandeeysan. Iddoon Mallattoo: Finfinnee Jiddu-gala Aadaa oromootti.
Hammasini ko'rsatish...
2
🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Commercial Bank of Ethiopia maqaa namootaa maallaqa seeraan ala baasan hin deebisiin jiranidha jechuun namoota 565 tarreessee maxxansee jira.Maqaa keessan barbaadaatii of qopheechaa😑
Hammasini ko'rsatish...
OOLMAA GUYYAA 17FFAA MISEENSOTA BOORDII BAANKII RAAMMIS HEDDUUN GIDDU GALA AADAA OROMOTTI ARGAMANII YEROO SIRNA MALLATTOO (SUURADHAAN)
Hammasini ko'rsatish...