cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dirree Galataa

“Faarfannaa haaraadhaan Waaqayyoon faarfadhaa, guutummaan biyya lafaas Waaqayyoon faarfadhaa!” — Far. 96:1 Faarfannaa ortodoksii waloomaa; yeroo yerootti ni argattu Join taasifadha 👇👇👇 @DirreeGalataa @DirreeGalataa @DirreeGalataa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
376
Obunachilar
+124 soatlar
+167 kunlar
+3730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

"𝐾𝐸𝑁𝑁𝐴𝐴 𝐾𝐸𝑁𝑁𝐴𝐴 𝐶𝐴𝐴𝐿𝑈𝑈" 𝐾𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑐𝑎𝑎𝑙𝑢𝑢 𝑘𝑎𝑛 𝑔𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑚𝑎𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑀𝑎𝑎𝑓𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎𝑛𝑓𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎 𝑎𝑏𝑑𝑖𝑖 𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑜𝑜𝑡𝑎𝑎 𝐾𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑛𝑛𝑜𝑜 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑐𝑎𝑎𝑙𝑢𝑢 𝐻𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑎𝑟𝑖𝑦𝑎𝑎𝑚 ℎ𝑜𝑜𝑚𝑡𝑢𝑢 𝑠𝑖𝑛 𝑚𝑎𝑑𝑎𝑎𝑙𝑢𝑢 @𝑐𝑒𝑒𝑠𝑖𝑠𝑎 𝐺𝑎𝑏𝑎𝑎 𝑠ℎ𝑎𝑛𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑜𝑜𝑟𝑒𝑒 𝑚𝑢𝑟𝑡𝑜𝑜𝑑ℎ𝑎𝑓 𝑦𝑜𝑜𝑚 𝑡𝑢𝑟𝑒𝑒 𝐵𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑛 ℎ𝑎𝑡𝑡𝑖𝑐ℎ𝑎𝑡𝑢 𝑖𝑦𝑦𝑎𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑓𝑢𝑟𝑒𝑒 - 𝑖𝑦𝑦𝑎𝑎𝑠𝑢𝑠 𝑓𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠𝑎𝑛(2) 𝐻𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎 𝑖𝑠𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑖𝑠ℎ𝑒𝑒 𝑚𝑎𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛(2) @𝑐𝑒𝑒𝑠𝑖𝑠𝑎 𝐽𝑖'𝑎𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑙 𝑔𝑢𝑢𝑡𝑢𝑢 𝑔𝑎𝑟𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑖𝑠𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝐺𝑎𝑚𝑚𝑜𝑜𝑗𝑗𝑖 𝑔𝑖𝑏𝑥𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑔𝑜𝑑𝑎𝑛𝑡𝑒𝑒 𝑇𝑜𝑘𝑘𝑖𝑐ℎ𝑎 𝑖𝑙𝑚𝑎 𝑖𝑠ℎ𝑒𝑒 𝑦𝑒𝑚𝑚𝑢𝑢 𝑓𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠𝑎𝑛𝑖𝑖 (2) 𝑀𝑎𝑎𝑙𝑖𝑓 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑜𝑜𝑠𝑠𝑢𝑟𝑒𝑒 𝑑𝑢𝑏𝑟𝑒𝑒𝑛 𝑚𝑎𝑎𝑟𝑖𝑦𝑎𝑎𝑚𝑖𝑖(2) @𝑐𝑒𝑒𝑠𝑖𝑠𝑎 𝐹𝑎𝑛𝑛𝑜𝑜𝑡𝑡𝑖 𝑚𝑎𝑟𝑎𝑚𝑡𝑒𝑒 𝑘𝑎𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑡𝑢 ℎ𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑂𝑏𝑠𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑑𝑒𝑒 𝑏𝑜𝑜𝑠𝑠𝑖 𝑖𝑚𝑖𝑚𝑚𝑎𝑎𝑛 𝑙𝑜𝑙𝑎𝑎𝑠𝑎𝑎 𝐺𝑢𝑢𝑡𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎𝑛 𝑞𝑎𝑎𝑚𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑖𝑔𝑎𝑎 𝑦𝑜𝑔𝑔𝑢𝑢 𝑟𝑜𝑜𝑏𝑠𝑢𝑢(2) 𝐺𝑎𝑟𝑎𝑎𝑛 ℎ𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎 𝑔𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑖𝑛 𝑦𝑎𝑎 𝑜𝑏𝑠𝑢𝑢(2) @𝑐𝑒𝑒𝑠𝑖𝑠𝑎 𝐼𝑦𝑦𝑎𝑎𝑠𝑢𝑢𝑠 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑜𝑓 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝐾𝑎𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑏𝑜𝑜𝑠𝑠𝑢 𝑚𝑢𝑘𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑛𝑛𝑜𝑜 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑗𝑎𝑙𝑙𝑎𝑡𝑢𝑢 𝑦𝑜𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠𝑖𝑖𝑛 𝑤𝑎𝑎𝑚𝑒𝑒(2) 𝐻𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑚𝑎𝑑ℎ𝑢𝑢 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎𝑛 𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑚𝑒𝑒(2) ==•|•== 𝐹𝑎𝑎𝑟𝑓𝑎𝑡𝑎𝑎 𝐼𝑓𝑎𝑎 𝑅𝑜𝑜𝑏𝑎𝑎 👇👇𝑓𝑜𝑙𝑙𝑜𝑤 𝑢𝑠 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
KENNAA_KENNAA_CAALU_Faarfannaa_Haarawaa_Ortodoksii_Tawaahidoo_F.mp34.76 MB
👍 1
𝐻/𝐹 𝑊𝑎𝑙𝑑𝑎𝑠𝑎𝑛𝑏𝑎𝑡 𝐵𝑎𝑞𝑞𝑎𝑙𝑎𝑎 𝑖𝑗𝑜𝑜𝑙𝑙𝑒 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑤𝑎𝑗𝑗𝑖𝑖𝑛 𝐾𝑎𝑛 𝑛𝑢 𝑤𝑎𝑙𝑖𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑟𝑟𝑎 𝑐𝑎𝑎𝑙𝑎𝑎 𝑊𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑛 𝑜𝑓𝑖 𝑡𝑢𝑢𝑙𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑙𝑜𝑙𝑎𝑎 𝑊𝑎𝑎𝑞𝑛𝑖 𝑡𝑖𝑘𝑠𝑒𝑒 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐾𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑗𝑎𝑏𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑢𝑢 ℎ𝑎𝑎 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑁𝑎𝑚𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜𝑜𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑢 𝑞𝑎𝑏𝑢𝑢𝑓 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑀𝑒𝑒𝑠ℎ𝑎𝑎 𝑓𝑜𝑜𝑛 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑎𝑗𝑗𝑒𝑒𝑠𝑢𝑢 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢 𝑏𝑎𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐻𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑙𝑎𝑝ℎ𝑒𝑒𝑛 𝑐𝑢𝑓𝑎𝑎 𝑖𝑗𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑗𝑎𝑎𝑚𝑠𝑒 𝐺𝑎𝑔𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒𝑟𝑎 𝑒𝑒𝑙𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑏𝑢𝑑𝑑𝑒𝑒𝑛 𝑛𝑦𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑒 𝐴𝑗𝑎'𝑖𝑏𝑎 ℎ𝑜𝑗𝑖𝑖𝑛 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑢𝑔𝑢𝑢𝑚 𝑟𝑎𝑎𝑗𝑖𝑑ℎ𝑎 𝑁𝑢 𝑤𝑎𝑟𝑟𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑡 𝑎𝑚𝑎𝑛𝑎𝑛𝑛𝑢𝑓 𝑖𝑛𝑛𝑜𝑜 𝑐𝑖𝑚𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎(2) 𝑁𝑢𝑡𝑖 𝑘𝑎𝑛 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑛𝑛𝑢𝑢 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎 𝑒𝑒𝑙𝑠𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 𝐼𝑠𝑎𝑎𝑡𝑢 𝑚𝑎𝑟𝑠𝑒𝑒 𝑛𝑢 𝑒𝑒𝑔𝑎𝑎 𝑙𝑜𝑜𝑙𝑡𝑢 𝑎𝑏𝑖𝑑𝑑𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐼𝑦𝑦𝑎𝑎𝑠𝑢 𝑎𝑏𝑑𝑖𝑖 𝑘𝑢𝑡𝑒𝑒 𝑖𝑗𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑒𝑒 𝐺𝑎𝑟𝑔𝑎𝑎𝑟𝑠𝑖 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜𝑜 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑐𝑎𝑎𝑙𝑒𝑒 𝐴𝑘𝑘𝑎 𝑠𝑖 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓 𝑦𝑎𝑎 𝑔𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎𝑎 𝑖𝑗𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑓 𝑏𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐷ℎ𝑎𝑙𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑗𝑎𝑏𝑎𝑎 𝑎𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖 𝐻𝑎𝑟'𝑎𝑙𝑙𝑒 𝑜𝑙 𝑜𝑓 𝑞𝑎𝑏𝑒𝑒 𝑏𝑜𝑟𝑢 𝑠𝑎𝑙𝑝ℎ𝑎𝑡𝑎𝑎 𝐵𝑜𝑜'𝑖𝑐ℎ𝑎 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑛𝑒𝑒 𝑏𝑜'𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑡𝑤𝑎𝑎𝑡𝑎 𝐻𝑎𝑟'𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑛𝑖 𝑒𝑙𝑖𝑦𝑎𝑠𝑖𝑖 𝑛𝑢 𝑤𝑎𝑙𝑖𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑎 𝐸𝑒𝑙𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑠 𝑎𝑚𝑎𝑛𝑎𝑡𝑒𝑒𝑡𝑜 𝑟𝑎𝑎𝑗𝑖𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑡𝑒𝑒𝑟𝑎𝑎 𝐴𝑘𝑘𝑢𝑚𝑎 𝑎𝑏𝑏𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑛𝑢𝑠 ℎ𝑎 𝑗𝑎𝑏𝑎𝑎𝑛𝑛𝑢 𝐴𝑚𝑎𝑛𝑡𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎𝑛 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑏𝑎𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑑𝑖𝑖𝑛𝑎 ℎ𝑎 𝑖𝑛𝑗𝑖𝑓𝑎𝑛𝑛𝑎𝑎 👇👇𝑓𝑜𝑙𝑙𝑜𝑤 𝑢𝑠 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
Hundarraa_Caalaa%2CA_F_B_saa_Waldasanbat_Baqqalaa%2CFaarfannaa_Afaan.mp35.01 MB
👍 2
SILLAASEE HUNDA BEEKTA Hunda beekta Sillaasee hunda beekta( 2) Hunda beekta uumaa koo hunda beekta (2) Arjummaa keen hunda sirreessita Addunyaarraa eenyutu siin gitaa Ijaajjuuf taa'uu koo..... hunda beekta Ati ni agartaa Yaada sammuu kootii Fagoodha hubattaa Natti himtee dhiphina garaa koo Argadheera furtuu jireenya koo(2) Dubbiin afaan kooti.... hunda beekta Osuma hin bahinii Ni beekta abbaa koo Ogummaa keetinii Waan sitti himeef miti kan na beektu Naaf raawwata dubbachuu koo hin eegdu (2) Afuura kee duraa...... hunda beekta Eessattan baqadhaa Fuula kee duraasi Garamin dhokadha Yoon ol bahes bantii waaqa jirtaa Mootummaa keen addunyaa ni bittaa Tokko tokkoon beekta.... hunda beekta Keessa namummaa koo Si duraa hin dhokatuu Lakkoofsi lafee koo Ati na beekta keessa harmee kooti Gochi kan kee wanuma raajitii ==•|•== F/ttu Sr Helen Gezagn 👇👇𝑓𝑜𝑙𝑙𝑜𝑤 𝑢𝑠 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
Hunda Beekta Sr Helen Gazzahany.mp37.56 MB
👍 2
Sillaaseen Ajaa’iba (ሥላሴ ትትረመም) Sillaaseen ajaa’iba hin qoratamu/2/ Sillaaseen ajaa’iba hin qoratamu Sillaaseen Ajaa’iba hin qoramu      @Ceesisa Galanni ni ta'af weedduun ni ta'aafi Hunduma kan uume sillaasee uumaafi Baroota durasi isumatuu turee Ummama marasi kabajasaaf uume      @Ceesisa Halleeluyaa jedhe kirubeel fakkaadhe Deemsa galataani Yaaredin hordofee Galatan dhiheessa akka Suraafeelini Weedduuf galata hundarraa ol-aanuni       @Ceesisa Maqaafi qaamanii waaqayyo sadiidha Tasa wal hin maku gochaanis addadha Uume jiraachisuun mootummaasatini Gonka sadi mitii Waaqa tokko inni         @Ceesisa Dugda Kirubeeliitti teessoosaa diriirse Akkeenyumaa isaas uumama calchise Baraan jiraatadha mootummaan isaatini(2)       @Ceesisa Yordaanos raggaasuun Taaboris dubbadhu Gooftummaa waaqayyo kabaja Sillaasee Kunoo yordaanositti ilmi kan mul'ate Afuurri gad bu'e Abbaaniis dubbate              °|° F/taa Haacaaluu Shifarraa 👇👇𝑓𝑜𝑙𝑙𝑜𝑤 𝑢𝑠 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
Sillaaseen Ajaa’iba Haacaaluu Shifarraa.mp36.92 MB
......Guddaa kan ta'e..... Guddaa kan ta'e amantii kee hordofee Iddoo ati jirtu guggufee nan dhufe Haadha koo qulqulleetti Arseemaa Ulfinnikee Addunyaaf himamaa          @Ceesisa Yoo dhufuu sireedhaan ture Abdii koos baay'ee kan cabe Amantii keen tsabala keen Fayyee dhaabadhe mana kee    Dubbadheen kabaja kee hima    Hojiin waaqayyoos raajuma    Qabsurri kee jabinni kee    Naaf ta'e ibsaa amantiikoo Miidhaginnni gantuudha jettee Samiirrattii ulfina argatte Daandii amantaa keetini Jiraadha kadhannaa keetini    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenyaa facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa Gargaarsi kee kan isaaf ga'e Fide dhufaa wareegaa laphee Kan amaneef dhiyuma jirtaa Mana keetti fayyina argata    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenya facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa          ==•√|√•== F/ttuu Shawaa Battee 👇👇𝑓𝑜𝑙𝑙𝑜𝑤 𝑢𝑠 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
Guddaa kan ta'e Faar Shawaa Battee.mp37.91 MB
Kasoominni dhugaa kan sirra argamu Kabajni siif ta'uu tasa hin jijjiramu Wareegamtuu arseema ulfinnike adda Atoo naaf gootetta anaaf wanta guddaa Soortuu amantiidha fakkeenyummaa dhugaa Manakee dhaabbadheen ulfinakee arga Na duraa hin callisne arseema haadhako Gatii olmaakeetii naaf haa ta'u faarsaankoo |×2| Kan hin dagatamne gatii narraa qabda Gaaddisa naaf taate atoo da'oo addaa Dhukkubakoo baadhee yeroon si waammadhe Ati naaf kadhanaan fayyinan argadhe |×2| Maqaakee qabadhe diinan hin moo'amu Gaadisakee jalaa ba'ee hin adeemu Dhugaan hin dhokanne Waa'ee ulfinakee Waaqatu siif kenne surraaf kabajakee |×2| Kan waaqayyoo filee eenyuu hin salphisu Ulfinan siif kennu tasa hin hirrisu Naaf gootee argeera arseema si waamee Yaadannoonkee Jira harras kabajamee |×2|           ==•|•== F/ttuu Andarii Nagaash 👇👇𝑓𝑜𝑙𝑙𝑜𝑤 𝑢𝑠 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
Kasoominni Dhugaa Andarii (Tigist Nagaash).mp38.73 MB
Baga guyyaa yaadannoo Duuka Bu'oota Gooftaa Qulqulluu Pheexiroosi fi Phaawuloosin akkasumas xumura sooma Duuka Bu'ootaatiinis isin gahe. Ayyaana gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
👍 5
Fuula kee Fuula Kee ana duraa hin dhoksiin(2) Kan na gargaaru hin jiruu nan dhiisiin(2) @Buufata Sagalee himataa koo dhagahii Mana qulqulluu Kee na kahii An cubbittii hin beekaa hojii koo Garummaa keen na laali abbaa koo @Buufata Yoomiyyuu mana kee nan baasiin Anuma harkaa keen na dhiisii Si dhabe jiraachuu hin danda'uu Na yaamii gooftaa koo dinni Koo haa qaana'uu @Buufata Salphachuu Koo laalii na kaasii Seenaa jireenya koo maaf haareessii Na haa jajjabeessuumee harki kee Abbaa Koo na laalii deebisi fuula kee @Buufata Jireenyi addunyummaa na qabee Qalbii koo jijjiiruu an dadhabee Gargaarsa kee dhaabee nan boo'aa Imimmaan Koo haqii naaf kottu abbaa kiyyaa            ===•|•=== Follow us👇 =======•|•======= = @DirreeGalataa = = @DirreeGalataa = =======•|•=======
Hammasini ko'rsatish...
Fulaa_kee_Ana_Duraa_hin_dhoksiin(256k).mp33.98 MB
👍 5
Qoricha Addunyaa #* Dhugaadha x4 Dhugaan waaqayyoodha Iyyasuus Fayyisaadhaa Qoricha addunyadhaa x2 Eyyeen Iyyasuus Fayyisaadhaa Qoricha Addunyaadhaa x2 ---------------- Abbaan isa keessa innis Abbaa keessa Samidhaa kan bu'e maqaan isaas Fayyisaa Afuura Qulqulluu Jabeessa wajjinii Gita Bittaadhaa fi Aangoo isaa wajjin -------------- Aarsaa kakuu haaraa hangafa lubaati Ofii aarsaa ta'ee fudhate innumti Barri umurii isaa kan hin daangeeffamnee Waaqa dhugaadha inni kan hin jijjiiramne ----------------- Beekaa beekaa caalu abdii uumamaa Karaanis dhugaanis jireenyis isuma Nuu madaa'uu isaatiin cubbuurraa fayyinee Du'a inni nuuf du'een mucummaa arganne ==√|√== 👇A/F/Dn Gammachiis Bultii ╔═════════════╗ ♨️ @DirreeGalataa ╚═════════════╝ @𝑆ℎ𝑎𝑟𝑒 𝑇𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑎𝑎
Hammasini ko'rsatish...
08-Qoricha Addunyaa Dn Gammachiis Bultii.mp36.94 MB
👍 1
Nu eebisii Nu ebbisii yaa haadha keenyaa Ebba kee barbaannaa Koottuu maariyaamii(2) haadha waaqayyoo Koottuu maariyaamii(2) harmee hunda keenyaa @ceesisa Nuti si jallannaa nuti si kabajnaa Dafiitii nuuf koottuu yaa haadha nageenyaa Dubree maariyaamii kan mi'aan kee gaarii Faaya eenyummaa keenya biiftuu lafa barii @ceesisa Ati badhaasaa uumaa uniif caalta meetii Sitti of keenninee nu sichi kan keetii Kennaa bara baraa sanyii hidda dawwitii Nagaan siif haa ta'uu yaa simboo qabeetti @ceesisa Yaa gugee garraamii dubbattu gannataa Arjummaa keef jechaa hunduu si jallataa Akkamiin sin gubnee abiddi waaqummaa Yaa fayyistuu heewan at haadha hundumaa        ==•|•== Follow us👇 @DirreeGalataa @DirreeGalataa @DirreeGalataa #share taasisaa
Hammasini ko'rsatish...
Abdeta Nu eebbisii.mp36.61 MB
👍 2
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.