cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

๐——๐—”๐—ก๐——๐—œ๐—œ ๐— ๐—œ๐—Ÿ๐—ž๐—”๐—œ๐—ก๐—”๐—”

๐Ÿ‘‰Chaanali kana keessaatti:- โ™ฆ๏ธSeenootaa Nama Barsiisaan โ™ฆ๏ธIccitii Namootaa Milkaa'inii โ™ฆ๏ธBarnoota Gara garaa JOIN โšก..https://t.me/+NcxLGvA2hIQyZTc0

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
201
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
humni si harkisu yoom laafee beeka kaan furtuu konkolaataa siif akeeka kaan maallaqa sitti agarsiisa siif arjoomuuf kaardii magariisa naafis hin dhibamne kan luka natti bantu ishee jaallattee lubbuun koo akka si gantu qaama bareedaa dhaqna koo dheebuu baasu ho'ina aduu caalu kan qaama koo kaasu gudeeda bareedaa mudhiin na hawwatu mamii tokko malee garashee na darbatu mi'aa wanta sanaa gaafan asii achi tilmaamu harkisa isheen qabamuuf ijayyuu hin sukkuumu garuu waatu jira waan jabaa sin jaalladha akka mucaa dhabaa jaalala isa dharraa nama biraa balleessu xuraawaa yaadaa kan qulleessu egaan giiftii koo giiftii dharraasiftuu qaama kee kan nama biraa hin taasiftuu? dhuguma kennaa jaraa bira tartaa? yoo miira'uuf kaate daftee of bartaa? moo sitti tola huccuun bifa toleessi furtuun konkolaataa gurbaan sooressi maallaqni baay'een jiruu kee gammachiisu jaarsa akaakaa kee kan si hammachiisu kennaan gaarii luka si bansiisaa? qaamni kee kan biraaf gad ciisaa? yoo akkas taโ€™e dafii naaf himi ammumarraa sooressatti cimi
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ“šโœ๐ŸผKitaaba "Milkaa'ina Kee Rewiring: Icciitii Namoota Milkaa'oo 20n (1)" jedhu kan Yohaannis Qureshiin barreeffame irraa barnoota 10: 1. Milkaa'inni DHIMMAA CARRAA MITI. Namoonni milkaaโ€™an carraa qofa miti; tarkaanfii fudhachuu fi duubatti deebiโ€™iinsa keessa darbee cichuudhaan carraa ofii isaanii tolfatu. 2. MILKAA'INNI IMALA MALEE GALMEE MITI. Milkaa'inaaf foormulaan nama hundaaf ta'u hin jiru. Wanti nama tokkoof hojjetu nama biraatiif hojjechuu dhiisuu dandaโ€™a. Wanti guddaan daandii milkaaโ€™ina mataa keetii barbaaduu fi karaa irratti aarsaa barbaachisu kaffaluuf fedhii qabaachuudha. 3. Milkaa'inni Qarshii MITI. Maallaqni barbaachisaa taโ€™us, milkaaโ€™inaaf kan madaalamu isa qofa miti. Namoonni milkaaโ€™oo taโ€™anis hojii isaanii keessatti gammachuu argachuun addunyaa irratti dhiibbaa gaarii geessisu. 4. Milkaa'inni AMALA. Namoonni milkaaโ€™an amala kaayyoo isaanii galmaan gaโ€™uuf isaan gargaaru horataniiru. Amalli kun wantoota akka galma kaaโ€™uu, tarkaanfii fudhachuu fi gonkumaa abdii kutachuu dhiisuu dabalata. 5. Milkaa'inni YAADHA. Namoonni milkaaโ€™an yaada gaarii gufuu osoo hin taane waan taโ€™uu dandaโ€™u akka argan isaan dandeessisu qabu. 6. MILKAA'INAAN WAA'EE GUDDINA DHUUNFAA TI. Namoonni milkaaโ€™an yeroo hunda barachaa guddachaa jiru. Naannoo mijataa isaaniitiin ala tarkaanfachuun waan haaraa yaaluun hin sodaatan. 7. MILKAA'INNI WAA'EE DEEBISUU KENNUUTI. Namoonni milkaaโ€™an milkaaโ€™ina argatan namoota biroo gargaaruuf itti fayyadamu. Kophaa isaanii akka hin taane beeku, hawaasaaf deebisee kennuunis itti gaafatamummaa itti dhagahama. 9. MILKAA'INNI DHALA DHIHEESSUU JEDHA. Namoonni milkaa'an addunyaa kanarratti jijjiirama fiduu barbaadu. Gumaacha gaarii taasisaniin yaadatamuu barbaadu. 10. MILKAA'INNI NAMA HUNDAAF NI DANDA'AMA. Eessaa dhufte ykn haalli kee maal haa ta'u, abjuu kee galmaan gahuu dandeessa. Hojii cimaa, of kennuu fi cimina kan gaafatu taสผus, dandeettii kee guutuu galmaan gaสผuun ni dandaสผ Yadaf inbox me @kichu678
Hammasini ko'rsatish...
Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi! 1. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. 2. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin himin.Maaliif yoo jette? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijeessa waan ta'eef. 3. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i. 4. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun,fuul-dura kee abdachuun bira kuti. 5. Taatee argamuu,(Ofitti amantummaan hojjachuu). โ™ป๏ธAmaloota Namoota Milkaaโ€™oo: ___ Namoonni ogummaa adda addaa fi sadarkaa jireenya isaanii adda addaa irratti argaman milkaaโ€™ina haala adda addaatiin madaaluu kan dandaโ€™an taโ€™us, warri yeroo hunda milkaaโ€™an garuu amala armaan gadii qooddatu. Yoo yeroo hunda milkaaโ€™uu barbaadde, amala sana of keessaa horachuun gaariidha.Isaan keessaa kanneen barbaachisoo taโ€™an: 1๏ธโƒฃ. Fedhii Fooyya'uu:- ย  Namoonni milkaaโ€™an akka waan mudaa hin qabnetti of hin ilaalan.ย  Dandeettii isaanii irratti amantaa guddaa yoo qabaatanillee,ammas fooyyaโ€™iinsa gochuuf hojjetu,bakka hanqina qaban adda baasuun of cimsuuf waan gochuu qaban raawwatu. 2๏ธโƒฃ. Barachuuf Kutannoo Qabu:- Nama milkaaโ€™ina olaanaa qabu waliin yoo haasofte wanti hubattu tokko yeroo baayโ€™ee beekumsa balโ€™aa ajaaโ€™ibaa damee isaanii irratti qabu.ย  Baay'een isaaniis dameewwan biroo irrattis beekumsa ajaa'ibaa qabu.ย  Sababni isaas milkaaโ€™ina keessaa kutaan gaariin waan hojjechuuf yaaltu keessaa fi alaa hubachuudha,akkasumas addunyaa akka waliigalaatti hubachuudha. 3๏ธโƒฃ. Onnattoottaadha!:- ย  Galma kee bira gahuu yoo barbaadde, waan hojjettu baayโ€™ee dhimmamuun si gargaara.Fedhiin humna namaa kan kennu siสผa taสผu,yeroowwan rakkisoo taสผan keessa si dhiibuuf si gargaaruu dandaสผa.Garuu,fedhiin fakkeessuun hin dandaโ€™amu. 4๏ธโƒฃ. Abdii Gaarii Qabu:- ย  Milkaaโ€™inni guddaan yeroo baayโ€™ee galma ajaaโ€™ibaa taโ€™ee jalqaba.Miira abdii gaarii fi ofitti amanuu osoo hin qabaatin warri waan baayโ€™ee galmaan gaโ€™uuf carraaqan homaa hin argatan. 5๏ธโƒฃ. Cichoomina Qabu:- ย  Namni milkaaโ€™e hundi kufaatii keessummeesseera.Yeroo kufaatiin isaan haguugullee akka biiftuun garaa samii dhoostee baatuutti kufaatii keessa darbaniiru. โœ…Qajeeltoowwan milkaaโ€™inaa hundi beekuu qabu:- **** 1.Galmoota ifa taโ€™an kaaโ€™i(Set clear goals):- jireenya kee keessatti maal galmaan gahuu akka barbaaddu adda baasuun karoora galmoota sana irraa gahuuf gargaaru uumi. **** 2.Tarkaanfii fudhadhu(take action):- Carraan gara koo dhufaa jette hin eegin,dammaqinaan waan isaan barbaadu fi galma kee galmaan gaโ€™uuf tarkaanfii fudhadhu. **** 3.Xiyyeeffannoo qabaadhaa(stay focus): Qormaanni ykn duubatti deebiโ€™uu yoo isin mudatellee,yaada keessan irraa fagaachuun,kaayyoo keessan irratti xiyyeeffachuun jiraadhaa. **** 4.Kufaatii hammachuu(Embrace failure): Kufaatiin adeemsa barumsaa keessatti qaama uumamaati.Akka carraa guddinaa fi fooyyaโ€™iinsaatti hammachuu qabdu...abdii kutannaa kufaatiin dhufu irraa fagaachuu. **** 5.Dandeettii dandamachuu guddisuu(Develop Relience):- duubatti deebiโ€™uu irraa deebiโ€™ee dandamachuu, barachuu fi haala jijjiiramaa wajjiin walsimsiisuu. **** 6.Yaada guddinaa guddisuu(Cultivate a growth mindset):- Hojii cimaaf of kennuudhaan dandeettii kee guddisuu akka dandeessu amantaa guutuun hojjechuu. **** 7.Hariiroo cimaa ijaaruu(Build strong Relationship):-Milkaaโ€™inni yeroo baayโ€™ee deeggarsaa fi tumsa namoota biroo irratti hundaaโ€™a. Maatii,hiriyyootaa fi namoota waliin hojjettan waliin hariiroo cimaa ijaaruu irratti invasti godhuu. Hiriyyoota keef #share gochuu hin dagatin!
Hammasini ko'rsatish...
โค 1
Hammasini ko'rsatish...
Welcome to Make Money with Givvy Social and increase your earnings to a whole new level!

Invite friends, start liking photos and upload awesome images together and increase your earnings right now! The more friends you invite, the more money you will receive. Share the joy and let's grow together!

#Maaliif? ๐Ÿ‘‰Namni baay'een Account barate garuu, Account book isaarraa maallaqa hin qabu. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een Saayikloojii barate garuu, rakkoo namaa fura malee ofii rakkoo keessa jira. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een Civil engineering barate garuu, mana ofiisaa hin qabu. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een Herrega baratee garuu ,Baayoloojii barsiisa. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een mechanical engineering barate garuu, konkolaataa qabaachuu mitii suphuu iyyuu hin beeku. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een akkamiin akka maallaqa qusatu civic irratti barateera,garuu akkamiin akka maallaqa argatu hin baranne. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een akkamiin akka X barbaadu barateera garuu, akkamiin akka Mul'a isaa barbaadu hin baranne. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een Geography barateera garuu, Godina lama iyyuu hin beeku. ๐Ÿ‘‰Namoonni tokko tokko ogummaa fayyaa baratan garuu, Sigaaraa ni aarsu. ๐Ÿ‘‰Namni baay'een Business Management barateera garuu, Business isaa immoo hin qabu. ๐Ÿ‘‰Abbootiin qabeenya tokko tokko diploma iyyuu hin qaban ,Kan isaan Manager f qacaratan garuu, Degree.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1