cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Geggeessummaa

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya3 555Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
276
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+47 kunlar
+430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#๐’๐€๐Œ๐Œ๐”๐” ๐Ÿง  ๐“๐š๐š๐ญ๐ž๐ž ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ๐จ๐ง ๐ค๐š๐ญ๐š๐›๐๐š ๐Œ๐š๐ช๐š๐š ๐ง๐š๐ฆ๐š๐š ๐š๐๐๐š ๐š๐๐๐š๐š๐ง๐ข ๐†๐จ๐ฅ๐š๐ค๐ž๐ž ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐ช๐š๐›๐๐š ๐†๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ญ๐ž๐ž๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ข๐๐๐จ๐จ ๐๐ก๐š๐›๐๐ž๐ž ๐๐š ๐ ๐š'๐š ๐ง๐š๐š๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐ž๐ง๐ง๐ž ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐š๐š๐›๐๐ž๐ž ๐ƒ๐ฎ๐ฐ๐ฐ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ง๐š๐ง ๐ฅ๐š๐š๐ง๐ง๐ž ๐ˆ๐ฌ๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐ข๐๐๐จ ๐ก๐š๐ช๐ฑ๐ž๐ž ๐๐š๐ง ๐ ๐จ๐จ๐ง๐ž ๐ฐ๐š๐ฅ'๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ข๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ญ๐จ๐จ๐ซ๐š ๐ง๐š๐ช๐ฑ๐ž๐ž ๐๐š๐š๐Ÿ ๐ฅ๐š๐š๐ญ๐ญ๐š ๐ฆ๐š๐๐š๐š๐ฅ๐š ๐๐ข๐Ÿ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š ๐ง๐š๐ฆ๐š๐š ๐€๐๐๐š๐š๐ง ๐›๐š๐š๐ฌ๐ญ๐ž๐ž ๐›๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š ๐ˆ๐ฃ๐ข๐ค๐จ๐จ ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐š๐ซ๐ ๐ข๐ง ๐€๐›๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ฃ๐ž๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐š๐ค๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ง๐ค๐ž๐ž ๐๐ข๐ง๐ช๐ข๐ข๐๐ก๐š ๐˜๐จ๐จ๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐š๐๐ก๐ž ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฎ ๐†๐จ๐œ๐ก๐š๐š๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ฌ ๐ช๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข๐๐ก๐š ๐๐š๐š๐Ÿ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐๐ก๐ฎ ๐ฌ๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ โœ๐Ÿผ. @MilkiyasTakilu
Hammasini ko'rsatish...
Nama jabaadha.Namni akka isaa kaayyefatee,gumaa ba'ate muraasa.Bankiilee gurguddoo addunyaa cabsuun,#hiyyeesota nama gargaaru ture. Lammii Aljeeriyaati.#Hamza bendeladj jedhama.Hackeroota gurguddoo akka addunyaatti jiru jedhaman keessaa isa tokko ture. "Smiling Hacker" jedhamuun ni waamama.Warri adii,afrikaa koloneeffachuun uummata kana saama turaniiru.Namni kun isaan irratti nama gumaa ba'atedha.#Virus tolchuun,kompiiyutaroota gara #mil.6 ol # 'system' isaanii kan takaale ture. Bankoota gurguddoon addunyaa cabsuun,daa'immaan #Filisxeem, #Afrikaa fi namoota #waraanan miidhaman hedduu gargaara ture.Kaayyoo isaa hanna miti.#Gumaa ba'atee lammiilee afrikaa gargaaruf ture. #Bendeladj waggoota dheeraaf barbaadamaa turuun,erga qabamee fannifamee ajjeefame.Inni hattuu hin ture.Abbaa hiyyeesota ,imimmaan miskiina hedduu kan haqu ture. #Hamza bendeladj barumsa guddaa isiniif ta'a.Hiyyeessota gargaaruuf haalli kamillee sin daangessin. ย ย ย ย #DUBBISUUN_ITTUMA_FUFA!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Nama jabaadha.Namni akka isaa kaayyefatee,gumaa ba'ate muraasa.Bankiilee gurguddoo addunyaa cabsuun,#hiyyeesota nama gargaaru ture. Lammii Aljeeriyaati.#Hamza bendeladj jedhama.Hackeroota gurguddoo akka addunyaatti jiru jedhaman keessaa isa tokko ture. "Smiling Hacker" jedhamuun ni waamama.Warri adii,afrikaa koloneeffachuun uummata kana saama turaniiru.Namni kun isaan irratti nama gumaa ba'atedha.#Virus tolchuun,kompiiyutaroota gara #mil.6 ol # 'system' isaanii kan takaale ture. Bankoota gurguddoon addunyaa cabsuun,daa'immaan #Filisxeem, #Afrikaa fi namoota #waraanan miidhaman hedduu gargaara ture.Kaayyoo isaa hanna miti.#Gumaa ba'atee lammiilee afrikaa gargaaruf ture. #Bendeladj waggoota dheeraaf barbaadamaa turuun,erga qabamee fannifamee ajjeefame.Inni hattuu hin ture.Abbaa hiyyeesota ,imimmaan miskiina hedduu kan haqu ture. #Hamza bendeladj barumsa guddaa isiniif ta'a.Hiyyeessota gargaaruuf haalli kamillee sin daangessin. ย ย ย ย #DUBBISUUN_ITTUMA_FUFA!
Hammasini ko'rsatish...
โœจ Live in such a way that nobody is harmed by you. Live in a creative way, with skill and art, live in a sensitive way. And never become attached. Enjoy all kinds of experience, all kinds of flowers, but keep moving. Don't get caught anywhere and then you are bound to attain godliness. โœจโœจโœจ
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ’ซ Life is a forgetfulness and a remembering. And thatโ€™s all, and thatโ€™s the whole story. One falls asleep and dreams a thousand and one things, and in the morning one wakes up and all the dreams are gone. So is life. We have fallen asleep -ย  fallen asleep to our inner being. ๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ
Hammasini ko'rsatish...
โœAddunyaa kanarra namootni gosa 3tu jira 1โƒฃ Tattaaffii isaaniitiin namoota waa galmaan gahan 2โƒฃ Warra kan kufee Fi milkaa'e dhaabbatee ilaalu. 3โƒฃ Warra gonkumaa waan ta'aa jiru hin beekne. #Filannoon keenya maal akka ta'e namni barruu kana dubbisu hundi ni beeka.  Garuu sana booda maal hojjechaa jirra?   Yaalii gochaa jirraa?  Moo dhaabannee ilaalaa jirra?  Moo bakka  rafnee  hin kaane? Carraaqqii keenyaaf du'aa! #Yeroo gaarii isiniif hawwina! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
Hammasini ko'rsatish...
โœ๏ธMaal taana moo Maal arganna? #Irra caalaan keenya maallaqa gara fuulduraatti argannu irratti xiyyeeffanna;  Garuu maallaqni nuti argannu dandeettii, carraaqqii fi muuxannoo keenyaan murtaa'a. #Kanaaf namni ogeessi jireenya keessatti maalan argadha osoo hin taane maalan ta'a jedhee of gaafata.  Sana booda qarshii irratti xiyyeeffachuu dhiisee caalaatti of irratti hojjeta. ๐Ÿ‘‰Waan barachuu qabu ni barata ๐Ÿ‘‰ Waan hojjatu irratti cimee hojjeta ๐Ÿ‘‰ Ispoortii qaamaa fi fayyaa isaaf hojjata ๐Ÿ‘‰Nyaata sammuuf kitaabota dubbisa Sagantaa jireenya isaa fooyyessu hordofa     โœ๏ธ Hunda caalaa of dhaggeeffata malee gara qilleensi bubbisetti hin deemu. #Nama akkamiin ta'aadha malee maalan argadha kan jedhu isa hin yaaddessu sababni isaas waanti har'a taanu waan boru argannu murteessa. #Jaakmaan biliyeenara taโ€™uu isaa dura hanga waggaa 35tti of irratti cimee hojjeteera;  Paawuloo Kooliyoon osoo hin milkaa'in hanga waggaa 37tti waan hedduu yaaleera. #Gabaabumatti, umriin koo ga'eera kana booda naaf hin  darbu wanti jedhamu hin jiru.  #Murteessaan ofirratti hojjechuudha. โœ๏ธYeroo Gaarii isiniif hawwina! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTAA
Kufaatii kabajaan fudhadhu Tokkoon tokkoon keenya kufaatiin nu mudateera. Yeroo akkasii, wanta sirreessuu hin dandeenye irratti xiyyeeffachuu akka hin qabne, kanaa mannaa gara fuulduraatti rakkoowwan si mudatan moสผuuf carraaqqii hunda gochuu akka qabdu hubachuun barbaachisaadha. Maal gochuu qabna? ๐ŸพMiira kee hubadhu ๐ŸพMiirri kee hundi baay'ee fudhatama akka qabu hubadhu ๐ŸพHafuura dheeraa baafadhuu hamma danda'ametti madaalawaa ta'uuf yaali ๐ŸพWaan duraan ta'e jijjiiruu akka hin dandeenye of yaadachiisi ๐ŸพKufaatii dhuunfaa ittisuu dadhabuu dandeessa, garuu waan ta'eef deebii akkamii akka kennitu to'achuu dandeessa ๐ŸพWanti gaariin battalumatti hin hubanne jiraachuu fi dhiisuu isaa yaadi ๐ŸพOf irratti hin murteessin. Kufaatiin kutaa jireenyaa akka taโ€™e fudhadhu. Namoonni yeroo hunda kufaatiin ni mudata, haala adda ta'een qofa ilaali. Taateewwan kanaan dura raawwataman irratti hin xiyyeeffatin, kanaa mannaa yeroo itti aanutti haala wal fakkaatu keessatti wanti sirrii taสผe maal gochuu akka qabdu irratti xiyyeeffachuuf yaali โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” ๐Ÿ–‹๏ธ@Jechamoota๐Ÿ–Œ๏ธ
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย Mi'aa Jaalalaa
Photo unavailableShow in Telegram
Erga sanaa Ani... Nagaan dhaame waloomatti, lagaafi gandi wal goomatti. Wal qusadhee, banuu'n jiilu, qaawwa balaa, badii booddee, boo'uun... iyyuun, naaf amala! Erga sanaa... Ofan dhiiba cinaachaani, obbolummaan ilaalchaani. kan mannaagu, xiqqoo ciisnaan, cinaachisaa, daban raaga, bakka'n jirren, jiraachisa! Doofaan gurrisaa arraba, afaan fuggisoo lallaba. Hayyuun kiyyas, hin soroorsu oduu doofaa, jibbamuurra, birkii baasee, waliin oofa! Erga sanaa... Billaa qaraan wal eeggachaa, jal'aaf karra banee galchaa, Wal soqolee, majaa ripheef, yoon akeeku, sitti duuluun, bu'aa dhufe, yaadee'n beeku! Eeyyee... Wal laalessuu, utuu'n dhiisin, waariif guyyaa, waggaakeetti, dungoo ibseen, waliin iyya, nan taajjabin, argii dhiisi, qaalii kiyya! Aga Guda NL โœ๏ธ๐Ÿ™ @Jaalaladhugaa
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoota negaatiivii ta'an waliin gonkumaa waa'ee maallaqa irratti hin mari'atin. Irra caalaan isaanii yeroo ati isaan caalaa hojjettu hin jaallatan. Galma maallaqaa mataa keetii irratti malee waan warri kaan yaadan irratti hin xiyyeeffatin. Namoonni yeroo hunda karaa itti si qeeqan ni barbaadu. Namni hundi hiriyyaa kee miti. โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” ๐Ÿ–‹๏ธ@Jechamoota๐Ÿ–Œ๏ธ
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.