cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Marriage Counseling

Gorsa gaa'ela duraa fi gaa'ela boodaa ni argattu https://t.me/+NrqQXegxLR82MzQ0

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 102
Obunachilar
+424 soatlar
+1107 kunlar
+40730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Lafa kana irratti michuu itti gammaddu yeroo hundumaas yaadan walhubattan qabaachuun, kuni siif gahee kee,... See More 👉 See More 🎉   👉 See More 🎉
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
🥰😘 Jaalalli keessan yeroo hundumaa bifa adaatiin dabalaa akka adeemu taasisuuf maal gochuutu barbaachisa!.... See More👇🏾👇🏾 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Hammasini ko'rsatish...
BARBAACHA GAA'ELAA ••• ❏ Yeroo baay'ee wanti dargaggeessaa fi dargaggeettii kiristaana ta'an tokko rakkisu, barbaacha gaa'elaati. Erga gaa'elatti galanii gaa'ela keessa jiraachuu caala wanti isaan qoru yoo jiraate nama gaa'elaaf ta'u argachuudha. Haalli yookiin akkaataan barbaacha gaa'elaa kan kiristaanotaa kan warra biyya lafaa irraa fagoodha. Gaa'elli Kiristaanotaaf 👉 Kan waaqayyo ofii isaa isaaniif qopheessedha. Kutaa macaafa qulqulluu keessaa: 1Qor. 2 irratti akkas jedha: "⁹ Caaffata qulqullaa'oo keessatti, "Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, iji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye" in jedha. ¹⁰ Waaqayyo garuu hafuura qulqulluudhaan isa kana nutti mul'se; hafuurri qulqulluun waan hundmaa, yaada Waaqayyoo isa gad fagoo iyyuu qoree bira in ga'a." Akkuma kutaan Caaffata qulqulluu dubbatu, barbaachi gaa'ilaa ija foonii duwwaadhaan osoo hin taane  jilbeenfatanii ija hafuura qulqulluutiin ilaaluu gaafata. Hafuurri qulqulluu immoo yaada waaqayyoo isa gad fagoo iyyuu qoree bira in ga'a waan ta'eef; waan waaqayyo namaaf qopheesses namatti in mul'isa. ❏ Walumaa galatti namni gaa'elac milkaa'aa barbaadu yoo jiraate ija foonii qofaan osoo hin taane; jilbeenfatee Waaqayyoon haa kadhatu. Waaqayyo immoo waan isaaf/isheef qopheesse, kan ijji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageeye, yaanni namaas qoree bira hin geenye in kennaaf. @Marriage_Counseling @Gaaela_Gaarii       @Gaaela_Gaarii
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
💋❤️ Haati manaa yookiin jaalalleen kee amala yoomiyyuu si irraa jaalattu qabdi. Kunis akka isheen jaalala addaa siif qabdu... See More 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
❏ Ati nama guddachuuf of qopheessuu jaalatuu dhaa? Karaa kamiiniyyuu of jijjiiruuf kallattii barbaadaa jirtaa? ➛ Yeroo kamiyyuu kallattiin ittiin jireenya keenya jijjiiruu dandeenyu malli ni jira... See More             👇👇👇        👉 Join Us 👈        👉 Join Us 👈
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
sticker.webp0.29 KB
💋 Ergaa jaalalaa 💋
🫀 Onnee Qulqulluu 🫀
💐 Kennaa Jaalalaa 💐
🔥 Miira jaalalaa 🔥
🎉 Jaalalleewwan Lameen 🎉
Repost from N/a
Hammasini ko'rsatish...
🅰️ Join All Channels 🅰️
Gaggeessummaa
Reading PDF
💍 Gaaela Gaarii 💍
Ergaa Guyyaa
Bilchina Sammuu
Power Of Thought
Kakuu Studio
Singer Megertu Official
Getu Official
Barruu Beektotaa
Student Library
Top Books
Books Wallpapers
Spiritual Books
English books
Godaannisa Sammuu
Coba Yaadaa
Kutannoo
ARARA TV WORLD WIDE
Truth For All
Naardos Official
Saayikoolojii
Laga Jireenyaa
Michuu
Kiisii Tube
Best Classicals
Dirree Entertainment
Dhaloota Dhugaa
Dhaloota Qaroo
Coba Qalamaa
Walaloofi Asoosama
Walaloo Jaalalaa
Miira Jaalalaa
Gech PDF
Students Book
🎗️ Learn English 🎗️
Dhimma Fayyaa
Research Paper
💭 Daily Quotes 💭
💥 OIC 💥
😁 Kottaa Kolfaa
Dawit (Gurree) Poem
Dubbiilee Hayyootaa
Moo'amee Hin Galu
Motivational Tips
Grow In Christ
Walaloo Faaruu
Spiritual Quotes
Hambisaa Motivation
Mammaaksa Oromoo
አማርኛ አባባሎች
Seenaa Beektotaa irraa
🥰 ❤️
Oshoo Official
Youth 4 Christ
For You
Computers Soln
Hojii Online 💰
GabaaChannel
🔔 HopePromo
🅰️ Join All Channels 🅰️
Contact Us for Promo
Photo unavailableShow in Telegram
Jireenya keessatti namoota gosa sadi hin dagatin; 1) kanneen yeroo rakkoo si gargaaran, 2) kanneen yeroo rakkoo si baqatan, 3) kanneen rakkoo keessa si buusan. Milkaa'ina jireenya kee ofii keef murteessii, ofii keef milkeessi!...See More👇🏾👇🏾👌 👉 Join Us 👈    👉 Join Us 👈
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
sticker.webp0.29 KB
💋 Ergaa jaalalaa 💋
🫀 Onnee Qulqulluu 🫀
💐 Kennaa Jaalalaa 💐
🔥 Miira jaalalaa 🔥
🎉 Jaalalleewwan Lameen 🎉
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.