cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Exit Exam For All Department 2024

👉👉👉Namni kamuu addunyaa mo'ichaa keessa seenuun dura sammuu isaa keessaatti ilaalcha mo'ichaa gonfachuu qaba.!👈👈👈

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 631
Obunachilar
+1324 soatlar
+697 kunlar
+58430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from ABDII SABAA
#Finfinnee "Barattoonni kutaa 8ffaa https://aa.ministry.et/account#/student-result irratti seenuudhaan bu'aa isaanii ilaaluu ni danda’u" - Waajjira Barnootaa magaalaa Finfinnee. Bu'aan qormaata kutaa 8ffaa ba'uu magaalaa magaalaa Finfinnee ifoomeera. Miseensonni mana maree waliigalaa Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bu'aa darbiinsaa irratti mari'achuun qabxii darbiinsaa ifoomsan. Bu’uura kanaan qabxiin darbiinsa qormaata kutaa 8ffaa guutuu magaalaa 50 gi barattoota qaama miidhamtootaaf 45 akka ta’u sagalee guutuun ragga’eera. Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa guyyoota muraasa dhufan keessatti akka ifoomu ibsamee jira. Manneen barnootaa mootummaa fi dhuunfaa irratti barattoonni qormaata kutaa 8ffaa fudhatan 85,219 keessaa 67,903 ykn %78.9 50 fi isaa ol akka galmeessan Waajjirri Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Barattoonni bu'aa isaanii https://aa.ministry.et/account#/student-result irratti seenuudhaan lakkoofsaa fi maqaa isaanii galchuun ilaaluu ni danda'u. #Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinnee SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
#Quba_qabaadhaa! Qormaata Kutaa 12ffaarratti wantoota Dhorkaa ta'an Barattoonni Qormaataaf yommuu dhufan wantoota qabatanii dhufuu hinqabne : dawwaa yookiin qoricha ajaja mana yaalaa hinqabne, lilmoo waraannatan, habilii mormaa, Faaya rifeensaafi gurraa, qubeelaa gaa'elaa irraan kan hafe qubeelaa faaya qaban kamiyyuu, Anbaarii harkaa, Bilbila harkaa/Mobaayilii, Ayipaadii, Taabileetii, Laapitooppii, Sa'atii Ismaartii, Siidii, Memoorii dubbistuu fi ootijii Meeshaalee elektrooniksii suuraa kaasaniifi sagalee waraaban qabatanii argamuun dhorkaa ta'uu quba qabaadhaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Repost from Moe exit exam
#2024_Commencement Government universities will graduate students who have trained them in various fields of study from the end of the week. Bonga University - June 23/2016 Axum University - June 23/2016 Med Wallabu University - June 23/2016 Asosa University - June 25/2016 Salale University - June 25/2016 Wolega University - June 25-26/2016 Semera University - June 26/2016 Borena University - June 26/2016 Ambo University - June 27/2016 Hawassa University - June 27/2016 Debre Berhan - June 27/2016 Wachemo University - June 27/2016 Wolkite University - June 27/2016 Adigrat University - June 27/2016 AASTU - June 27/2016 Addis Ababa University - June 29/2016 Dilla University - June 27/2016 Haramaya University - June 27/2016 Dembi Dolo University - June 29/2016 Mettu University - June 29/2016 Gambella University - June 29/2016 Warabe University - June 27/2016 For more university result join the channel  ⬇️ Join and Share ⤴️👇👇👇👇       https://t.me/moeexitexam2016 https://t.me/universityexam2016
Hammasini ko'rsatish...
Moe exit exam

➡ In this telegram channel Service you have get💥 ➡ pdf blue print based ⭐ ➡ ppt for all departments ✨ ➡ proposal ✨ ➡ research pdf⭐ ➡ Exit exam questions⭐ ➡ entnership pdf ⭐

👍 10🥰 1
Hawassa University Exit Exam Statistics Congratulations 🎉 https://t.me/HUGaDSSA_Official
Hammasini ko'rsatish...
Exit Exam Stastics-2_240628_210558.pdf0.84 KB
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Bu’aan qormaata Rimiidiyaalaa Ifoomeera. Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et ilaallachaa jiru. Odeeffannoo barnootaa qofa argachuu @abdiisabaa n nu hordofaa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
#Graduation day RVU Adaamaa Guyyaan Eebbaa Adoolessa 21 ykn July 28 Taya
Hammasini ko'rsatish...
Repost from ABDII SABAA
#MoE Qormaanni ba’iinsaa muummee faarmaasii kaleessa kenname haqamee irra deebiin kennama. Ministeerri Barnootaa qormaanni kun ''rakkoo teeknikaa'' akka qabu ibseera. Barattoonni gama biraatiin kanaan dura qormaanni kun hatamee waraqaa irratti dalagamaa akka ture eeraniiru. Haa ta'u malee, Ministeerri Barnootaa akka jedhetti qormaanni kun "rakkina teeknikaa" waan qabuuf, Sanbata, Waxabajjii 22, 2016, ganama sa'aatii 3:00 irraa eegalee hanga waaree booda sa'aatii 8:00 irra deebiin kennama. Barattoonni faarmaasii qormaata kanaaf taa'an yeroon wiirtuu qormaataatti argamuun qormaata irra deebi'anii akka fudhatanis ministeerichi akeekkachiiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
#ExitExam Qormaata bahumsaa ilaalchisee komiin hedduun dhiyaachaa jira. Qormaata ba’iinsaa Yuunivarsitiilee keessatti guyyaa ja’aaf kennamaa ture irratti barattoonni komii dhiheessan. Akka barattoonni komii qaban miidiyaa @Abdii_Sabaa f gabaasanitti Qormaatichi qabiyyee akka nuti qophoofnuuf nutti himamee fi Biluu Piriintii Ministeerri Barnootaa nuuf kenne waliin wal hin simne jedhaniiru. Komiin kun kan dhihaate barattoota Muummee Maanaajimentii, Maarkertiing Maanajimentii,Haayidirooliksii fi qabeenya Bishaanii akkasuma muummee Meedisiinii Beeyladaatiin. Akka barattoonni kunniin iyyatanitti, "yeroon nuuf kenname gahaa miti, Qormaata yeroon hin jalqabne akkasumas qormaataaf yeroo gahaa kennuu dhabuun nu mudateera" jedhaniiru. Miidiyaan @Abdii_Sabaa qaamni dhimmi ilaallatu marti komii barattootaa kanaaf xiyyeeffannoo kennuun furmaata akka barbaadu cimsee gaafata. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
👍 8 1
Repost from Moe exit exam
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.