cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Gaa'ela ๐“†ฉโ™ก๐“†ช Marriage

Akkaataa gorsa Macaafa Qulqulluutiin (Biblical Counseling) barsiisa dhimmoota gaa'elaa irratti kennamuu dha. Yaada: @Gaaelabot Buy ads: https://telega.io/c/Gaaela_Gaarii

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
12 697
Obunachilar
+324 soatlar
+317 kunlar
+29030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hanga sa'aatii 4tti nama tokko yemmuu affeertan qarshii lama argachuu dandeessu. Hiriyoota 25 affeeruun qarshii 50 argachuun salphaa miti. Airdrop abdii qabaatee fi dhiisee isaayyuu hin beeknef yeroo keessan laachaa kana qarshii harkaa harkatti fudhattan waakkachuu gowwummaadha. Join godhaa, nama affeeraa, qarshii argadhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Utopet_bot?start=r0906822492 https://t.me/Utopet_bot?start=r0906822492
Hammasini ko'rsatish...
แ‰ แ‹ˆแˆญ แŠฅแˆตแŠจ 60,000 แ‰ฅแˆญ แ‹ตแˆจแˆต แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ณแŒˆแŠ™ แ‹จแˆšแˆจแ‹ณแ‰ฝแˆแŠ• Platform แ‰ฐแ‹‹แ‹ˆแ‰แ‰ต แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ แ‰ 1 แˆฐแ‹ 2 แ‰ฅแˆญ แŠจแˆ˜แ‰€แ‰ แˆ แŒ€แˆแˆฎ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‰ แˆบแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแˆšแ‰†แŒ แˆฉ แ‰ฅแˆฎแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆตแˆแŠซแ‰ฝแˆ แ‰ฅแ‰ป  แ‹จแˆแ‰ตแˆฐแˆฉแ‰ แ‰ต แ‰ฆแ‰ต แŠแ‹ แ‰ฐแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰แŠ•แข ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Utopet_bot?start=r0906822492 Nama affeeruu qofaan ji'atti qarshii 60,000 hojjechuu kan isin dandeessisu platform ajaa'ibaa kanatti fayyadamaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Utopet_bot?start=r0906822492
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 2
Warroonni Hamster combat hojjechaa jirtan kafaltaan isaa guyyaa kaleessaa irraa iddoo tokkoo tokkoo irratti FKN BY BIT irratti kafalaa waan jiruuf isa gurgurachuuf TOONIN waan isin barbaachisuuf linki gadii kana seenaa haala salphaatti toonii walitti qabadhaa carraa kana itti fayyadamaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/AblyBot?start=385137790 https://t.me/AblyBot?start=385137790
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Utopet_bot?start=r0906822492
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
Repost fromย Marriage Counseling
8. Qabeenya Ati Gattee Turte Umurii oomishtummaa keetitti maallaqa gaarii walitti qabachaa jirtaa? Maallaqa sana kilaboota, jireenya of eeggannoo hin qabnee fi bittaa qisaasama fidu keessatti hin firfirsiin. Maallaqa sanaan investi godhii galii kee balโ€™isi. Yeroo dulluma keetti akka si kunuunsuuf nageenya isaa eegi. Nama jaallattuuf dhaala kenni. 9. Warra Ati Tuffatte Yeroo dargaggeessa turtetti tuffii warra keetti argisiisuun salphaa sitti fakkaachuu danda'a. Garuu warri kee ammallee warra kee ta'u, ati isaan waliin walii galtus, walii galuu dhiistus, akkaataan isaanii maal iyyuu yoo ta'e. Yeroo dulloomtu, warri kee maaliif akka sitti dhihaachuu barbaadan ni hubatta. Akkuma umuriin kee dabalaa deemuun gatii isaa caalaatti argita. 10. Jaalala Dhugaa Ati Baqatte Jireenya kee keessatti namni jaalala dhugaan si jaallatu jiraa? Nama sana hin dhiibin, yoo kana hin taane namni sun jireenya kee keessaa bahee jennaan nama bara jireenya kee guutuu si barbaachisu gonkumaa hin argattu. Nama jaalala dhugaan si jaallatu dhabdee jennaan "osoon ammallee nama sana waliin turee hoo?" jechaa akka jiraattu si taasisa.Yeroo qabdu hunda qabeenya godhadhu. โœŠ๐Ÿ“— Share Like @Marriage_counseling
Hammasini ko'rsatish...
โค 4๐Ÿ‘ 3
Repost fromย Marriage Counseling
WANTOOTA UMURII DULLUMMAA IRRATTI ITTI GAABBUU DANDEESSAN Yeroo dargaggeessa taanetti, waa'ee egeree osoo hin yaadin filannoo adda addaa filachuu dandeenya. Yeroo tokko tokko filannoowwan sun walakkeessa jireenya keenyaa keessatti nu madeessu. Wantoota namni tokko yeroo dulluma isaa itti gaabbuu danda'u keessaa muraasni kunooti: 1. Nama Siif Hin Taane Fuudhuu Yeroo dargaggummaa keetiitti kaka'umsa fuudhuuf qabdu ilaali. Hiriyyoota kee fakkaachuuf, ykn ejjennoo hawaasummaaf ykn dhiibbaa irraa kan ka'e hin fuudhin. Jaalalaa fi hiriyyummaaf fuudhi, nama siif sirrii fuudhi, hiriyyaa kee dhugaa fuudhi. Sababni isaas, nama dogoggoraatti ykn sababa dogoggoraatiin yoo heerumte umurii kee guutuu nama sana waliin jiraatta. Sababa ati isa dogoggoraa filatteef, haalotni isin lamaan gidduutti hammaachuu dandaสผu; sana booda dhiphinni sammuu, miidhaan qaamaa, dhukkubbiin, salphinni, dhimmi mana murtii akkasumas hadhaaโ€™ummaan waggoota walakkeessa jireenya kee keessa dhufu. Yeroo ijoolleen dhufan immoo haalichi caalaatti hammaata. Hiriyaa gaaสผelaaf yeroo dargaggeessa taatetti filannoo sirrii taสผe godhi. 2. Carraa Ati Itti Hin Fayyadamne Yeroo dargaggeessa taatetti balballi hedduun ni banama, carraa hedduu argatta. Dargaggoonni hedduun sodaa, dadhabina ykn of tuuluudhaan carraawwan kana dhiisu. Dargaggeessa qaxalee ta'i. Tokko tokko immoo carraa baay'ee guddaan waan jiru waan itti fakkaatuuf carraawwan argatanitti osoo hin fayyadamiin hafu. Carraawwan jiranitti fayyadami ykn yeroo umuriin kee dulloometti duubatti deebitee carraawwan darbe sana qabaachuu barbaadda. 3. Gaa'ela Diigde Kaadhima kee gaariitti heerumtee; ji'oonni jalqabaa gaa'ela keessa turan gaarii turan garuu yeroo muraasa booda qarshii fi hawwata keetiin hariiroo biraa qabaachuu jalqabde. Amanamummaa dhabde. Hiriyaan gaaสผelaa kee akka dhaabdu si kadhatte, ijoolleen kee si jalaa miidhamuu jalqaban, gaaสผelli kee diigamaa dhufe. Gaaf tokko yeroo umuriin kee dulloomu, dhimmoota siif hin fayyadne keessatti gammachuu yeroodhaaf qofa gaaสผela gaarii ijaaruu jalqabde sana balleessuu keef hammam gowwummaa keessa akka turte sitti dhagaสผama. Miidhaa ijoollee fi hiriyaa gaaสผelaa kee irratti geessistes ni hubatta. 4. Waaqa Ati Gante Yeroo dulloomtetti ogeessa taata, jireenya karaa caalaatti hiikaa qabuun yeroo ilaaltu Waaqayyo caalaatti dhugaa ta'a. Garuu walitti dhufeenya Waaqayyoo wajjin qabdutti gammaduu jalqabuuf dulloomuu hin eegin. Yeroo dargaggeessa taatetti Waaqayyoon beeki, egeree kee Waaqayyoo wajjin ijaari. Dargaggeessa finciltuu yeroo umuriin deemu gara Waaqayyootti deebi'u hin ta'in. 5. Qaama Ati Miite Jireenya kee guutuu waliin jiraachuuf qaama tokko qofa qabda. Sigaaraan, alkooliin ati garmalee fayyadamte, qorichi sammuu namaa hadoochu ati fudhatte akkasumas nyaata fayya-dhabeessi ati nyaatte suuta suutan si balleessu. Yeroo umuriin kee 50 taโ€™ee dhukkuboonni si qabanitti, yeroo dargaggummaa kee qaama kee osoo kunuunsitee hawwita; amma garuu miidhaan sirra gaheera. 6. Yeroo Qisaasessite: Yeroo dargaggummaa kee kan yaaddoo, hariiroo dogoggoraa, dhibaa'ummaa, sababa baay'isuu fi waan hiika hin qabne hordofuun qisaasessite yoomiyyuu deebitee hin argattu. 7. Abjuu fi Dandeettii Ati Irratti Hojjachuu Dhiiste Yeroo dargaggeessa taatetti dandeettii qabda. Wantoonni ati hojjechuu jaallattuu fi gaโ€™umsa itti qabdu ni jiruu? Dandeettiiwwan sana guddifadhu, itti fayyadami, gufuuwwan si mudatanis abdii hin kutin. Abjuu kee irratti abdii hin kutin. Yoo abdii kutatte yeroo dulloomtetti hiriyoota kee kanneen waan jaallatanitti cichanii hojjetanii milkaa'an ilaaltee "Sun ana ta'uu danda'a ture" jettee ofitti yaadda. Ogummaa kee hordofi, barnoota jaallattu baradhu. Dirree si hin quubsine keessatti bara jireenyaa kee hin qisaasessin. . . . Share, Like @Marriage_counseling
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 8โค 1
"Haa galankaa" jedheen ๐Ÿ˜… Robert Mugaabetu guyyaa tokko haadha manaa isaa wajjin wallolanii, haati manaa deemuuf uffata utuu walitti qabattuu argee, "maal gochaa jirtaa?" isheen jennaan haadha koottan gala jetteen, Robert mugaabeenis tolekaa jedhee, uffata isaa sassaabbachuu eegale, haati manaa "atimmoo eessa deemuuf" jetteen Mugaabeen anis haadha koottan galakaa jedheen, isheenis deebistee "ijoolleehoo" jetteen, isaanis haadha isaaniitti haa galankaa jedheen kaa๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…๐Ÿ˜… ๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚ @Gaaela_Gaarii @Marriage_Counseling
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿคฃ 16๐Ÿคฉ 4๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Namoota ofii isaanii irrattis ta'e hariiroo namoota biroo wajjin qaban irratti amantaa gahaa hin qabneef yaada ykn miira isaanii  ibsachuuf ofitti amanamummaa hin qabneeni ๐Ÿ˜ญ Dubbiin kuni baayee gargaara... See More. As tuquudhaan ilaalaa ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰ See More   ๐Ÿ‘‰ See More
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ’ฏ๐ŸŽ‰ Gammachuun kee yeroo hundumaa guutuu akka ta'uuf wantoota 10n kana ... ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰ See More    ๐Ÿ‘‰ See More
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 9
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.