cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Nuurazzamaan_Mohammed

Lugoo lagaaf bakkee hawaa Dachaa dakaaf qarree gamaa Nama arguuf nama keessaa Laallee dhabne tarree namaa @Dhandhama_Walaloo ✍️ facebook.com/nurazamaan.muhammad?

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
855
Obunachilar
-224 soatlar
-57 kunlar
+1030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Jaallattamtuu koo giiftii alaalaa Bor abdadheetan bar har'a caalaa Karrarra dhaapheen gad si laalladhaa Anis akkakeen bar sin jaalladhaa Jaalal kiyyaaf kan baaftu haarsaa Kuullee koo jedhee guyyuu sifaarsaa Beekta soorachuu an si'iif biyyoo Naaf kottu dafii kukkutii kiyyoo Of beekta michuu hin dha'u maqaa Kan galmi fagoo barbaadduu haqaa Anoo si malee orman barbaaduu Beekin dagatin akkan si yaaduu
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Bayyanaan booyyee waraanee Sangoota kuullee diddimtuu Ammanaaf boonyee maraannee? Kan booda quufnee waldhiifnu. Daalacha keerra bullookee Bulleekee ishii tabba hinbaane Jaalalakeerra dhungookee Dhungookee ishii nadha hinbaane. Gaangeen hindhaltu maseena Cirriin foonaa keessa yaate Anoo sinarguu badeera Birrii mormakeet na nyaate. Osuman qotee qotee Qamadii malee hinqotu Osuman obsee obsee Balalii ijakee hinobsu. Abbaan abbaakee bitaacha Warra Maannee duulli kaase Amman arraabee si naalcha Akka dhadhaa hantuunni nyaatee. Dabaleen hin nagada Damma foolleetti naqee Quphaneen siif sagada Amma ijoolleetti galee. @Hawaasa gumbii Waamaraati sookanii barreessuun gahee dhalootaati @Dhandhama_Walaloo
Hammasini ko'rsatish...
3
Telegramiin Midiyaa oduuf odeeffannoo bira darbee fayyadamtoota isaaf akkuma ticktock, YouTube fi Fb kaffaltii eegaluuf jedha odeeffannoo guyyaa muraasa dura bahe hojii fayyadamtoonni karaa Telegramiitiin hojjetan hordofee kaffaluuf eegala kanaaf namoonni eegaluu fedha qabdan liinkii armaan gadiin seentanii guyya start godhachuun guyyaa guyyaan taski inni isiniif laatu Earn bakka jedhuun taski jiru hojjechuu akkasuma friend iddoo jedhuun hiriyoota keessaniif share gochuu dandeessu 👇 https://t.me/major/start?startapp=5970834386 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 30⭐️ invite bonus for you 100⭐️ if you are Premium Major
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Utuun hin cabaatti beekee Anin kolaasu abraangoo Utuun sin dhabaatti beekee Anin lolaasu imimmaan Quban kaa'inaka si hiddaa Wajjiniin nyaanna dammallee Orman yaadinii sin jibbaa Wajjiniin baana gannallee Hiddinee fooneef malee Kutaan kan abbaa jirbiitii Iyyinee boonyeef malee Isheen kan abbaa birriitii Dagujjaa qabbana laaftoo Kophaakoon aramsiisee Kan mudhiin shafshafa gaangoo Hiyyuma koot na dhaphsiisee Hiyyuma koo yaa xabsiisaa Sit-shaggee nama dhabsiisaa @Dhandhama_Walaloo Weedduun kan hawaasaati 🥰🙏
Hammasini ko'rsatish...
👍 2👏 1
Ilaamee!... Namoonni si marsanii jiran lakkoofsaan hammuma baay’atan rakkinoonni karaa isaanii sitti dhufanis baay’achaa akka deeman beekta. Namni kamiyyuu rakkina mataa isaa qaba. Nagaa baatee akkuma deemu dhibees baatee deema. Jaallattus jibbitus—karaa tokkos karaa lamas—namni inuma si miidha. Haadhoo kee kan ati waliin gadameessa tokko keessatti tiruu tokko waliin boraafatte haa ta’u, michuu ijoollummaa ati waliin guddatte kan waan hedduu waliin dabarsitanis haa ta’u, hiriyyaa jaalalaa ati garaa kee guutuu amanattus haa ta’u—eenyuyyuu—si gaddisiisa. Namni nama akkasaa mitii, uumaa isaayyuu gaddisiisaa oola. Wanti guddaan eenyummaa namaa isa uumama isaan inni qabu kana hubattee dabaa sirratti hojjetamuuf deebii sirrii deebisuu danda’uu dha. Haaloo garaatti qabachuu dhiisuu. Bineensota keessaa yeroo dheeraaf haaloo qabachuudhaan kan beekamu Gaala dha. Gaalli nama guyyaa tokko waa itti balleesse waggoota torba guutuuf yaadatti. Waggoota kana keessaa guyyaa haala mijataa argattu tokko namicha miidhuudhaan gadoo ishee ba’atti. Ati garuu akka Gaalaa haaloo garaatti qabattee waliin hin jiraatin. Yoo namni waa sitti balleesse balleessaa isaa utuu hin taane, maaliif akka sitti balleesse beekuu irratti xiyyeeffadhu. Yeroo hedduu namoonni kan si miidhan si miidhuu barbaadanii miti. Ta’e jedhanii si gaddisiisuuf dabaa sirratti hin hojjetan. Kanaaf waan sitti balleesseef qofa nama tokkotti hin murteessin. Namoota naannoo keetii hubachuun kennaa guddaa dha. Tokko, uumamumaan namichi maal fakkaataa? Rakkoon inni sirratti uume tarii uumama isaa waliin wal-qabataa? Lama, yeroo balleessaa sana hojjete haala akkamii keessa turee? Wanti isa aarsee ture jiraa? Sadii, balleessaa sana beekaa si miidhuuf hojjetemoo rakkatee hojjetee? Namni si miidhuu hin barbaanne, garuu filannoo biraa dhabee yoo si miidhe, nama si miidhuuf si miidherra ni wayya. Kanaaf, daftee namootatti hin murteessin. Daftee namootatti murteessuu irraa of eeggadhu. Hamaa obboleessi kee sirratti hojjetuuf atis hamaa hojjettee gatii isaa hin deebisiinif. Nama si arrabse hin arrabsin. Jajadhu. Nama si abaaru hin abaarin. Eebbisi. Nama waa si dhowwate waan qabdu hin dhowwatin. Kenniif. Nama boolla siif qoteef boolla hin qotiin. Gama siif danda’amu hundumaan gargaari. Nama dhagaa siif hiixateef dhagaa hin hiixatin. Dhadhaa hiixadhuuf. Ta’e jedhee nama si miidhe atimmoo ta’e jedhii fayyadi. Yaadadhu! Dhiifama namootaaf taasisuun yeroo kee isa darbe hin jijjiiru. Miidhamni kee kanaan duraa yaadannoo sammuu godaannisa ta’ee hafa. Uumaan dandeettii taatee yeroo darbee sirreessuu nuuf hin laanne. Jaallannes jibbines wanta kaleessa hojjenne irra deebinee qajeelchuu hin dandeenyu. Waa itti hin daballu, waa irraa hin hir’ifnu. Gaarummaan isaa garuu dhiifama gochuun yeroo kee isa gara fuula duraa siif miidhagsa. Hariiroo ati nama si miidhe sana waliin qabdu siif jijjiira. Miirawwan nama miidhan warra akka haaloo qabachuu, dheekkamsaa, aarii, ija ba’umsaa fi kkf irraa si oolcha. Jaalala akka horattu si taasisa. Guutummaan guutuutti nama dhiifama gooteef tokkoof miira jaalalaa horachuun salphaa dha. DHIIFAMA 🙏🏻 Degaga✍️✍️
Hammasini ko'rsatish...
👍 6
Taatus qofaa bakka dhiphuuf bakka rakkoo Dhiisin jedhin mee addatti maal mee kan koo Hunduu kana atin se'in bar kee qofaa Sitti biifus martuu summii akka bofaa "Qixa ofiitiin jeju jedhan bar bakkakkaa" Furtuun rakkoo Uumaa malee mit nam-harkaa Nama cimaa rakkoo cimaatu mudataa Dhiisi gowwaan ta'iniitii ta'i hubataa Cillim jedhee dukkanaa'ee badus iftii Gurracha'ee guggubatee badus biftii Dhufee darbaam dabareedhaan wal ari'aa Dukkanaa'us dhi'een hafuum ni bari'aa Yoo si nyaates dhiphuun muree foon dirrattii Dabeen hafuum wanti kamuu ni sirrattii Gufuun rakkoo Miilaa dha'ee si'iitessus keessa kofaa Martuun darba bakkattaafaan Rabbi qofaa
Hammasini ko'rsatish...
Naaf hubadhu Kan yoo hafnee adda baanee Hin dagatin hin dagadhuu Waadaa galle harka dhaanee Addaan footee Yoo nu baafte tarii duuti yooki jiruun Na dhageessaa sin jibbine an yaa tiruu Addaan cituu Kan yoo taatee keenya carraan Kiyya suma Naaf hubadhu yoomuu dharraan Ergat-deemtee Seeneen taaha harka dhiphuu Hin dandeenyes Hin danda'us bar si jibbuu Sin yaada anoo akkum durii Dhibameera kot nafurii Yoon si yaadu Narkaa bada beeki garrii Hin cufamu Siif banaadha kiyya karrii Akkan tahu Naafin fixu jechi himee Onneen kiyya si dagatee Hin teessisu orma simee Suman eega hin dagatin Sis nan beeka hin kakatin Jirta yoomuu keessa kiyyaa Na hubadhu keessa niyyaa Utuun si waamuu Kan yoo diddee haftuu achiin Sin dhiisin cubbuun jaalalaa Hin dhabu Uumaan naafis falaa @Dhandhama_Walaloo ✍️✍️
Hammasini ko'rsatish...
#Ajaaiba xiqqoosii seeqqadhu 😄 ✍" Namichaan Hidhaa umrii guutuun erga itti murtaa'ee ture erga waggoota kudha lama hidhameen booda guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma miliqeen miliquu isaa midiyaan biyyichaa gabaaseet ture. Haatii mana isaa midiyichaa irraa taate ta’e hunda dhageessee raajii itti ta’aa ture. Kanuma keessa inniis turee mana jireenyaa isaa gahee Nagaa gaafatee yaaddoo maatii isaa bahuuf yoo jedhu haati manaa isaa "miliquu kee TV'n sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. Namichi gaaffii isheen kaasteef erga dhaggeeffateen booda kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota yaamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee akka suuraa irratti argaa jirtan kanaan baatamee Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti gammachuun deebi'e😋 Dubartootni tasgabbaa’aa! Ofii tasgabbii dhabdanii namas tasgabbii hin dhorkinaa🤣 seenaawwan bu'aarsoof barsiisoo dubbisuuf liinkii kanaan seenaa👇 https://t.me/+8sJ3r6lvPhUzZmVk
Hammasini ko'rsatish...
Nuurazzamaan_Mohammed

Lugoo lagaaf bakkee hawaa Dachaa dakaaf qarree gamaa Nama arguuf nama keessaa Laallee dhabne tarree namaa @Dhandhama_Walaloo ✍️ facebook.com/nurazamaan.muhammad?

Amma kootti, amma hin qabu Amma Gujii Nooleetti Amma dubbii Ijoolleetti Amma lafa tabbaatti Amma nama ammaatti Amma tokkoo miilaatti Amma tokkoo dhiiraatti Amma kootti amma hinqabu Ammayyu kan darbe hinqabu...” 👏 "Mataa caffee buluunkoo raacha dhaggeeffachuufii Mataa cabsee buluunkoo bara dabarfachuufii"..... "Akkasiin akkas taanee Fal'aanan raafuu haanee Otoo akkashii beeknuu Wallaalaa raatuu taanee" "Qixxaa eelee sibilaa Qixxeeffata ilmoo dhiiraa Qixxaa nyaataa guddannee Qixxee namaa dubbannee Hamma namaas hubannee! Itti dhiifne hundumaa Afaan qabneet gungumaa" Jedhe Geeraraan torban itti waan darbe weedduu geerarsa akkasuma Afoolota daraban itti wal yaadachiisaa deemnu kan beekta barreessaa kuusaa ha deemnu chaanalii keenya hiriyoota keessaniif share gochuu hin dagatanii👇@https://t.me/+8sJ3r6lvPhUzZmVk @Dhandhama_Walaloo
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Daalachakee yaa bishiishii Lafa xaafii reefu haamuu Jaalalakee natti biifii Akka xajjii reefu baatuu
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.