cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Amiiroo Yuusuf

◆ Chanaala kana #JOIN godhaa. Chanaali kana irratti Ergaawwan garagaraa ni argattuu. ✓Jechoota xiinsammuu, ✔wantoota barnootaa ✓Qoosaa/baacoo Garagaraa, fi kanneen biroo irraa argachuu ni dandeessuu! @amiiroo54

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
201
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
-330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

SAYYIDUNAA RASUUL | (2022 Official Nasheed Video)-Vocals only |Nashiidaa... https://youtube.com/watch?v=Gv773KIu6S4&si=c5cxXwaFkEBgBXkB
Hammasini ko'rsatish...

Repost from FAZAKKIR㋛︎
Miira Gaddaa keessa yoo jiraatte Kaleessa jiraatu jirta, Cinqama keessa yoo jiraatte Boru jiraatu jirta, Nageenyi sitti dhagahamutti yoo jiraate Arra jiraachu jirta!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Beekii!.❤️‍🩹 Mooti Teessoo isarra jirurra Gabricha sujuuda irra jiruutu irra caala!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Yaadadhu!❤️‍🩹 Jiruu tana keessatti wanni hundi barreeffamtee jirti Garuu, Du'aiidhaan irra deebitee barreeffamti!.🖤🥀 Du'ai irraa Abdii hin murin!.❤️‍🩹 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Addunyaa tanarratti Waan takkallee hin amanin Biyyeen ati irraa uumamteehu guyyaa takka si awwala!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Badii Takka yeroo balleessite Gaariile ati ammaan dura daleeydu hunda biyyetti sirraa laaqa ilmi namaa!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Amanummaa argatuuf Amata hedduu lakkoofsisa, Amanummaa san balleessuuf Second 1 ni geessi Garuu, Yoomillee deebi'uu dandahu!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Rabbiin Sababaaf malee akka eeydu sin godhu. Obsi Wanni hundi yeroo isaa eeggatee hoojjatama!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Du'ain(kadhaan) Rabbiifi miti Mataa keetiifi malee. Rabbiin Sitti hin haajamu, siitu isatti haajama malee!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Onneen🫀 Jaalala feeti, Sammuun🧠 Milkaa'ina barbaaddi, Qalbiin Garuu Nageenya barbaaddi!.🖤🥀 @fazakkir12
Hammasini ko'rsatish...