cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

TV LATTUU

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
4 478
Obunachilar
-124 soatlar
+347 kunlar
+30530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

⛪️ Abdii Jiraataatti qabamanii jiraachuu: ከሕያው ተስፋ ጋር መጣበቅ: Clinging to the Living Hope ⛪️ 📖1Phe. 1 ³ Waaqayyo abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristosiif galanni haa ta'u! Inni araara isaa isa guddaadhaan, Yesus Kristos warra du'an keessaa ka'uu isaatiin, abdii isa jiraataa kanatti qabamnee akka jiraannuuf haaraa godhee nu dhalachiiseera. ⁴ Waan hin badne, waan xurii hin qabne, waan gad deebi'aa hin adeemnes, isa waaqa keessatti isiniif eegamee jirutti darbitanii akka fudhattan godheera. ▶️Inni araara isaatiin Yesuus Kiristoosiin warra du’an keessaa kaasuudhaan abdii jiraataa kanatti qabamnee akka jiraannuuf haaraa godhee nu dhalcheera. ▶️Warra biyya lafaa fi Kiristiyaanota gidduu garaagarummaan jiru yoo ilaalle, waa’ee abdiiti. ▶️Namoonni biyya lafaa kun, wanta ija foonitiin argamu yeroo of harkaa qabaatan abdii godhatu; nuyi Kiristiyaanonni garuu wanta ijaan hin argamnee yookin wanta harkaan hin qaqqabatamne ilaalleetu in amananna, amanannaan keenya kun immoo abdii nuuf kenna. ▶️Abdiin nuyi Waaqayyoo irraa qabnu kun immoo nu hin yellaasisu; wanti ijaan argamu kan yeroo muraasaati; abdiin ija fooniitiin argamu wanta college, tortoree baduudha. ▶️Wanti ijaan hin argamne kan barabaraati; inni kunis abdii jiraataadha. 📖2Qor. 4 ¹⁷ Rakkinni salphaan inni nuyi yeroodhaaf baannu kun, ulfina bara baraa isa safara malee guddaa sana baachuudhaaf nu qopheessa. ¹⁸ Nuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla malee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti. 📖 2Qor. 5:7 “Nuyi amantiidhaan jiraanna malee, waan hundumaa ijaan arguudhaan jiraanna miti.” ❓Abdiin Kiristiyaanotaaf kenname kun maalidha? ⓵Waan hin badne ▶️Abdii namni namaaf kennu horii yookiin mana yoo ta’e, wanti biiftuu kanaa gaditti namni namaaf kennu hunduu wanta badu, wanta samu, wanta harca’uudha. ▶️Abdiin Waaqayyoo nuuf enne kun garuu, abdii lafa irraa utuu hin taane, jireenya barabaraa isa ta'e abdii Waaqarraati; abdiin kunis nama hin leeyyaasisu. 📖“Abdiin inni nu abdachiise isa kana; innis jireenya bara baraa ti.” ▶️Abdiin Waaqayyoo nuuf gale, abdiin jireenya barabaraa kun, qabee nu dhaaba; nu jabeessa. 📖 Ibr. 6:19 “Akka qofoon sibiilaa markaba qabee dhaabu, nuyis abdii amanamaadhaa fi cimaa lubbuun qabatee dhaabatu qabna; inni iddoo hundumaa irra caalaa qulqulluu gara isa keessaa iyyuu in ga'a.” ⓶Waan xurii hin qabne. ▶️Abdii qulqullaa’aa isa mudaa hin qabane jechuudha. ▶️Abdii namni namaaf kennu mudaa fi hir'ina kan qabuudha malee abdii guutuu miti. Abdiin Waaqayyoo namaaf kennu garuu abdii qullaa’aa fi mudaa hin qabneedha. ▶️Abdiin kun isa Waaqarraa waan ta’eef, abdii qullaa’adha; xurii fi mudaa hin qabu. ▶️Abdii gadi deebi’aa hin adeemnedha. ▶️Abdiin kun yeroo hundumaa ibsaa (shine) gochaa kan adeemuudha. Isa fuula duratti ibsaa adeemuudha malee, isa gadi-deebi’aa adeemu miti. ▶️Abdiin Waaqayyoo warra isa jaallatan itti waame kun, ibsaa adeema malee, dukkana’aa hin adeemu. 📖Dan. 12:3 “Warri ogummaadhaan nama geggeessan akka ifa bantii waaqaa, warri namoota baay'ee gara qajeelinaatti deebisanis akka urjootaa, yeroo hundumaaf bara baraan calaqqisuuf jiru.” 📖Fak 4:18 “Daandiin qajeelotaa akka ifa barii ganamaa, isa yeroo biiftuun baatee ol adeemtu, ittumaa ifaa ol adeemuu ti.” . 📱📲 share 👍 Like ✍️ Comment ❤️Join @Tv_Lattuu @Megertu_Dhugasaa
Hammasini ko'rsatish...
👍 3🏆 3
Apostle Tarikku shiifara Namni michuu waal bafatee😢 @Share @ like @Join Gochuun jaalalaa Keessan nuuf ibbsa Horaa bulaa @Tv_Lattuu @Tv_Lattuu
Hammasini ko'rsatish...
GALFATAKOO_APOSTLE_TARIKU_SHIFARA_Faarfannaa_afaan_oromoo_ajai_ibaa.m4a6.29 MB
🥰 5👍 2
Hammasini ko'rsatish...

🥰 4👍 3 2
Photo unavailableShow in Telegram
Namoota ofii isaanii irrattis ta'e hariiroo namoota biroo wajjin qaban irratti amantaa gahaa hin qabneef yaada ykn miira isaanii  ibsachuuf ofitti amanamummaa hin qabneeni 😭 Dubbiin kuni baayee gargaara... See More. As tuquudhaan ilaalaa 👇 👉 See More   👉 See More
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
💯🎉 Gammachuun kee yeroo hundumaa guutuu akka ta'uuf wantoota 10n kana ... 👇 👉 See More    👉 See More
Hammasini ko'rsatish...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Jaalala qulqulluu waliif ibsuuf namoonni jechoota itti gargaaramuu qaban 1000 dubbisaa ,... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
Hammasini ko'rsatish...
#Daandii faayidaa keenyaa isa sirrii. 👉 Qurruun Gammoojjii gosa allaattota balali’aniiti. garuu aadaafi toorri jireenyi isaa baay'ee isaan irraa adda. bakki inni itti baayyinaan argamu Gammoojjii dha. Sanyiin Qurruu kun isa 1Mot 17:4-6 Keessatti Eliyaasiif soora geessaafii turedha. Qurruun kun akkaataan wal-hormaata isaa yeroo hanqaaquuf jedhu baddaa irraa gara Gammoojjitti gadi godaana. Uumamaan hanqaaquu lama qofa hanqaaqa. erga hanqaaqee boodas akka allaattota kaanii dhalaa duwwaatu hanqaquu sana hammatee ilmoolee yaasa miti. inni dhiiraas ni hammata. darabee darabeedhaan wal-jijjiiranii hammatu. haaluma kanaan hanqaaquu hammachaa turan keessatti yeroo sagalee wucoolii isaani dhaga’an cabsanii hanqaaqu keessaa baasu. ilmoo isaanis ijaan arginaan baqatanii baddaatti deebi'u. 👉 Allaattiin kun akkaataan soorata isaanii keessatti waan argatan ofumaaf nyaatu malee dhala isaaniittillee ciruma hin laatan. raawwatanii hiixachuu hin beekan. Ilmoon isaanii beela irraa kan ka’e abbaa ykn haadhatu nyaata naaf fida jedhanii iyyu. isaan garuu aadaa kennuu hin qaban. kanaaf waaqayyo tooftaa ittiin isaan sooru qaba. waan akka muuccaa (haphee) akka mandhee sariitii kan wal-harkisu qoonqoo isaani keessa kaa'e. Inni immo fooli akka Abaaboo fagootti urgaa'u qaba. ilbiisonni Abaaboo xuuxan foolii Abaaboo urgeeffataa itti duudu. kanaaf Waaqayyo Iyyoobin, ilmoo Qurruu eenyutu nyaata kennaaf? jedhe gaafate Iyo 38:41 irratti. 👉 ilaa, waaqayyo ilmoo Qurruu ilaalaa jedhe. ilmoon Qurruu yeroo haati biraa deemtu akka dhala namaatti imimmaan buuftee boossi. imimmaan ishee kunis akkuma muuccaa (haphee) sanaa foolii Abaaboo qaba. warri isheen nyaataaf barbaaddu fooli imimmaan ishee dhagahanii xuuxuuf irra qubatu. ilmooleen Qurruu kunis ija walii irraa ilbiisa funaanani nyaatu. ishee haadha dhabdee boosse kanaaf imimman isheetu soora fidaaf. kanaaf yesuus Qurruu ilaalaa, hin facaasan, hin haamanis; gombisaa hin qaban, gumbiis, garuu Waaqayyo isaan in soora; isin immoo allaattii irra guddaa in caaltu jedha Luq 12:24 irraa. 👉 waldaan kiristaanaa fakkii ilmoo Qurruu Gammoojjiti. Imimmanii fi iyyishee fuula waaqayyoo duraa sun biyya lafaatti immoo urgaa foolii waamuuti. bakka bu'ee dhugaa ta'aa, warra foolii urgaa isheetiif dhufaniif abbaa tahaafi jiraatti. urgaan qoonqoo ishee keessaa sun akka dubbii sagalee waaqayyoo kan haalaaf jireenya keenya keessatti fooniif lubbuu ijaaruuti. hamma har'aattiyyuu waldaa kiristaanaa keessa soora kallattii garaagaraa ta’eetu jira. 👉 Daandiin nuti irra waan nu barbaachisu argannu dhaamaatii keenyaan dafqinee, beekumsaan yoo utubnes yaada waaqayyoo alatti kan nu fayyadu, kan nu miidhus hin jiru. Waaqayyo karaa nuti itti jiraannu daandii faayidaa keenyaa isa sirrii beeka. Kanaaf yaadda’uu dhiifnee waamicha waaqayyo karaa waldaa kiristiyaanaa nuuf godhu fudhachuun filannoo dhumaati. Holqa fooniif lubbuu kanatti baqachuun boqochuudha. Luba Kefyalew Jebena tiin. @truth_for_life
Hammasini ko'rsatish...
5👍 3
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.