cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

MIS&JET

Namni rakkina hundumaa injifatee dhalate hin jiru hundumtuu rakkina isa quunnamu injifachuuf dhalate ♨️ Nu waliin ta,aa miiltooko    ♨️  Join Us

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
773
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-97 kunlar
-2430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

﷽ ✍ اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ 👈🌤  اللهم اصبحت اشهدك, واشهد حملة عرشك, وملاءكتك , وجمیع خلقك انك انت الله لاإله ال انت وحدك لا شریك لك وأن محمد عبدك ورسولك. 🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞 ZIKRII RABBII IRRAA ARRABNI KEE HIN GOGIN (مُحَمَّد ﷺ❤️❤️❤️) 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Hammasini ko'rsatish...
4 1
Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad           ♡صلوات ربي وسلامه عليه♡
Hammasini ko'rsatish...
Qeerroo Ijaa BIYYAA Jirtu akkam nagaa dha....
Hammasini ko'rsatish...
Rabbiin tokkicha akka ta'e, haqaan gabbaramaan isa qofa akka ta’e ni amanna. ⚛ Zakariyas Raajicha:- 14:9  "… በዚያን ጊዜ እግዚአብሔር በዓለም ሁሉ ይነግሳል፤ ሰዎችም አምላክ እርሱ ብቻ መሆኑን ያምናሉ፤ እርሱንም ብቻ ያመሰግናሉ፤፤ "Yommus Waaqayyo guutummaa biyya lafaa irratti mootii ni ta’a; gaafas Waaqayyo isuma tokkicha, maqaan isaas tokkichuma" Macaafa raajichi Zakariyaas jedhamu barreesse kana irratti; Guyyaa borii ykn guyyaa kaafamaa sana, waaqni addunyaa hunda akka moo’u, namni hunduu waaqa tokko malee gabbaramaan biraa akka hin jirre ni amanu. Akkasumas; waaqa qofa akka galateeffatan ibsa. Yesuus, osoo waaqa ta’ee, guyyaa waaqni kophaa isaa dachii hunda moo’u sana eessa biraa deema? Hafuurri qulqulluun hoo? Keyyata asii olii keessatti; Waaqni, samii fi dachii kophaa isaa akka uume ilaalleerra. Amma immoo, Waaqayyo guutummaa biyya lafaa irratti mootii akka ta’u ibseera. Kun kan nu agarsiisu; waaqni guyyaa borii qophaa isaa moo’u kun, hadha addunyaa kanattis kophaa isaa gabbaramuu akka qabu fi wanti isa malee gabbaramu hunduu faayidaa akka hin qabne hubachiisa. Wanti duraan hin turre, boodallee hin hafne, gooftaa akkamitti jedhama? Akka kiristaanoonni fi pirootestaanoonni, Yesuus, “guyyaa borii nu fayyisa” yennaa jedhan; yaadni isaanii fi keyyatni kun wal faalleessa. Eenyutu dogongore? Yesuus Yoo hin moone hin fayyisu. Yoo hin fayyifne itti amanuun maal fayyada? Kitaabichi guyyaa sana waaqa malee wanti biraa akka hin moone fi hin fayyanne ibseera. ⚛ Seera keessa deebii;- 5:7-9   "ከእኔ በቀር ሌላ አምላክ አታምልክ፤ በሰማይም ሆኔ በምድር ወይም ከምድር በታች ባለዉ ዉሃ ዉስጥ ከሚኖሩ ነገሮች የማንኛዉንም ምስል ጣዖት አድርገህ አታምልክ፤ እኔ እግዚአብሔር አምላክ እጅግ ቀናተኛ ስለሆንኩ ተቀርፆ የተሰራዉን ማንኛዉም ጣኦት አታምልክ፤ አትስገድለትም" "Waaqayyolii kan biraa tokko illee ana bukkeetti hin qabaatin! Bifa qirixame, fakkeenya wanta ol Waaqa irraa jiruu, gad lafa irra jiruu ykn bishaan keessa, lafa jala jiruu hin tolfatin. Ati fakkeenya kanaaf hin sagadin, isaafis hin hojjetin! Ani Waaqayyo Gooftaan kee Gooftaa hinaafaadha; cubbuu abbootaas hamma dhaloota sadiittii, hamma dhaloota afuriittis harka ijoollee warra na jibbanii keessa nan barbaada." Ajaa’iba! Keyyatni kun macaafa kiristaanaa keessa jiraachuun waan nama dhibuudha. Kunis; Museef, abboommiin kudhan kennamee ture. Abboommiin kunis; ‘waaqa tokko malee wanti gabbaramu akka hin jirre, samii keessas, dachii keessas, bishaan keessas, waan harka namaatiin bocames ta’ee, waan uumamaan bocame  eessattuu akka hin gabbarre’ jedha. Ammas, Waan isa malee gabbaramu kana irratti; waaqni, akka hinaafu fi isaaf malee waan biraatiif sagaduun dhorkaa akka ta’e ibsa. Garuu kiristaanootni, “kun Yesuus” jechuun suuraa kaasanii itti sagadu. Waaqa keenya jedhus. Suuraa Mariyam kaasanii itti sagadu. Masqalas harka isaaniin bocanii kaa’atu. Masqaliin Sibiila yookiin muka akka ta’e, irraanfachuu hin oolan. Keyyatni kun garuu haala ifa ta’een wantoonni suuraan kaafaman fi bocaman kun dhorkaa akka ta’an ibseera. Yesuus waaqa yoo ta’e, Gaaffiin guddaan iddoo kana jiru, suuraa waaqaa eenyutu kaase? Fooniin waan dhufeef suuraa qaba jechuu danda’u. Yeroo kana; hafuurri qulqulluu hoo? Abbaan hoo? Suuraa ilmaa fi haadhaa kaasanii, kan abbaa maaliif dadhabani? Yaada tokko sadiin wal faalleesse jechuudha. Bakka biraatti macaafa Ximootiyoos 1ffaa; 6:16 irratti, Yohannis; 1:18 irratti fi Yohaannis 5:37 irratti Waaqni akka hin muldhannee fi eenyuyyuu arguu akka hin dandeenye ibsa. Dhugummaan amantii kanaa akkamitti ilaalama?
Hammasini ko'rsatish...
👍 3 1
or-seenaa-nabiyyii-gaafi.pdf1.70 MB
Ifti Kee addessaa Mildhanni Kees aduu Oolmaan ke kaleessa Na kessa hin badu
Hammasini ko'rsatish...
3
jirtuu obboleewwan 🫶🙋‍♂
Hammasini ko'rsatish...
9
Idris_Abbishuu_9ffaA_itti_Beeka_Rabbiin%23_2015_1444(128k).m4a12.51 MB
👍 7
New Idiriis Abbishu (Musaafirummaa)(2).mp339.79 MB
👍 10👎 1
Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan walumaanuu baga geenye warra bara hedduu rabbiin nu haa taasisu 💫Iida gammachuu 🥰Iida jaalalaa ❤️‍🔥 Iida tokkummaa Matii chanel keenya fi muslima hundaaf hawwina . السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Hammasini ko'rsatish...
9
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.