cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

GAADDISA WOL-GA'II๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Anaa dhufu๐Ÿ™ Chaanaaliin kun kan yeroo boqonnaa jalatti wolitti qabamanii muuxannoo fi mudannoo itti wol-jijjiiraniidha. Dhangaawwan kanneen akka wolaloo, baacoo, diraamaa, asoosam, sirboota, fi k,k,k,fakkaataniin kan guutameedha By Mesud-jihad

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
202
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
-730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

DHUGAA! Itti duultus daandii haqaa Dhibba kumaa fi kitilaan Inni hin taa'u bakka raqaa Guyyaa Eeggatee biqila ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’– Faana buutee ari'attee Abbaa dhugaa shororkitee Tokko taatee mari'attee Galma haqaa yoo yakkite ๐Ÿ’๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ’๐Ÿ’๐ŸŒน๐Ÿ’๐Ÿ’ Luka cabsitu ni siqa Jilbibbiidhaan shikkilfata Utumati gad hacuuccuu Dirreetti ba'ee mul'ata ๐ŸŸข๐Ÿ’š๐Ÿ’™๐Ÿ’œ๐ŸคŽ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿงก Suuta deema akka Eelii Ni mul'ata barootaanii Egereedhaaf galaa ta'a Abbaan darbu dhalootaani ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ’ช๐Ÿ‘๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ Yoo hammaates daandiin sobaa Hin danda'amu yakkuuni Ni dubbata ni hasaasa Afaan qabdu funyaaniini โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ DHUGAA!~~~ Utuma sirra ejjetanii Gaardii sobaa luka dhoofta Wocaniidhaaf baay'atanii Ati takkaa hin dhabdu tooftaa Kanaaf sitti of abdatani Ilma rabbii ilma gooftaa. ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘โค๏ธ๐Ÿงก๐Ÿค๐ŸคŽ๐Ÿ™ Masuud-Jihaadiin.
Hammasini ko'rsatish...
05:11
Video unavailableShow in Telegram
Guyyaa har'aa Aartist Mizbaa'uu Dammee dammaa wojjin Oolmaa ajaa'ibaati๐Ÿ™๐Ÿ™
Hammasini ko'rsatish...
26.99 MB
Yooyyaa akkam jirtu Kabajamtootaa fi jaallatamtoota Maatii gaaddisa wol-ga'ii Rakkoon dhuunfaa abbaa garichaa mudatee baduu keenyaaf nuuf godhaa jechoo yeroo dhihootti dhangaa keenya guurrannee wolitti dachaana Rakkichis rakkoo addaatii miti bilbilatu restory ta'ee ture kanumaafi. ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™โ˜•๐Ÿต
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Dhalootaaf ergaa gaarii dabarsa dubbisi. Sheer godhi.
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย N/a
ARAADA KEETU CIME Marartuu marii tiyya lookottii looshaa durbaa Wallaale jiruu biyyaa Ani maraataan gurbaa Halkaniif guyyaa hinbeeku Yaada keet naan dabaalaa Namni waa nan akeeku Naaf sit hunda naa caalaa Dhageettii hin qabu ormaaf Yoo siif ta'e maleessa Garaan jaalalaa sumaaf Raafamee na rooressaa Kan dabarsine sana Turtii yeroo jaalalaa Silaa wal dhandhamannaa Narraa jirta halaala Barsiifataa koo jabaa Araada koo isa cimaa Waa maraaf suman qabaa Maashoo ati kootumaa Utuun nyaadhuun huuqqadhe Waa'een Kee kun naaf game Jiraachuu koon dagadhe ARAADA KEETU CIME
Hammasini ko'rsatish...
Yooyyaa harka fuune maatii chaanaalii keenya martinuu Jidduudhaan baduu keenyaaf nuf ofkolcha amma garuu wolaloowwan bohaarsoo fi barsiisoo gara garaa fudhannee dhufaa jirra Nu hordofaa๐Ÿ‰๐ŸŒถ๐Ÿฅ• GAADDISA WOL_GA'II
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Photo unavailableShow in Telegram
Duurii kaaftee kunuunsaan Nu guddifteetta kichuu Baranahoo maal taate? Maalif dhabamte michuu Birraan geenyaan SI abdata kan garasiif garanaa Biyyee kamtu nu nyaata Gudii taane barana Abdii nu harkaa gatte Illaa dhabne saamunaa Dhugaatiifuu hin dhabamteem Eessa lixxe yaa bunaa. ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿฅฃ๐Ÿฅฃ๐Ÿฅฃ Masuud-Jihaadiin
Hammasini ko'rsatish...
Oduu gaddaa Weellisaa Fi hundeessaa Salgan booranaa Kan ta'e Artist Fiqaaduu qaabataa Du'aan dhabneerra jabaa keenya Silas du'a wol Oolchuun hin danda'amu nagaan boqadhu๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.