cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Natty Sport Broadcast

Odeeffannoo, seenaa fi taateewwan ispoortii afaan oromootiin ni dhiyaata !!!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
229
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kunlar
-730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Foden bara dorgommii kana liigichaan goolii 16 lakkoobsisuun kubbaa gooliif ta'an 7 mijeessuu danda'eera
Hammasini ko'rsatish...
Qabxii Kana booda Manchester city'n qabxiisaa 76n gahachuun osoo taphni tokko isa hafuu Arsenal irraa qabxii 1 boodatti hafuudhaan sadarkaa lammaffaatti ol dhufeera
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Qabxii taphaa guutuu Brighton 0 - 4 Man City
Hammasini ko'rsatish...
00:37
Video unavailableShow in Telegram
Goolii julian Alvarez
Hammasini ko'rsatish...
2.45 MB
00:07
Video unavailableShow in Telegram
Goolii Foden lammaffaa
Hammasini ko'rsatish...
1.03 MB
00:06
Video unavailableShow in Telegram
Goolii Foden
Hammasini ko'rsatish...
3.24 KB
00:07
Video unavailableShow in Telegram
Goolii Debruunee
Hammasini ko'rsatish...
3.91 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Qabxii boqonnaa duraa Brighton 0 - 3 Man city                          Debrune ⚽                          Foden ⚽⚽
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Tapha eegamaa guyyaa har'aa Pireemiyeer Liigii Ingilaand 4:00 (Galgala): Brighton vs Man city
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Bruno Fernandez bara dorgommii kanaan piriimer liigii irratti Kevin Deebiruunee fi Martin Odegaard caalaa goolii baay'ee irratti hirmaateera innis gooliiwwan 24 🔥🔥
Hammasini ko'rsatish...