cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

NUREDIN OROMOO

Nuredindawud

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
647
Obunachilar
+124 soatlar
+37 kunlar
+1030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Leenjii Gabaabaa Gannaaf 12+2,12+1,Afaan Amaaraa irratti kanneen BBO'n kolleejjii keenya irratti Isin ramadee maqaan keessan tarreeffama kana keessa jirtan Adoolessa 11 hanga 13 galmaa'uu Adoolessa 15/2016 leenjii akka eegaltan isin beeksifna.
Hammasini ko'rsatish...
KBB Shaambuu.xlsx7.20 MB
Calallii kutaa 12ffaa Final.xlsx1.17 MB
A.Amaaraa.pdf9.81 KB
BB 12+1.pdf7.33 KB
BB 12+2.pdf1.00 MB
MGO 50-69.pdf1.09 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Kitaabileen barnootaa sadarkaa lammaffaa miliyoona 10.6 ol raabsamuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Raabsa kitaabilee ilaalchise ibsa kan kennan ministirri ministeerichaa Piroofesar Biraanuu Naggaa marsaa jalqabaatiin kitaabilee barnootaa sadarkaa lammaffaa miliyoona 20.7 maxxansuuf karoorfamee kitaabileen miliyoona 10.6 maxxanfamanii barattootaaf raabsamuu himaniiru. Maxxansa kitaabichaaf doolaarri miliyoonni 40 baasii ta’uu dubbataniiru. Kitaabilee miliyoona 10.6 barattootaaf raabsame malee, kanneen hafan miliyoona 10 ta’an buufatarra gahuu himanii, ji’a ittaanutti gara biyyaa gahuun barattootaaf kan raabsaman ta’u jedhan. ♻️ Join & 🔗SHARE        👇 @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1 ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
✅ ሐምሌ 🔢🔢   🤝🤝🤝🤝 ✅Addis Ababa ICS☑️ 📌 @IcsAddisAbaba ✅Head Office ICS☑️ 📌 @IcsEthiopiaOfficial
Hammasini ko'rsatish...
ሐምሌ 06 2016.pdf5.47 MB
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.