cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Mental Capacity

Channel (Chaanali Kanaan) 👉For Professional Quotes (Dubbi hayyotaaf) 👉For Motivational speeches (Barsiisa kaka'umsa sammuf) 👉For Business opportunity (Carra Bizinasaf)

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 263
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-97 kunlar
+7930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from KUTANNOO
Gatii kee Beektaa? ✅Gatiin kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u." ➡️Gatii kee fi gita kee jechuun hanga kee fi bakka siif ta'u beekuu jechuudha. Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatii kee fi gitakee beekuudhaan jireenya jiraachuuf uumamte tokko jiraatta. #Gatiin kee gita kee murteessa. Gita kee akka beektuuf gatii kee dursitee beekuun barbaachisaadha. #Ati hangam geessa yoo siin jedhan, hanga gatii ofiif kennitee geessa jechuudha. Gatiin kee eenyu wajjin akka si dhaabu ni hubatta. Ati eenyu gaaffii jedhuuf deebiin isaa, gatii ati ofii keef qabduudha. #Ati gatii keeti! ➡️Ati gatii kee osoo hin beekin, gita kee beekuun sitti ni ulfaata. Gatiin kee iyya keessoo keetii dhaggeeffachuu irraa jalqaba. Mee gurra itti kennii iyya keessoo keetii dhaggeeffadhu.   ➡️Iyyi ati gurra itti kennitee hin dhageenye si keessaa kan ganamaafi galgala iyyu jiramoo hin jiru? Mul'atni keessoo keetii osoo nyaattuu si beelessu,osoo dhugduu si dheebossu, maaliif yaadaan badda? Dhuguma lafa gahuu qabdu geesseettaa? Bakki amma jirtu kun si madaalaa? Kan siif kaffalamaa jiru dhuguma gatii keetii? Iyya keessoo keetii sitti iyyu hin tuffatin, gurra kenniifii dhaggeeffadhu. Inni immoo gaafa bahee hojiirra oolu gatii siif kennaatii. ➡️Waa'een Kee yeroo tokko tokko siifiyyuu hin galu. Waa'een Kee deebisee siif gaaffii yeroo Itti ta'u qaba. Maaliif natti gaaffii ta'e jettee hin dhiphatin. Gaaffiin maaliif jedhu gara eenyummaa keessoo keetii barbaaduutti si geessuu ni danda'aatii. Maaliif jechuun ka'umsa gatii kee fi gita kee argachuutiif si fayyadaatii. (Pr. Miratuu Shaanqoo Giddii :Gatii kee Fi Gita kee)            #Yeroo Gaarii Isiniif Hawwina!            #Join #Share godhaa @kutannoo1
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Hello Beli , Welcome to the Mental Capacity!
Hammasini ko'rsatish...
Hello Goche , Welcome to the Mental Capacity!
Hammasini ko'rsatish...
Howdy Ansh , Thank you for joining us!
Hammasini ko'rsatish...
Obsinaan , Hi and welcome to "Mental Capacity"! Thank you for being a part of our community
Hammasini ko'rsatish...
Hello, Addisuu , Welcome! Nice to see you.
Hammasini ko'rsatish...
Hello Ismaa'il , Welcome to the Mental Capacity!
Hammasini ko'rsatish...
SI QOFATU AKKA TA'UU QABU OFIIF TA'A! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Namoonni baay'een akka fedha isaanii keessatti qofa akka jiraattu barbaadu. Gaafa ati akka fedha keetti jiraachuu eegaltu garuu, dhagaa hedduu sitti darbatu. Jechaan si madeessu, jibbaan sirraa dheessu. Atillee "namni akkuma koo naaf ta'a" jettee itti of kennite taanaan dogoggora eegalte jechuudha. Atis nama keessatti of ittisuun, namni daangaa ofii fedhe keessatti si tiksuunis seera miti. ✪ SI QOFATU AKKA OFIIF TA'UU QABU TA'UU DANDA'A. Namni yeroo hunda waan ofii fedhu qofa akka isaaf mijatutti sirraa eega. Waan sirraa eegu dhabnaan gatee sibiraa sokka. Maqaa biraa sitti moggaasa. Ilaalcha ofii qabu sirratti biqilcha. Kanaafi kan ati humna si utubu, ofitti amanamummaa sibaatuf humna ofta'uu sirra jiru daran cimsuun kan si barbaachisuuf! Kanaaf ati hunda dursitee akka ofiif ta'uu qabdu ta'uun kan si barbaachisuuf. Gaafa sana kan si dhiiseef jeeqamuun, kan si darbate sin madeessun, jechiif ilaalchi sin raasun hin jiru. ◪ Gaafa humna kana ofirratti moosifte immoo of kee qofa miti, uumaamaan waliigaltee, jaalalan dhangaashee sooratta. ◪ Boqonnaa sammuus achi keessaa argatta. Daangaa ofii sararatte keessatti addunyaa kee bocatta!            @getubadada
Hammasini ko'rsatish...
Hello Samuel, there! We’re happy to see you.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from KUTANNOO
#የሰው_ልጅ_የአዕምሮ_አሰራርን_የማወቅ_ግዴታ_አለበት። ምክነያም አዕምሮው እንዴት እንደሚሰራ ያላወቀ ሰው ፣ ፣ብኩን እንደሆነ ያልፋል።ምክነያቱም በአሁኑ ሰዓት የአዕምሮ እስረኛ የሚያደርጉን ብዙ ነገሮች እየተፈጠሩ ነው፣ተፈጥረዋልም። ለዚህ ደግሞ ትልቁ መፍትሄ አዕምሯችን እንዴት እንደሚሰራ ማወቅ እና ባወቅነው ልክ አዕምሯችንን መቅረፅ ነው። ምክንያቱም  አዕምሮ እንደ አትክልት ስፍራ ነው። የአትክልት ስፍራ/እርሻ ብንተክልበትም ያበቅላል፣ባንተክልበትም ያበቅላል። ከተከልንበት የፈለግነውን፣ቲማቲም፣ጎመን፣አበባ ወይንም የተከልነውን ነገር ያበቅላል።ባንተክልበት ደግሞ አረም ያበቅላል።በህይወታችን የምንፈልገውን ውጤት በድብቁ ህሊናችን የአዕምሮ ክፍል ውስጥ ስለምንፈልገው ነገር አውቀን ብንተክል የፈለግነውን ውጤት እናገኛለን። የምንፈልገውን ለመትከል ከዘነጋን ፣ካላወቅን፣ውይም ካልፈለግን ደግሞ በህይወታችን ሁል ጊዜ የማንፈልገው ነገር ሲሆንና ሲገለጥ እናየዋለን። ስለዚህ በአዕምሯችን ውስጥ ፈቅደን፣ሆን ብለን የምንፈልገውን ካልወቀርን በማንፈልገው ህይወት እንኖራለን። መልካምና ያማረ ሮብ ቀን ተመኘሁላችሁ!            GB      @kutannoo1
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.