cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Orthodox Promotion

Channel kun barumsa MKOTI afaan Oromoon karaa Telegram darban jajjabeessuuf; tajaajiltootnis miseensota horachuun si’oominaan akka tajaajilan taasisuuf baname. Channel qabdan @MisgeeM irratti beeksifachuuf galmeeffachuu dandeessu! Join: @OrthoPromotion

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
226
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Hammasini ko'rsatish...
4
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Dn Demelash Eshetu
Dn Iyyaasuu Fiqaaduu
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Muslimotaafi Pheenxeef Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
Harmee Tewaahidoo
Ijoollee O/Tewaahidoo
Ortodoksii Tewaahidoo
Ijoollee Mana Kiristaanaa
👥 OT A/Oromootiin
ErRo’i
Daandii Dhugaa OT
🎥 Gola Harmee Tube
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Kooluu’eel Tube
Channel beeksifachuuf
Seeraa fi dambii Promotion’ichaa “Instant View” ☝️ kan jettu tuquun banaa dubbisaa! Dilbata dhuftu eegalla! Telegram Channel qabdan bilisaan @MisgeeM irratti beeksifadhaa! Join: @OrthoPromotion https://telegra.ph/Welcome-to-Orthodox-Promotion-12-08
Hammasini ko'rsatish...
“Welcome to ‘Orthodox Promotion’”

“Telegram Channel, ‘Orthodox Promotion:’” ‘Telegram Channel’ Afaan Oromootiin, Seera, Dambii fi Barsiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo eegeen barumsa dabarsaa jiran beeksisuu fi guddisuuf, sagaleen Waaqayyoos uummata bal’aa bira akka qaqqabu taasisuuf baname. Kanaafuu, ‘Telegram Channel’ tajaajila Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidootiif oolan, kan Afaan Oromootiin tajaajilu, ‘Channel’ miseensota 300+ ol qabu yoo qabaattan “Orthodox Promotion” irratti bilisaan akka isinii beeksifamuuf galmeeffachuu…

👍 2
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 2 1
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Promotion’tti galmaa’uuf
Channel ’ootni asii gaditti toora galuun tarreeffamanii argaman kanneen kana keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamaa oolanii, Gaaffiilee Shakkitootaa fi Musiliimootaaf deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu! Channel ’oota kanneen kana keessa seennan maal dhibdan? Kanaafuu, ittuma goraa ilaalaatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join” taasifadhaa; irraa baradhaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 3 1
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Orthodox Mezmur
Faaruu Ortodoksii T
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Musliimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxiifaanoos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Waltajjii Callisaa
Orto_TMedia
Seeraaf Dambii Promotion
Promotion’tti galmaa’uuf
Seeraa fi Dambiilee beeksisa, ‘Channel’ ykn ‘Group Telegram’ “Orthodox Promotion” Channel’ ykn ‘Group Telegram’ tajaajila Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidootiif oolan, kan Afaan Oromootiin tajaajilu, ‘Channel’ miseensota 300+ fi ‘Group’ ’iif immoo miseensota 350+ qabu yoo qabaattan “Orthodox Promotion” irratti bilisaan beeksifachuuf galmeeffadhaa! Ballinaan “Instant View”kan jedhu tuquun banaatii dubbisaa! https://telegra.ph/Welcome-to-Orthodox-Promotion-07-07
Hammasini ko'rsatish...
“Welcome to ‘Orthodox Promotion’”

“Channel Telegram ‘Orthodox Promotion:’” ‘Channel’ fi ‘Group Telegram’ Afaan Oromootiin, Seera, Dambii fi Barsiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo eegeen barumsa dabarsaa jiran beeksisuu fi guddisuuf, sagaleen Waaqayyoos uummata bal’aa bira akka qaqqabu taasisuuf baname. Kanaafuu, ‘Channel’ ykn ‘Group Telegram’ tajaajila Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidootiif oolan, kan Afaan Oromootiin tajaajilu, ‘Channel’ miseensota 300+ fi ‘Group’ ’iif immoo miseensota 350+ qabu yoo qabaattan “Orthodox Promotion”…

👍 3 2
Channel kun barumsa Mana Kirstiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo Afaan Oromootiin karaa Telegram darban jajjabeessuuf; akkasumas, tajaajiltootni miseensota horachuun akka si’oominaan tajaajilan taasisuuf baname. Kanaafuu, Channel (Group) Telegram qabdan bilisaan @MisgeeM irratti beeksifadhaa! Join: @OrthoPromotion
Hammasini ko'rsatish...
👍 3 1🥰 1
Po'stilar arxiv