cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

QUBEE MEDIA

Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, website building and etc. CEO :- @alfredoow

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
14 969
Obunachilar
-524 soatlar
+397 kunlar
+92730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Injifattoonni tilmaamaa badhaafamaa tapha xumuraa Waancaa Awuroppaa EURO 2024 Spain fi England gidduutti gaggeeffamee 2:1 xumuramee; 1. Dago man 2. Alamuddiin Usmaail 3. Abdeta $PRETON dha. Injifattoonni baga gammaddan! Karaa keessaa bot keenya irratti nu qunnamuun badhaasa keessan fudhadhaa!
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 5
Photo unavailableShow in Telegram
Appilikeeshinii ajaa'ibaa bilbila keessan irraa gonkumaa dhabamuu hin qabneefi hojii keessan kan isiniif salphisu, namoota hunda kan fayyadamu, keessattuu barattootaaf ammoo baay'ee barbaachisaa kan ta'e, wanta achi irratti gaafattan ariitiidhaan kan isiniif deebisu! Link kanaa gadi jiru tuquun bakka Install ykn Download jedhu tuquun ammuma buufadhaa itti fayyadamaa!   πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.qubeeonline.com/2024/04/appilikeeshinii-gaaffii-deebisu.html
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 10
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftoonni Channel keenya akkam jirtu? Har'a Appilikeeshinii baay'ee barbaachisaa ta'e kan bilisaan kaardii osoo hin guutiin Intarneetii itti fayyadamuu dandeessan haala itti fayyadama isaa waliin isiniif qabannee dhiyaanneerra. Itoophiyaa keessatti Intarneetii kaardii osoo hin guutiin bilisaan akkamitti fayyadamuu dandeenya? Link kana tuquun dubbisaa Appilikeeshinicha buufadhaa itti fayyadamaa! https://www.qubeeonline.com/2023/12/Intarneetii-.html
Hammasini ko'rsatish...
Hub:- hanga ammaatti namni ulaagaa guute hin jiru, yaadadhaa ulaagaa guutuu keessan mirkaneeffadhaa!
Hammasini ko'rsatish...
❀ 3πŸ‘Ž 1
Photo unavailableShow in Telegram
Kunoo amma irraa kaasee hanga sa'aatii 4:00 tti tapha #Ispeen fi #England irratti namoonni ulaagaa guuttan tilmaama keessan Bot keenya kana irratti nuuf ergaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @commentforchannel_bot @commentforchannel_bot Hubachiisa :- ulaagaa guutuu hin dagatiinaa! tilmaama karaa Bot keenya Bot qofaa fudhanna! injifattoota boru ni beeksifna. Carraa gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 5
Photo unavailableShow in Telegram
#Tilmaamaa_Badhaafamaa Har'a halkan sa'aatii 4:00 irratti taphni eegamaan Waancaa Awuroppaa (EURO 2024) tapha #Ispeen fi #England gidduutti gaggeeffamuun ni goolabama. Tapha waancaa sa'aatii 4:00 irratti gaggeeffamu irratti namoota ulaagaa guutuun tilmaama sirrii qabxii taphichi ittiin dhumu dursanii ergan sadi ni badhaafna! Badhaasni isaas; 1ffaa - Kaardii abbaa 100 πŸ†πŸ₯‡ 2ffaa - Kaardii birrii 75 πŸ₯ˆ 3ffaa - Kaardii abbaa 50 ta'a.πŸ₯‰ Ulaagaa :- badhaafamuuf; 1ffaa - Group keenya link kanaa gadi jiru tuquun join taasifadhaa! erga join taasistan booda channel telegram isiniif dhufan sadan join taasisaa! https://t.me/+vOkXXokWVl43NDNk https://t.me/+vOkXXokWVl43NDNk 2ffaa - Erga join taasistan booda hiriyoota keessan 20 ol irratti add taasisaa! 3ffaa - Erga ulaagaa armaan olii lamaan guuttan booda sa'aatii 3 irraa eegaluun tilmaama keessan bot post taasisnu irratti ergitu! Hub :- kan badhaafamu ulaagaa armaan olii sadan nama guutee fi dursee jechuunis sadi irraa kaasee dursee kan ergedha. Carraa gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 11πŸ‘ 4
Photo unavailableShow in Telegram
#Tilmaamaa_Badhaafamaa Har'a halkan sa'aatii 4:00 irratti taphni eegamaan Waancaa Awuroppaa (EURO 2024) tapha #Ispeen fi #England gidduutti gaggeeffamuun ni goolabama. Tapha waancaa sa'aatii 4:00 irratti gaggeeffamu irratti namoota ulaagaa guutuun tilmaama sirrii qabxii taphichi ittiin dhumu dursanii ergan sadi ni badhaafna! Badhaasni isaas; 1ffaa - Kaardii abbaa 100 πŸ†πŸ₯‡ 2ffaa - Kaardii birrii 50 πŸ₯ˆ 3ffaa - Kaardii abbaa 30 ta'a.πŸ₯‰ Ulaagaa :- badhaafamuuf; 1ffaa - Group keenya link kanaa gadi jiru tuquun join taasifadhaa! erga join taasistan booda channel telegram isiniif dhufan sadan join taasisaa! https://t.me/+vOkXXokWVl43NDNk https://t.me/+vOkXXokWVl43NDNk 2ffaa - Erga join taasistan booda hiriyoota keessan 20 ol irratti add taasisaa! 3ffaa - Erga ulaagaa armaan olii lamaan guuttan booda sa'aatii 3 irraa eegaluun tilmaama keessan bot post taasisnu irratti ergitu! Hub :- kan badhaafamu ulaagaa armaan olii sadan nama guutee fi dursee jechuunis sadi irraa kaasee dursee kan ergedha. Carraa gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni Major hin jalqabne ammuma jalqabaa, link kanaa gadi jiru tuquun star walitti qabadhaa! https://t.me/major/start?startapp=6148000487 https://t.me/major/start?startapp=6148000487
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 5
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftoonni Channel keenya akkam jirtu? Har'a Appilikeeshinii baay'ee barbaachisaa ta'e kan bilisaan kaardii osoo hin guutiin Intarneetii itti fayyadamuu dandeessan haala itti fayyadama isaa waliin isiniif qabannee dhiyaanneerra. Itoophiyaa keessatti Intarneetii kaardii osoo hin guutiin bilisaan akkamitti fayyadamuu dandeenya? Link kana tuquun dubbisaa Appilikeeshinicha buufadhaa itti fayyadamaa! https://www.qubeeonline.com/2023/12/Intarneetii-.html
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 16πŸ₯° 4πŸ‘Ž 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Update #Exit_Exam Barattoonni qormaata bahumsaa bara kana fudhattan qabxii keessan karaa online amma irraa kaasee ilaaluu dandeessu! Bu'aan qormaata bahumsaa ykn Exit Exam dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa barattoota irra deebiin qoramanii ifoomeera. Barattoonni bu’aa qormaataa isaanii gara dhaabbata barachaa turanii deemuun ilaaluu ni danda’u. Link ittii qabxii keessan ilaallatanis; https://result.ethernet.edu.et/ https://result.ethernet.edu.et/ Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 26πŸ‘ 9❀ 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.