cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Jaal Sinan Tumsa💥

Ati Loltuu Sammuu bilisoomee Qabdu yoo taatee! Rakkoon Oromoo maraa akka malee sidhukkuba, boqonnaa sidhowwaa boqonnaa malee akka hojjettuuf si dirqisiisa! Dirqama Sana yoo raawwatte Ati WBO dha!!!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
4 691
Obunachilar
-424 soatlar
+1007 kunlar
+51830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Ilmaan Oromoo, Deeggartootaa fi Miseensota ABO-WBO kan Kora, marii hawaasaa Oromoo Egeree Oromiyaa fi OSFNA irratti argamtan maraaf! Qophii keenya irratti hirmaachuuf marsariitii armaan gadii irratti galmaahuun: 1. Marii Hawaasaa irratti hirmaachuuf bakka qabachuu dandeessu; 2. Irbaata gargaarsa ABO-WBO Adoolessa 31 qophaahe waliin soorachuuf tikeeta bitachuu fi 3. Galgala aadaa (concert) Oromoo maraaf qophaahe irratti hirmaachuuf tikeeta bitachuun, bakka qabachuuf afeeramtanii jirtu. https://j-abo-wbo.org/#home
Hammasini ko'rsatish...
3
00:39
Video unavailableShow in Telegram
video_2024-07-16_09-18-45.mp410.77 MB
23👍 4
Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBO'N Faarsa
Hammasini ko'rsatish...
👍 30 1
#Gimbii Godina Wallagga Lixaa magaalaa Gimbii keessatti torbanoota darban keessa kaabinee fi miliishaan  magaalichaa namoota nagaatiin hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabduu fi ijoollee keessantu Waraana Bilisummaa Oromoo keessa jira jechuudhaan manarra deemtee abbootii, akkasumas miseensa maatii qabsaawotaa mana hidhaatti guuraa turuun ishee beekamaadha.       Hanga guyyaa har'aatti darara hamaa irraan geessisaa jirti.  bakki isheen itti hidhamtoota siyaasaa kana walitti qabdee jirtus ; Qajeelcha poolisii magaalaa gimbii ,sarxee, qajeelcha poolisi Aanaa gimbii,  Ganda 01, 02, 03, 04, 05, 06 keessatti dha.       Haata'u malee Kaabinoonnii fi poolisoonni magaalaa sanaa namoota hidhanii jiran kanaan isin baafnaatii maallaqa kaffalaa jedhanii deddeebi'anii gaafachaa jiraachuuun isaanii barameera, dhugumattis immoo namoonni maallaqa guddaa  kaffalanii ba'anis jiru jechuun qaamni dhimma kanatti dhiyyenya qabu nuuf himeera.       Akka magaalaa Gimbiitti dararri hawaasa nagaa irratti geggeeffamaa jiru ulfaataadha. Miliishotaa fi poolisoota magaala a sanaatiif jecha ummanni mana isaatii ba'ee deebi'ee galuuf illee yaaddoo hamaa keessa seenee jira.        Kaabinoonni, miliishonnii fi poolisoonni magaalaa Gimbii uummata nagaa dararuu fi saamicha maallaqaa irratti geggeessuutti jirtan gocha badii kanarraa baay'istanii utuu of qosattanii gaariidha jechaa, bubbultus immoo gatii hojii keessan ammaa kana argachuuf akka jirtan yaadadhaan dhaamsa keenya
Hammasini ko'rsatish...
6👍 2
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Hammasini ko'rsatish...
Qarree Network

Qarree Network is a network of Oromo girls living in different parts of the world. Our group aims to support the Oromo struggle for freedom and independence of Oromia led by ABO-WBO! Our goal is to see the freedom of our nation Oromo!

👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
#DhangaaTorbanii Friday | July 12 | 2024. 1PM EST | 8PM OROMIA TIME Tap-In | #DhangaaTorbanii | Stay in the know. Webinar link 👇🏾 https://us02web.zoom.us/j/85741418940?pwd=ZGhTQzlXNFh4N3FqOVQ3MTdERC9sdz09 Webinar ID: 857 4141 8940 Passcode: 193892 #OromoVoice
Hammasini ko'rsatish...
👍 13
Buttaan Lammiilee Nagaarratti Saamichaaf Jedhamee Raawwatamu Ilaalchisee (Ibsa ABO-WBO)
Hammasini ko'rsatish...
👍 10
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu: Pireezidaantiin #Keeniyaa mormii labsii gibiraa hordofee ministiroota isaanii aangoorraa kaasan Pireezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon mormii labsii gibiraa haaraa mudate hordofuun ministeerota isaanii fi abbaa alangaa waliigalaa ''battalumatti itti gaafatamummaa irraa akka kaafaman" ajaja dabarsuun gabaafame. Pireezidaant Ruutoon murtoo kanarra kan gahan ''yaada lammiilee biyyattii irraa argataniin" ta'uu ibsaniiru. Kana booda "mootummaa bu'uura bal'aa qabu hundeessuuf jecha bal'inaan akka ni mari'ata" jedhan. Haa ta'u malee, adeemsi hojiirra gaaggeessuu kuni itti aanaa pirezidaantii, barreessaa kaabinee mootummaafi ministeera dhimma alaa kan hin dabalanne ta'uu himameera. Kan Keenya Hoo? Deebisa Isinumaafin Dhiisa. 𝙊𝙧𝙤𝙢𝙞𝙮𝙖𝙖𝙣 𝘽𝙞𝙮𝙮𝙖
Hammasini ko'rsatish...
👏 14👍 2
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.